Dr. Finfine Oromia

Dr. Finfine Oromia Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dr. Finfine Oromia, Mental Health Service, Oromia, Addis Ababa.

29/03/2022

OFÎTTI AMANAMUMMAAN ICCIITII MILKAA'INNAATI!
Of shakkaa hin shokoksiin‼️

Oromoo fi Adawaa
03/03/2022

Oromoo fi Adawaa

13/02/2022

GUNGUME!

08/01/2022

BULLOON GARMAAMU TOLA
MAAF MANA HIDHAA OOLAA

 "👉 'Wanti gatii jabeessi kam illee gatii guddaan itti ba'uu isaa ibsa.'👉Wanta guddaa hawwuun wanta guddaa argachuu miti...
05/01/2022


"👉 'Wanti gatii jabeessi kam illee gatii guddaan itti ba'uu isaa ibsa.'
👉Wanta guddaa hawwuun wanta guddaa argachuu miti. Wanta guddaa argachuuf gatii guddaa itti baasuun dirqama.
👉Ati akkasumatti kaayyoo kee dhugoomsi malee karaa gabaabaa hin filatiin.
👉Osoo keekiin si eeguu daabboo hin quufiin! Osoo ulfinni si eeguu salphina hin mi’eeffatiin! Osoo fiixaan ba’insi si eeguu fiixee rakkinaa hin dhaabatiin!
👉Yaada xiqqoo qabaachuu caalaa miindaa xiqqoo qabaachuu wayya. Karaa gabaabaan maddi isaa yaada gabaabaadha.
👉Karaa gabaabaan kaayyoo sirriin dhugoomee hin beeku. Boris hin yaalamu. 👉Kaayyoo sirrii qabda taanaan gatii kaayyoon kee madaalu ofuma keetii beekii kaffali.
👉Kaayyoon gatii sirriin itti hin bane maqaan isaa kaayyoo hin jedhamu wayyooo jedhama malee.
👉Karaa gabaabaa fayyadamuun kaayyoo dheeraa galmaan gahuuf yaaluu jechuun akka dubartii osoo hin ulfaa’iin da’uudhaaf mana yaalaa deemtuuti.
#:- Kanaaf; 👉mul’ata keef of eeggannoo taasisi!
👉Karaa gabaabaadhaan kaayyoon dhugoomu hin jiru.”

Kitaabni Wabii:- #"SIIF_GALEERAA?"( G/Prof. Miratuu Shaanqoo)
Chanaalii Telegraamii keenya join gochuun dhangaa dhihaatutti dhihaadhaa
https://t.me/Xiinssammuu
https://t.me/Xiinssammuu
https://t.me/Xiinssammuu

Welcometo our channel! From this channel u'll get:- 👩‍⚕️ Advice from Health professionals 📚 Book reviews 🤑 Motivational videos& quotes, 📷Short comedy videos 📻Breaking news 😨 ...& so on

17/11/2021

"Na guubate garaani (*2)
Keessattuu mar'immani...)"

07/11/2021

Yaa Rabbii
Yaa Uumaa
Ati Nagaa
Biyya keenyaaf buusi🙏🙏🙏

Tolsaa Burqaa hedduu galatoomi qalamni kees hin gu'iin.
08/10/2021

Tolsaa Burqaa hedduu galatoomi qalamni kees hin gu'iin.

The most five effective relieving from depression
( Mala ittisa Dawweessaa shanan)
1. Miira ofii hubatanii of bashannansiisuu
2. Bishaan qorraan qaama dhiqachuu
3. Uumamatti michoomuu
4. Jireenya hawwaasummaa cimsuu.
5. Hojii ofirra hin tuulin, hojii malees hin taa'in.

Ibsa guutuuf
Agarsiiftuu telegram 👍👌 jedhu hordofaa.

Address

Oromia
Addis Ababa

Telephone

+251976631400

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Finfine Oromia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram