Dubbadhuu¿

Dubbadhuu¿ Dubbachuuf akka dhabnee callisuuf garaa dadhabne��

20/03/2026

A modern web application showcasing AI and robotics digital products with user authentication, database integration, and an artistic, futuristic design.

08/01/2026

Feed Good Thought Your Brain To Protect Your Mental Health 🧠🌻

01/05/2025

Jireenya gaarii jiraachuuf..
Yaada gaarii ofiif qabaadhu...

19/04/2025

Jireenya Jiraattu Keessatti Yeroo
Hundaa Sammuu Kee Banaa Godhi...
Guyya Guyyaan Wanta Haara ...
Baruuf Of Qopheessi

16/04/2025

This badge is awarded for completing learning activites.

02/03/2021

ADUWAA

Aduwaa dubbadhu?
Kan dhugaa dhoksitee
Sobaan haguugamte
Kan goota dagattee
Lugna saba gane faarsite
Kan siif du'e kabaja dhorkite
Kan sidaate dhokate moosifte
..Aduwaa dubbadhu?
Dhiiga oromoo dhangalaaste
Lafee gootota cabsite
Waanta nuun hin taaneef
Lubbuu oromoo nyaattee
Galma dharaa ijaaruf jecha
Natti himi oromo meeqa
balleessite?
....Aduwaa dubbadhu?
Waan oromoo goote
Gaarii maalii qabdaa
Shiraan kan guutamte

Gaafasi kan haqni
oromoo haalamte
Gabrummaan hundeedhaan
nurratti gad dhaabbate
..... Gammachuu maaliin qaba
Anaaf guyyaa gaddaati malee
Sammuu kamiin yaadeen
dibbee dhahee sirba
Hamilee maaliitin garaan
Garaan natti tolee
......Anaaf guyyaa moo'icha miti
Guyyaa injifatamuuti
Gaafa oromoon cabee
Mataa itti gad qabateeti
....Guyyaa oromoon tuffatamee
Ormi kabajamee
Aadaan isaa jibbame
Kan alagaa dhaalchifame
Seenaan isaa haqamee
Kan biraan bakka buufame
Guyyaa mirgi isaa mulqame
Afaan isaan dubbachu
dhorkame
Akka barbaadutti dhiise
Akka alagaan jedhutti buluu
dirqame!!!
.............@ DIA.......23/6/2013

Baayyee nama dhukkubsa Maaliif garuu kan keenya kuni?Hanga yoomitti akkasittiin jiraanna?
14/10/2020

Baayyee nama dhukkubsa
Maaliif garuu kan keenya kuni?
Hanga yoomitti akkasittiin jiraanna?

Fuulduraan qabameeraAmma taraan keenyaDugduubaa tasalafa Ofuma qodaa hin caccabsinaa
31/05/2020

Fuulduraan qabameera
Amma taraan keenya
Dugduubaa tasalafa
Ofuma qodaa hin caccabsinaa

Jabaa namaa kana beektu?
20/05/2020

Jabaa namaa kana beektu?

27/04/2020

Address

+251944692238 & Ayanatamene6@gmail. Com

1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dubbadhuu¿ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your practice to be the top-listed Clinic?

Share