Dr. Abdureshid Kedir

Dr. Abdureshid Kedir Free child health information for all pediatrician Hora Hospital

Well described Dr!
31/01/2026

Well described Dr!

Healthcare profession is the most hazardous work or industry in the world.

Its hazardousness is unmeasurable. For instance, in short let me highlight the top on list.

1. Stressful and prolonged years of training and practice to become Doctors and other health care professionals.

2. Prolonged working hours like 36hrs or more without having rest and sleep... occasionally even more than that.

3. Compromised social and family life due to time constraints during holidays, weekend, night duty hours....

4. Risk of transmitable or communicable diseases vertically from patients and hospital environment which might be serious enough to lead to death like Hepatitis Virus, HIV/AIDS, TB and multidrug resistant hospital acquired infectious disease.

5. Great burden, responsiblity and stress of caring for critically ill patients in a stressful environment.

6. Cumulative stressful healthcare practice which might lead to mental disorders like Major Depression and other illnesses

7. Su***de incident is highest among health professional as per various studies, more risk than other professionals.

So it is not fair to compromise health care workers overtime (duty tome) payment and ocupational risk allowance as per the civil service proclamation.

The concerned bodies should implement and pay for the health professional what was drafted on the paper by law and what they deserve as a compansation .

Otherwise it will significantly affect the quality of health care provision for our community by unmotivated and depressed health care workers.

Dr. Amare Atoma Gelalcha: MD, Assistant professor of Ophthalmology, Uvietis and ocular Inflammatory disease Subspecialist, Jimma University.

Telegram: t.me/HakimEthio

You deserve it bro!
25/01/2026

You deserve it bro!

25/01/2026

What happend to Guinners

25/01/2026
Aanaa Zeway Dugda subspeeshalisti ,ispeeshalistoota fi hakimoota woligalaa hedduu oomishuun adunyaaf badhaaftee ofii imm...
21/01/2026

Aanaa Zeway Dugda subspeeshalisti ,ispeeshalistoota fi hakimoota woligalaa hedduu oomishuun adunyaaf badhaaftee ofii immoo carraa Hospitala dhabdee!
1.Dr.Sasibo
2.Dr.Biruki
3.Dr.Eshetu
4.Dr.Aman(senior)
5.Dr.Beshir
6.Dr.Abdulmajid
7.Dr.Abdela
8.Dr.Mubarak
9.Dr.Kemal
10.Dr.Idirisi
11.Dr.Israel
12.Dr.Zagaye
13.Dr.Kesim
14.Dr.Aliyi
15.Dr.Semir
16.Dr.Nemo
17.Dr.Ahmed
18.Dr.Ayub
19.Dr.Aman (Gp)
20.Dr.Abdureshid
21.Dr.Tsegaye D
22..Dr.Usman
23. Dr. Abduraman.
24.Dr.Gemmachu
25.Dr.Jemal Shate
26.Dr.Jemal Gurade
27.Dr.Buzhune Sime
28.
Namni irraanfadhe yoo jiraate comment jalatti kaaha

18/01/2026
Dhiphachuu ujummoo 'Pylorus'**********************************Garaacha fi mar'imman kan wolqunnaman ujummoo'pylorus' jed...
18/01/2026

Dhiphachuu ujummoo 'Pylorus'
**********************************
Garaacha fi mar'imman kan wolqunnaman ujummoo'pylorus' jedhamun.
Daa'imman maashaan Ujummoo kanaa garmalee furdachuun yoo dhiphate dhibeen maqaa 'Hypertropic pyloric stenosis' jadhamun qabaman jennaa.
Biyya US keessatti daa'imman 1000 keessaa 2-7 qaba
Sababni dhufuun ifatti hin beekkamu.
-Sanyii adii filata
-Ulfa jalqaba saalan dhiiraa
-Seena maatii
-Sinduroomii
-Dawaa 'macrolide(Erythromycine)'
-Aannan namtolche
-Aaraa tamboo
Mallattoo dhibee kana umrii torbee 2-8
-Haqqee furga'u haqqisuu
-Beelahuu haqqeen boodaa
-Dhangala'oo nafa xiqqeessu(DHN)
-Huqqina
-Bifaa Keelloo
-Iitaa garaa
Qoranno
-Altrasaawundii
-Contrast study
Wol'aansa
-Dawa atropine sulfate
-Baqaaqsuun suphuu

Michii Sombaa(Pneumonia)*****************************Dhukkubni afuffee somba miidhuun akka kulkulu godhuun beekkamu mich...
13/01/2026

Michii Sombaa(Pneumonia)
*****************************
Dhukkubni afuffee somba miidhuun akka kulkulu godhuun beekkamu michii sombaa jedhama.
Daa'imma fi ijoollee ajjeesuun dhukkuboota daddarboo keessa adda dureen michii sombaati.
Bara 2023 A.L.A akka addunyaatti namoota miliyoona 2.5 ajjeesu ragaan ni ibsa.
Ijoollee umrii woggaa 4 gadii 610,000 ta'u
Ameerikatti % 97n hir'achu ragaan ni mul'isa. Sababni hir'ateef
-Qoricha haarawa argamu
-Talalli haarawa oomishuu
-Inshuransii
Namoota saaxilaman
-Umrii wogga

Madaa Gogaa ''MICHII'' *************************Shiffee dhangala'oo kuusee kan gogaa irraatti yaa'uu vaayirasii"herpes s...
13/01/2026

Madaa Gogaa ''MICHII''
*************************
Shiffee dhangala'oo kuusee kan gogaa irraatti yaa'uu vaayirasii"herpes simplex''dhufu keessatti hidhii irraatti yoo bahee michii jedhama
Qaama gogaa filatu
-Hidhii fi afaan
-Wolhormata
-Ija
-Haguugdu sammuu fi sammuu
-Dhiigaan faca'u
Namoota saaxilamo
-Salqunnamtii hin dangeffamne
-Taphaa ispoorti woltuttuqqii
-Haadholii ulfa irraa garaa dhalattu
Mallattoo dhibee kana
-Madaa baayyee laalatu
>Hidhiii
>Kessoo afaan
>Qaama saala
>Ija
-Ho'a
-Mudaamudii iitessu
-Dhukkubbi buusa
Vaayirasichi a narvoota keessa riphuun jiraata. Vayirasii riphee kan dammaquu yoo
-Humni ittisa dhibe gadii bu'uu
-Rukkuttamu
-Balaqqe ifa aduu
-Ho'aa dabalu
Ifa aduutti nyaachuu zeeyita qabuu nyaatan osoo sirriitti hin dhiqatin ykn hidhii irraatti yoo hafee Iitaa--->dhohuu----->quuncahu
Ittisa dhibee dadhaboo yoo ta'e uumama
Wol'aansa
-Qoricha 'acyclovir'
-Qophaatti foo'uu

Like fi share
Dr.Abdureshid Kedir

Dhibee TB  Meeninjayitasi *****************************Yeroo hedduu qaamni TB hubamu  somba akka ta'e beekkamadha.Sababn...
12/01/2026

Dhibee TB Meeninjayitasi
*****************************
Yeroo hedduu qaamni TB hubamu somba akka ta'e beekkamadha.
Sababni isaa baakteriyaan TB fiduu Mayikobakteriyem tuberkiloosis bakka oksijini hedduu argata filata.
TB narvii G/G % 1-5 qofa.
-TB haguugdu sammuu % 0.3
- Sammuu-Tuberculoa
Sababni dhibee kanaaf nu saaxiluu
-Umrii woggaa 4 gadii
-Hir'inna nyaata cimaa
-HIV/AIDS
-Dhibee Sukkaraa
-Kaansari
-Qoricha ittisa alagaa miidhaan
Mallattoo TB haguugdu sammuu
Dhibeen kun sadarkaa 3 keessa dabra
Mallatto sadarkaa 1ffaa
-Ho'a qaamaa ,
-Mataa dhukkubbii
-Miiraa jeeqama(ofjibbuu)
-Hirriba dhabuu
-Hooruu
Mallattoo sadarkaa 2ffaa .
-Muusahu
-Maashaa mormaa gogsuu
-Gaggabsuu Seizures
-Mallatto Kernig fi Brudzinski +
-Haqqee furgahu-Vomiting
-Narvii mataa laamshau
Mallattoo sadarkaa 3ffaa
-Ofwollaaluu-Coma
-Laamsha qaama woligalaa cinaa
-Dhiibbaa dhiigaa dabaluu
-Maashaa wolii galaan gogsuu
-Du'a-%10-20
QORANNOO
-Seelota dhiigaa CBC & ESR
-Raajii Qoma(CXR)
-Dhangala'oo dugdaa (CSF)
-CT scan/MRI
Xaxaa dhukkubichaa
-Sammuutti dhiigni jiguu-stroke
-Gaggabdoo
-Ija jaamsu
-Gurraa duuchuu
-Laamshahu maasha
-Guddinna duubatti harkisuu
-Dhangala’oo mataa baay'isuu
Wol'ansaa
-Qoricha TB ji'oota 12f liqimsuu
-Qoicha Predansoline/Dexa
Ittisa
-Sakatta'insa TB gochuu
-Dawaa ittisa TB 'TPT fayyadamu
-Talalliu BCG daa'imman keennu

TB hagugduu sammu kun sadarka jalqabatti dawaa argatee miidhaalee dhufan ni hambisna. Garuu TB sadarkaa 3ffaa yoo gahee xaxaa yeroo dheeraa hambisuun hin dada'amun gorsaa barreeffamati!

LIKE & SHARE
GALATOOMA
Dr. Abdurashid Kadir

Mallattoo dhukkubaa kaansari***********************************Seeloonnito'annaan alaa  yoo hiraman dhibee  kaansari jed...
11/01/2026

Mallattoo dhukkubaa kaansari
***********************************
Seeloonnito'annaan alaa yoo hiraman dhibee kaansari jedhamu fidu
Kaansariin sababa ifa ta'ee hin qabu
Namoota kaansariif saaxilamoon
-Aaraa tamboo
-Vayirasoota tiru
-Vaayirsi paailooma,
-HIV..
Gosootni kaansariin umriin gara garummaa qabuu
Daa'immaa fi ijoollee
-Kaansarii dhiigaa,
-Dhuka lafee
-Sammuu,sirna narvii,
-Xannaacha,
-kalee,
-Tishuu lallaafa
-Lafee
Ga'eessa
-Sombaa
-Mar'imman
-Harmaa
-Xannaacha piroosteti
Mallattoo kaansarii
-Dadhabbii qaamaa
-Huqqina
-Ho'aa wolirraa hin dhaabbannee
-Dhiiguu
-Dhukkubii qaamota sochii
-Bowwoo
Wol'aansaa
-Dawaa keemotirapii
-Baqaqsa
-Raadiyeshine
ITTISA
-Taalalamu
-Kaansariif nu saaxilu irra fagaachu
-Tamboo
-Alkooholii
-Cooma

Like fi share
Galatooma
Dr Abdurashid Kadir

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Abdureshid Kedir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr. Abdureshid Kedir:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category