Abomsa General Hospital

Abomsa General Hospital The Hospital enagurated June 1997 & starts service in 1998 E. C, in Arsi zone Merti Woreda

20/11/2025

“Dhibeen Vayiraasii "Marburg" godinichaatti hin mul'anne:Obbo Sulxaan Hamdinoo

‎Dhibeen Vayiraasii Maarbargiin darbu godina Arsiitti kan hin mul'anne ta'uu Waajjirri Fayyaa godina Arsii beeksise.

‎Ololli Miidiyaalee tokko tokkoon godina Arsii Aanaa Asakoo ganda Hulluqqoofi Biyyootti dhibeen Hemoragic fever Kan Naannoo kibbaa Hospitaala Jinkaatti mul'ate jedhu Oduu Sobaa ta'uu Ittigaafatamaan Waajjira Fayyaa Godina Arsii Obbo Sulxaan Hamdinoo himan.

Akkuma beekamu bara dabre aanichatti gandoota Hulluuqqoofi Biyyootti dhibeen mallattoo akka Layidaa qaamaa,bowwuu mataa, hollachuu qaamaa,dhukkubbi maashaa fi kkf mul'achuu isaan Wal qabatee,dhibicha adda baasuuf samuda namoota mallattoon olii kun irratti mul'ate irraa fudhachuun " Giddu gala Qorannoo Adaamaatti " ergamuun dhibee mul'ate " Epidemic Typhus" tahuun isaa kan mirkanaa'ee fi hojiin yaalii fi ittisaa raawwatamaa turuu himan

‎Bu'uruma kanaan godinichatti dhukkubicha ittisuuf dhaabbileen fayyaa hundinuu ofeeggannoo barbaachisu taasisuu,barnoota fayyaa cimsuun,hawaasni odeeffannoo sirriifi gorsa ogeessota fayyaa hordofuu akka qabanis dhaamaniiru.

Odeeffannoo waktaawaa argachuuf

Join Telegram channel https://t.me/arsicommunication
Facebook:https://www.facebook.com/profile.php?id=100066391

Address

Abomsa
Abomsa

Telephone

+251930304117

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abomsa General Hospital posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Abomsa General Hospital:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category