Keku pharmaceutical plc

Keku pharmaceutical plc Promotion and sell services in human medicine and medical equipment wholesaler services online

New available baby formula
28/06/2022

New available baby formula

KEKU PHARMA PLC
28/06/2022

KEKU PHARMA PLC

18/10/2021
13/08/2021

Battala dhiphatutti wantoota armaan gadii gochuu hindagatin .
=======================================
🍀Nyaata salphaa kan kuduraalefi muduraleetin badhaadhee nyaachuu,
🍀Haala jireenyaakee sirreessuu. Fakkeenyaaf, Jireenya salphaa jiraachuu, gosoota hojii heddumeesuufi karooraan hojjechuu
🍀Qorichoota ajaja ogeessa ala ajajaman fudhachuu dhiisuu. keessumattuu qorichoota sammuu nama dadammaqsaniif sammuu nama mukeessan fudhachuurra of eegaa.
🍀Sochiin qaama bay'ee murtessaadha ,dhiphina qofaaf osoo hin taane dhibeewwan biraafillee sochiin qaama daraan barbaachisaadha.
🍀Hirribaa gahaa rafuu fi yeroo baratametti rafuu.
🍀Rakkoof furmaata barbaaduu
🍀Miira ofii nama itti dhihoo jiruuf qooduu.
🍀Yeroo dhiphatan namoota biroo gargaaruu ykn waan gaggaarii dalaguuf yaaluun Miira keenya gara gammachuutti jijjiira.
🍀uumaakee waliin hariiroo uumi

Fayyaa hin dhabinaa

Tolosa burqaa

07/07/2021

Hey, we’re Healthline. We’re passionate about all things health and wellness, and we’ve got the content to prove it. Ready to own your health? We’re ready to support you.

27/06/2021

''Ani Oromoof qaaliidha!''
Haacaaluu Hundeessaa

Address

Addis Ababa, Addis Ketema Sub City
Addis Ababa
1247

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Keku pharmaceutical plc posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Keku pharmaceutical plc:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram