31/10/2025
๐ฅ Hospitaalli Aliyaans hawaasa magaalaa Shaashamannee fi naannawa isiitiif tajaajila fayyaa amanamaa kennuuf qophii xumuree jira. Ogeessa yaala Yuroolojii keenna Dr. Alemu Bedado Hirpo waliin wal-baraa! Gargaarsa ogummaa fi kunuunsa si'ataa waliin, fayyaa keessan tiksina.
๐ฅ Alliance Hospital is ready to provide reliable health services to the community of Shashemene and its surroundings. Meet DR Alemu Bededa, our Urologist โ delivering expert care and compassionate service to protect your health.
๐ Expert Care, Exceptional Service!
๐ Shaashamannee, Itoophiyaa โ Hoteela Hamiltan irraa gara daandii Baale geessutti meetira 150 fagaannee argamna.
๐ 0462112524 | 0462112535