Oromia Forest and Wildlife Enterprise

Oromia Forest and Wildlife Enterprise Bara 2022ti Dhaabata Bosonaafi Bineensa Bosona Oromiyaa Afrikaa Bahaatti beekkama fi hawwatama ta'e arguu.

Arsi Mountains National Park
22/04/2026

Arsi Mountains National Park


1 like. "K’ana | Turizmiya"

20/04/2026
Gareen Hooggansa Olaanaa Mootummaa Naannoo Gambeellaarraa hojiiwwan qonnaarratti muuxannoo qooddachaa turan xumuru isaan...
20/04/2026

Gareen Hooggansa Olaanaa Mootummaa Naannoo Gambeellaarraa hojiiwwan qonnaarratti muuxannoo qooddachaa turan xumuru isaani Biiroon Qonnaa Oromiyaa ibse.
********************************************************
Gareen kun, hojiiwwan Qonnaa Godina Shawaa Bahaa, Gofina Jimmaafi Magaalaa shaggar, carraa hojii qonnaarratti uumuu, hojiiwwan IQQOtiin tekinooloojiiwwan qonnaa maddisiisuufi baayyisuurratti hojjetaman, hojiiwwaan Dhaabbata Bineensotaafi Bosonaa Oromiyaatiin hojjetamaniifi kanneen biroorratti hojiiwwan hojjetamanirratti muuxannoo qoddatanii jiru.
Hanga'oonni kunneen naannoo Oromiyaa keessatti hojiiwwan qonnaarratti hojjetamaa jiran imala badhaadhina biyya keenyaa yeroo gabaabaa keessatti kan mirkaneessu ta'uu ibsuun, muuxannoo ce'umsa qonnaarratti hojii hojjetamaa jirurrratti qooddatan naannoo Gambeellatti babal'isuuf kan isaan kakaase ta'uu himaniiru.
Obbo Geetuu Gammachuu Hoogganaa BQO sagantaa cufiinsa muuxannoo qooddannaa haanga'oota Mootummaa Naannoo Gambeellaarratti argamuun hojiiwwan ce'umsa qonnaa Oromiyaa milkeessuuf hooggansiif ogeessi sadarkaan jiru qindoominaafi kutannoo olaadhaan hojii hojjetaniin ta'uu ibsuun, hanga'oonni Naannoo Gambeellas, muuxannoo hojii qonnaarratti qooddatan kutannoodhaan Naannoonisaanii keessatti babal'isuu akka qabaniif Mootummaan Naannoo Oromiyaas, muxannoowwan qooduurra darbee deeggersa ogummaa itti fufiinsa qabu kan taasisu ta'uu Obbo Geetuun himaniiru.

Delegation of Gambella Regional state Visit OFWE  *************************************************ADDIS ABABA – On Apri...
20/04/2026

Delegation of Gambella Regional state Visit OFWE
*************************************************
ADDIS ABABA – On April 18, 2026, Gambella Regional State higher officials visited the Oromia Forest and Wildlife Enterprise (OFWE) for experience share on forest management and organizational strategy.
A central focus was OFWE’s role in the "Honey Initiative," specifically the supply of timber to the Oromia Agricultural Bureau for modern beehive production.
PHOTO@OFWE_HEADQUARTER
"Odeeffannoo dabalataa argachuuf, nu hordoffa."
================================
Face Book
https://web.facebook.com/profile.php?id=100083274790328
Telegram
https://t.me/OromiaFWE
X
https://x.com/OromiaE10095
Youtube
https://m.youtube.com/channel/UCa-w39y7RduyH26etZfCqkg
LinkdeIn
https://www.linkedin.com/.../oromia-forest-and-wildlife.../?
website
www.oromiaforest.et

Hoggantoonni ol’aanoon Naannoo Gambeellaa Dhaabbata Bosonaa fi Bineensota Oromiyaa Daawwatan.***************************...
20/04/2026

Hoggantoonni ol’aanoon Naannoo Gambeellaa Dhaabbata Bosonaa fi Bineensota Oromiyaa Daawwatan.
********************************************************************
Hoggantoonni ol’aanoon Mootummaa Naannoo Gambeellaa Ebla 10, 2018 Finfinneetti argamuun, waa’ee hundeeffama Dhaabbata Bosonaa fi Bineensota Oromiyaa (DhBBbO) fi dhiyeessii xaawulaa dhaabbatichi Biiroo Qonnaa Oromiyaatiif dhiyeessu irratti muuxannoo fudhataniiru.
Dhiyeessiin xaawulaa kun gaagura kannisaa ammayyaa oomishuudhaan Inisheetiivii Dammaa milkeessuuf kan oolu dha.
"Odeeffannoo dabalataa argachuuf, nu hordoffa."
================================
Face Book
https://web.facebook.com/profile.php?id=100083274790328
Telegram
https://t.me/OromiaFWE
X
https://x.com/OromiaE10095
Youtube
https://m.youtube.com/channel/UCa-w39y7RduyH26etZfCqkg
LinkdeIn
https://www.linkedin.com/.../oromia-forest-and-wildlife.../?
website
www.oromiaforest.et

18/04/2026

Simannaa fi Muuxannoo Wal-jijjiirraa
***************************************

Simannaan hooggantoota ol’aanoon Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Gambeellaa, muuxannoo hojii qooddachuuf dhufaniif hojiileen dhaabbata tokkoo tokkoo viidiyoon yeroo mullatu.
"Odeeffannoo dabalataa argachuuf, nu hordoffa."

================================
Face Book
https://web.facebook.com/profile.php?id=100083274790328
Telegram
https://t.me/OromiaFWE
X
https://x.com/OromiaE10095
Youtube
https://m.youtube.com/channel/UCa-w39y7RduyH26etZfCqkg
LinkdeIn
https://www.linkedin.com/.../oromia-forest-and-wildlife.../?
website
www.oromiaforest.et

Simannaa fi Muuxannoo Wal-jijjiirraa***************************************Hooggantoonni ol’aanoon Bulchiinsa Mootummaa ...
18/04/2026

Simannaa fi Muuxannoo Wal-jijjiirraa
***************************************
Hooggantoonni ol’aanoon Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Gambeellaa, hojiiwwan misoomaa fi eegumsa qabeenya uumamaa irratti muuxannoo qabatamaa argachuuf Dhaabbata Bosonaa fi Bineensa Bosonaa Oromiyaa (DhBBBO)tii yeroo Simannaa ho’aan tasifamuuf.

DhBBBOn Inisheetivii Dammaatiif Deeggarsa Xaawulaa Birrii Biliyoona 1 Tilmaamamu TaasiseDhaabbanni Bosonaa fi Bineensa B...
18/04/2026

DhBBBOn Inisheetivii Dammaatiif Deeggarsa Xaawulaa Birrii Biliyoona 1 Tilmaamamu Taasise
Dhaabbanni Bosonaa fi Bineensa Bosonaa Oromiyaa (DhBBBO) inisheetivii dammaa milkeessuuf deeggarsa xaawulaa guddaa gochaa jiraachuu Obbo Araarsaa Raggaasaa Daareektarii Ol’aanaan dhaabbaticha ibsani jiran. Ibsi kun kan kenname yeroo hooggantoonni ol’aanoon Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Gambeellaa DBBBO waliin muuxannoo hojii qooddachuuf dhufanittidha.
Deeggarsa kanaan xaawulaa qulqullina qabu keessaa 70% gurgurtaan, 30% ammoo deeggarsaan kan kenname yoo ta'u, kunis tilmaamaan birrii biliyoona tokkoo ol akka ta'e ibsame jira. "Inisheetiviin Damma Oromiyaa deeggarsa DhBBBO malee as hin ga'u," kan jedhan bakka bu’aan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Toleeraan, inisheetiviin kun carraa hojii uumuuf gumaacha guddaa gochaa jiraachuu dubbatan. Haala kanaan, dargaggoonni waldaalee torbaan gurmaa’ani hojii kanaan fayyadamoo ta’aa jiru jechuun dubbatan.
Gaaggurri xaawulaa kanaan hojjetamu waggaa 20 kan tajaajilu yoo ta’u, damma Itiyoophiyaan biyya alaatti ergitu toonii 200 keessaa 83% kan maddu Oromiyaa irraa akka ta’es bakka bu’aan biiroo Qonnaa Oromiyaa kun addeesanii jiram.

Hooggantoonni olaanoon Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Gambeellaa, Dhaabbata Bosonaa fi Bineensa Bosonaa Oromiyaa (DhBBBO) ...
18/04/2026

Hooggantoonni olaanoon Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Gambeellaa, Dhaabbata Bosonaa fi Bineensa Bosonaa Oromiyaa (DhBBBO) waliin muuxannoo hojii qooddachuuf dhufan haala hundeeffama Dhaabbatichaa fi deeggarsa dhaabbatichii inisheetivii dammaa irratti taasisaa jiruu irratti ibsi bal'aan kennamaa jira.

Address

Kebena
Addis Ababa

Opening Hours

Monday 02:00 - 23:00
Tuesday 02:00 - 23:00
Wednesday 02:00 - 23:00
Thursday 02:00 - 23:00
Friday 02:00 - 23:00
Saturday 02:00 - 18:00

Telephone

+251904864918

Website

http://www.linkedin.com/in/ oromia-forest-and-wildlife-enterprise-3a14543b4

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Forest and Wildlife Enterprise posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Oromia Forest and Wildlife Enterprise:

Share