Awash General Hospital

Awash General Hospital Welcome to Awash General Hospital, where cutting-edge medical technology meets compassionate care.

29/09/2025

👉Sagantaa Gaaffii fi Deebii

Dr Fedhesa Temam
Urosurgeon

📱 +251222127617
📱 0912659092

📍Teessoo: Adaamaa, Humna ibsaa, Daadaa Moolii duuba meetira 100 seenee argama .

🎉🎉Hoospitaalli waliigalaa Awaash “Baga Ayyaana Masqalaatiin isin ga’e jedha!” Ayyaana Gaarii!🎉አዋሽ ጠቅላላ ሆስፒታል ለመላው  የክርሰት...
26/09/2025

🎉🎉Hoospitaalli waliigalaa Awaash
“Baga Ayyaana Masqalaatiin isin ga’e jedha!”

Ayyaana Gaarii!

🎉አዋሽ ጠቅላላ ሆስፒታል ለመላው የክርሰትና እምነት ተከታዩች እንኳን ለ2018 ዓ .ም የመሰቀል በዓል አደረሳችሁ እያለ በአሉ የፍቅር፣ የሰላም ፣የጤና እንዲሆንላችሁ ምኞቱን ይገልጻል ።

🎉Happy Ethiopian Meskel Festival!

መልካም በአል!🎉🎉

25/09/2025

👉የ ECG ምርመራ አይነቶች እና ጠቀሜታዎች

#ቀጠሮይያዙ
📱+251222127617
📱 0912659092

አድራሻ፡- አዳማ ፣መብራት ሃይል ከዳዳ ጀርባ 100ሜ ገባ ብሎ

23/09/2025

👉የህፃናት የልብ አልትራሳውድ ላይ የምናያቸው ነገሮች

Dr Tolosa Eticha
Pediatrician and pediatric Cardiologist

#ቀጠሮይያዙ
📱+251222127617
📱 0912659092

አድራሻ፡- አዳማ ፣መብራት ሃይል ከዳዳ ጀርባ 100ሜ ገባ ብሎ

21/09/2025

🌼🌼Baga bara haaraa geessan!

👉Wal'aansa hunda Hospitaala Waliigalaa Awaash*tti ni argattu.

📱+251222127617
📱0912659092

Teessoo: Magaala Adaamaa, Humna ibsaa, Daaddaa moolii duuba meetira 100 seenee

19/09/2025

Hiibboo?
👉Lilmoo Xinnoo deebii guddaa??

Dr Roba Elala
Pathologist

📱+251222127617
📱0912659092

Teessoo: Magaala Adaamaa, Humna ibsaa, Daaddaa moolii duuba meetira 100 seenee

17/09/2025

👉Mango ummatta biyakak getima HBV assaku edde yabeno.

#ቀጠሮይያዙ
📱+251222127617
📱 0912659092

📍Adama mabrat hayli Dada mol buxak dere 100 miter Adah hula henih

15/09/2025

🗣እንኳን ደስ አላችሁ። 🎉

👉በአዳማ ከተማ የመጀመሪያው በስፔሻሊስት እና በሰብ ስፔሻሊስት የጨቅላ ህፃናት ወይም የአራስ ልጆች ህክምና እና እንክብካቤ ክፍል በአዋሽ ጠቅላላ ሆስፒታል ተከፈተ።

#ቀጠሮይያዙ
📱+251222127617
📱 0912659092

አድራሻ፡- አዳማ ፣መብራት ሃይል ከዳዳ ጀርባ 100ሜ ገባ ብሎ

🗣Jiraattonni Magaala adaamaa fi naannawa ishee jirtan baga gammaddan.     👉Hospitaala keenyatti kutaa “Neonatal ICU” kun...
14/09/2025

🗣Jiraattonni Magaala adaamaa fi naannawa ishee jirtan baga gammaddan.

👉Hospitaala keenyatti kutaa “Neonatal ICU” kunuunsaafi Yaalii daa'imman kichuu(reefu dhalatanii) banamee jira.
👉Kutaan kun meeshaalee ammayyaa

✔️hoo'a daa'immanii eegu(Radiant warmer),
✔️sirna hargansuu daa'immanii gargagaaru(Neonatal CPAP),
✔️keelloo ta'uu daa'immanii kan yaaluu(phototherapy) fi kkf of keessaa qaba.

👉Akkasumas humna namaa kanneen Akka

▪️Ispeshaalistii dhibee daa'immanii fi Sab Ispeshaalistii daa'imman reefu dhalatanii (neonatologist),
▪️Ispeshaalistii dhibee daa'immanii fi Sab-Ispeshaalistii dhibee onne daa'immanii (cardiologist)
▪️Ispeshaalistii dhibee daa'immanii(pediatrician) fi nursoota muuxannoo yeroo dheeraa qaban hunduu ni argamu.

👉walumaa galattii kutaan kun daa'imman reefu dhalatanii dhibee adda addaa isaan muudateefi daa'immanii yeroon osoo hin geenye dhalatanii fi kunuunsa addaa barbaadaniif Tajaajila sa'aatii 24 kennuuf qophaa'ee jira.

Teessoo: Magaala Adaamaa, Humna ibsaa, Daaddaa moolii duuba

12/09/2025

🌼🌼እንኳን ለአዲስ አመት በሰላም አደረሳችሁ!

👉ሁሉንም ህክምና በአንድ ላይ በአዋሽ አጠቃላይ ሆስፒታል ያገኛሉ።

#ቀጠሮይያዙ
📱+251222127617
📱 0912659092

አድራሻ፡- አዳማ ፣መብራት ሃይል ከዳዳ ጀርባ 100ሜ ገባ ብሎ

11/09/2025

🎉🌼Baga Bara 2018 Geessan!

🌼Bara milkii isiniif haa ta’u!

🌼🌼እንኳን ለአዲስ አመት በሰላም አደረሳችሁ

🌼አዋሽ አጠቃላይ ሆስፒታል አዲሱ አመት የሰላም ፣የፍቅር እና የስኬት አመት እንዲሆንላችሁ ይመኛል።

መልካም አዲስ አመት🌼🌼

#አዋሽአጠቃላይሆስፒታል

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Awash General Hospital posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category