Milki Medium Clinic

Milki Medium Clinic This is an official page of Milki Medium Clinic in Adama Ethiopia...

05/10/2024

BAGA GUYYAA AYYAANA IREECHAATIN ISIN GAHE !

11/09/2024

May all of you have good health, lots of happiness, and a great New Year.

10/07/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abdusalaam Aliyyii Ibroo, Abdo Lelisa, Kaffalaw Allagn, Aman Debela, Hicittii Jarsaa, Mohammed Abdujebar

09/04/2024
23/03/2023

RAMADAN KARIM !

07/01/2023

BAGA AYYAANA QILLEETIIN ISIN GAHE !

29/10/2022

NAMOOTA HIRRIBNI DIDEEF
Waantoonni armaan gadii kun isin gargaaru.
**************************
1. Sa’atii walfakkaataatti gara siree ba’aa.
2. Ciisuu keessaniin dura aannan ho’aa dhugaa.
3. Bishaan ho’aan qaama dhiqadhaa ciisaa.
4. Kitaaba dubbisaa ciisaa.
5. Sa,aatii ammaa ammaa hin ilaaliinaa.
6. Nyaata baay’ee ykn ulfaataa ciisuu keessaniin dura hin nyaatiinaa.
7. Muuziqaa fi waan sagalee qaban of irraa fageessaa.
9. Bakkeewwa hedduu jaallattan suura isaanii maxxanfadhaa.
10. Ifa mana ciisicha keessaa balleessaa.
11. Bunaa fi waantoota isa fakkaatan ciisuun dura hin fudhatinaa.
12. Rafuun dura sochii qaamaa taasisaa.
**************************
Fayyaan Faaya
Via: Dr. Gurmeessaa

Address

Adama
G7C8+Q6FADAMA

Telephone

+251913377439

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Milki Medium Clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Milki Medium Clinic:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram