20/11/2025
Godinoota Oromiyaa 21 fi Teessoo Magaalaa isaaniitiin wal haa
barru.πͺπΉ
β Akkasuma ammas Oromiyaan aanaalee 350 qabaachu isitis haa
barru.
1. Wallagga Lixaa:- (Gimbii).
2. Qeellam Wallaggaa:- (Dambi Doolloo).
3. Wallagga Bahaa:- (Naqamtee).
4. Horroo Guduruu Wallaggaa :- (Shaambuu)
5. Iluu Abbaa Booraa:- (Mattuu).
6. Buunoo Baddallee:- (Baddallee).
7. Jimmaa:- (Jimmaa).
8.Shawaa kibba lixaa:- (Walisoo).
9. Shawaa lixaa:- (Amboo).
10. Shawaa kaaba:- (Fiichee).
11. Godina Addaa Oromiyaa naannaawa Finfinnee:- (Finfinnee).
12.Shawaa bahaa:- (Adaamaa).
13. Arsii Lixaa:- (Shashamannee).
14. Arsii Bahaa:- (Asallaa).
15. Baalee:- (Roobe).
16. Borana:- (Yaa'a Balloo).
17. Gujii lixaa:- (Bulee Horaa).
18. Gujii bahaa:- duran ( Nagellee Boorana ). jedhamtii. Amma immo
( Nagellee ) jedhamti.
19.Walloo:- (Kamisee ).
20.H/Lixa ykn Carcar (Ciroo)
21.H/Baha : ykn Fugug (Addaa Re,e biyyoo)
=>=>=>=>=>=>=>=>=>=>=>=>=>
β Oromiyaan magaaloota gurguddoo giddu-galeessa godinoota
kanneeni kan ta'an sadi qabdi. Isaanis:-
1. Finfinnee handhuura Oromiyaatti tan argamtu fi
2. Dirree Dhawaa ( Dirree Dawaa ) baha Oromiyaatti
3. Jijigaa kibbaa bahaa oromiyaatti Argamtii .π