Dr.Bulti MD

Dr.Bulti MD I'm Medical Doctor

25/12/2023


~~~~~~~~~~~~~~
Dhukkubni kun talaalliin kan dhorkuun danda'amuufi bineeldotarraa gara namaatti kan daddarbu, sirna narvii sammuu keessaa kan miidhudha.
Harki caalaan 99% kan ta'u sareerraa gara namaatti daddarba. Akkasumas, bineensota bosonaa illee qabuu ni danda'a.

'uu_akkamiin_beekna?

Mallattooleen jalqabaa kan akka qaama dadhabsiisuu, hoo'a qaamaa, mataa dhukkubbii, bakka ciniiname nama hooksisuu, joonjessuufi kkf. ta'uu danda'a.

'a?

Vayirasiin kun narviiwwan miidhuudhaan, hamma sammuu qabatee miidhutti dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu namaa jalaa dhokachuu danda'a.

Namni tokko vaayirasii kanaan qabamee osoo mallattoo hin agarsiisiin torban 2 hanga 8 turuu danda'a.
🙏Fayyaa nutti hin waakkatiin🙏
~~~~~~~~~
© Dr. Bulti Likisa Muleta ,2023

& 🙏❤
👇👇👇
https://www.facebook.com/bultooliko/
Dr.Bulti Likisa page

10/10/2023

!
~~~~~~
Eenyummaakee kan ibsu foonkee isa alaan mul'atu kana miti; dhala namaaf kennaan addaa Afuura wanti jedhamu kennameeraaf.
Hamma afuurrikee hin cabnetti, deebitee ni kaata, irra deebitees ni yaalta!

Foonkee dadhabee wanti hundumtuu kan sitti dukkanaa'e yoo ta'ellee, Afuurri si keessa jiru, bakka kufteetii ogummaa ittiin si kaasu qaba.
Yoo guyyaan akka mataa gadi qabattu si godheyyuu, deebisee kan si kaasu; gatee kan sin ganne Uumaa qabda!

Firootakoo, yoomiyyuu naaf dhume hin jedhiinaa!
~~~~
Bulti Likisa Muleta , 2023.

Follow_n_share👇👇👇
Dr.Bulti Likisa page
https://www.facebook.com/bultooliko/

03/09/2023

Karaa fuula warra nu hordofuu barbaaddaniif hidhaa gadiin seenuun gochuu dandeessu!
Gorsa fayyaa💊💉,Barreeffamoota adda addaa, Haasaawwan onnachiisoo💪, Walaloowwan🗒 Qoosaawwan😂 garaagaraafi kkf yoo feetan👇
JOIN👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Fayyaa_egeree

Follown share👇👇👇Dr.Bulti Likisa page
28/08/2023

Follown share👇👇👇

Dr.Bulti Likisa page

Gorsoota fayyaa💊💉,Barreeffamoota bashannansiisoo, Haasaawwan onnachiisoo💪, Walaloowwan🗒 Qoosaawwan😂 garaagaraafi kkf yoo feetan👇
Fuula facebook asiin gadii kana godhaan affeerraa kooti

page👇👇👇
https://www.facebook.com/bultooliko/

Dhugaa qabna, dhugaan hin cittu!
07/12/2022

Dhugaa qabna, dhugaan hin cittu!

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr.Bulti MD posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category