Fugug Medium clinic

Fugug Medium clinic Fugug Medium clinic by Dr.Mohammed Hissein

05/06/2025
05/06/2025

Eid Mubarak
Maatiin keenya kannen amantii islaamaa hordoftan Baga iida arafaa/Ad'ha kan bara bara1446 geessan
Baga geessan Baga geenye
Warra baranaa kan bara
hedduu rabbi isin haa godhu
Eid Mubarak to all Muslim brothers and sisters.
Kilinika Fugug Adaamaa

29/10/2024
Warreen ulaagaa guuttan carraa kana yaalaaHospotaala walii galaa yooyyaa (Yooyyaa general Hospital )
15/07/2024

Warreen ulaagaa guuttan carraa kana yaalaa
Hospotaala walii galaa yooyyaa (Yooyyaa general Hospital )

Galatoomaa Hojjattootni kilinika fugug hajjii irraa deebiuu kiyya sababeeffachuun simannaa hooaa naaf gootaniif hedduu g...
11/07/2024

Galatoomaa
Hojjattootni kilinika fugug hajjii irraa deebiuu kiyya sababeeffachuun simannaa hooaa naaf gootaniif hedduu galatoomaa isiniin jedha.
Itti aansuudhaan jia 2 dabre hojii dhaabbatichaa itti gaafatamummaan bahachaa waan turtaniif galatoomaa jechaa "waan kooran deemuf fardi hin wallaalu" akkuma jedhamu san simannaan isaanii gara hojii akka deebitu ergaa jedhu akka qabu shakkiin hin jiru waan taheef anis carraa kanatti fayyadamuun gara hojii deebiuu kiyya maammiloota keenyaaf ibsuun barbaada.

09/07/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Ramadan Jibril Jilo, Simalee Gammadaa Jaabir

26/06/2024

Hojjattootni fi ogeessotni kilinika fugug arjooma dhiigaa taasiftaniif hedduu galatoomaa isiniin jechuu barbaanna.
Bakka an imala irra jirutti arjooma kana geggeessuun keessan dhaabbatchaaf abdii guddaa tahuu keessan fi miira itti gasfatamummaa cimaa qabaachuu keessan agarsiisa waan taheef hedduu galatooma

Eid Mubarak to All muslim brothers and sisters across the globe
16/06/2024

Eid Mubarak to All muslim brothers and sisters across the globe

Hordoftoota amanataa islaamaa hundaan baga rabbiin iida arafaa kan bara kanaatiin isin gahe

Ayyaanni kun ayyaana milkii nuuf haa tahu
Warra baranaa kan Bara hedduu Rabbi isin haa godhu
Eid Mubarak

Hordoftoota amanataa islaamaa hundaan baga rabbiin iida arafaa kan bara kanaatiin isin gahe Ayyaanni kun ayyaana milkii ...
16/06/2024

Hordoftoota amanataa islaamaa hundaan baga rabbiin iida arafaa kan bara kanaatiin isin gahe

Ayyaanni kun ayyaana milkii nuuf haa tahu
Warra baranaa kan Bara hedduu Rabbi isin haa godhu
Eid Mubarak

28/05/2024

๐— ๐˜‚๐—น'๐—ฎ๐˜๐—ฎ ๐—ถ๐—ท๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ๐—ณ ๐—ฑ๐˜‚๐—ฟ๐˜€๐—ฎ ๐—ž๐—ฒ๐—ป๐—ป๐—ฎ!
Tajaajila Walโ€™aansa Ijaa Ispeeshaalistii muuxannoo qabu waliin
Hospitaala Waliigala Yooyyaatti Argadha!

Dr Mohaammad Shaafi
Ispeeshaalistii Walโ€™aansa Ijaa

Odeeffannoo dabalataaf 022 212 0599 ykn 094 343 4327 irratti nu bilbilaa!
Teessoo Keenya: Naannoo Paan Afriik Hoteela Roobii cinaatti

Liinkii armaan gadii cuqaasuun maatii hospitaala yooyyaa ta'uu ni dandeessu.
https://t.me/+M3bjPP4yT1hlZDM8

Hospitaala Waliigala Yooyyaa
Tajaajila Yaala Fayyaa Olaantummaa Qabuuf!

18/05/2024

Yooyyaa general Hospital
Hospitala walii gala yooyyatti meeshaan Digital C-Arm jedhamu kan sarjarii lafee fi dugugguruu dugdaa ammayyeessu tajaajilaaf hojii irra ooleera.

Address

HANI _Mugar , 100m From Boku Shanan Branch Of CBE To The South
Adama
NEARBADDALLEBUILDING

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fugug Medium clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Fugug Medium clinic:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram