Dr. Kennaa Tufaa

Dr. Kennaa Tufaa Fuula Feesbuukii kiyyaa 'Follow' gochuun odeeffannoo adda addaa argachuu dandeessu.

(2)

Bilbila yeroo bilbillu gurra mirgaatti qabatuun sammuu keenya miidha. Fageenyi gurri mirgaa sammurraa qabu baay'ee gabaa...
01/04/2026

Bilbila yeroo bilbillu gurra mirgaatti qabatuun sammuu keenya miidha. Fageenyi gurri mirgaa sammurraa qabu baay'ee gabaabaa waan ta'eef electromagnetic radiation bilbilarraa ba'u salphaatti sammuu teenya dhaqqabuun sammuun teenya rakkoowwan fayyaa wal-xaxaaf saaxila. Kanaaf yeroo bilbilaan haasoytan gurra bitaa fayyadamaa.
👇👇
https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

Saaynsiin akka jedhutti namni gadi jedhee moobayillii fayyadamu(wa dubbisuuf ykn barreessuuf) nama morma isa irratti mee...
01/04/2026

Saaynsiin akka jedhutti namni gadi jedhee moobayillii fayyadamu(wa dubbisuuf ykn barreessuuf) nama morma isa irratti meeshaa 12kg ulfaatu rarraafate/baatun wal-qixa. Kun ammoo suuta suutan maashaa mormaa fi dugda osoo nutti hin beekkamne akka citan taasisa. Haala kanaan yeroo dheera booda dhukkubbi mormaa fi dugdaaf nu saaxila. Namoonni baay'een yeroo amma dhukkubbii dugdaan rakkachuurratti argamu. Kanaaf jechas yaalii hin barbaachifneef (operation) godhatu. Dhukkubbii dugdaaf sababoonni baay'een jiraatanis bilbila yeroo dheeraa fayyadamuun sababa ijoofii yeroo ammaa namoota baay'ee rakkisaa jiru akka ta'e beekuun barbaachisaadha.
Galatoomaa!!! Fayyaa dahaa!!!
👇👇
https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

Saaynsiin akka jedhutti namni gadi jedhee moobayillii fayyadamu(wa dubbisuuf ykn barreessuuf) nama morma isa irratti mee...
31/03/2026

Saaynsiin akka jedhutti namni gadi jedhee moobayillii fayyadamu(wa dubbisuuf ykn barreessuuf) nama morma isa irratti meeshaa 12kg ulfaatu rarraafate/baatun wal-qixa. Kun ammoo suuta suutan maashaa mormaa fi dugda osoo nutti hin beekkamne akka citan taasisa. Haala kanaan yeroo dheera booda dhukkubbi mormaa fi dugdaaf nu saaxila. Namoonni baay'een yeroo amma dhukkubbii dugdaan rakkachuurratti argamu. Kanaaf jechas yaalii hin barbaachifneef (operation) godhatu. Dhukkubbii dugdaaf sababoonni baay'een jiraatanis bilbila yeroo dheeraa fayyadamuun sababa ijoofii yeroo ammaa namoota baay'ee rakkisaa jiru akka ta'e beekuun barbaachisaadha.
Galatoomaa!!! Fayyaa dahaa!!!
👇
https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

RAAJII ADDAA💥(CGPA: 3.97, Geeba lama🏆🏆)Barattuun Iyyerus Birhaanuu yuunivarsiitii Walloo, muummee Accounting and Finance...
30/03/2026

RAAJII ADDAA💥
(CGPA: 3.97, Geeba lama🏆🏆)

Barattuun Iyyerus Birhaanuu yuunivarsiitii Walloo, muummee Accounting and Finance irraa batch kanaan qabxii olaanaa CGPA 3.97 fiduudhaan badhaafamtuu geeba(waancaa) lamaa fi warqee taatee jirti.

Kan shamarranii barana adduma; modeela sammuu fi bifaa qabaachuun akkasitti.

Congratulations!
👇
https://t.me/Abcoromoo

Yeroo Walqunnamtii Saal,aa Dubartiin  Fedhii Ba'uu Ishii Akkamitti Beekna?◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◉  Yeroo walqunnamtii saa,laa fe...
30/03/2026

Yeroo Walqunnamtii Saal,aa Dubartiin Fedhii Ba'uu Ishii Akkamitti Beekna?
◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈
◉ Yeroo walqunnamtii saa,laa fedhii isaanii ba'anii xummuruun dubara irra gara dubaraatti garaagarummaa qabaachuu danda'a. Dubartoonii tokko tokko sirumaayyuu waan fakkeessaniif dhiirri akka ishiin fedhii baate beekun ni ulfaata. Dhumarratti dubartiin yeroo fedhii baatu sagaleen ishiin dhageessiftu yookin gochi ishiin agarsiiftu ni jira.

➲ Hargansuu fi dha'annaan onnee ishiitu dabala.
➲ Qaamni ishii baqee ifee mul'ata.
➲ Miira gammachuutu itti dhaga'ama.
➲ Of too'achuu dadhabdee of wallaalti.
➲ Qaamni ishii ni hoollata.
➲ Nafsaalli ishii ni jijjiirama.
➲ Qaama saalaa keessaa dhangalaa'an gadi nam'a.
➲ Haasawaa feeti, oduun itti mi'aawa.

As tuquun telegraama irraatti Hi jedhaa.❤
👇👇
https://t.me/drhoneliat12em

Mallattoolee dubartiin takka yeroo dhiira tokko wajjin walqunnamtii saa,laa raawwachu barbaadde agarsiistu.Rabbiin dubar...
30/03/2026

Mallattoolee dubartiin takka yeroo dhiira tokko wajjin walqunnamtii saa,laa raawwachu barbaadde agarsiistu.

Rabbiin dubartiifi dhiira akka fedhii tokko qabaatan godhe hin uumne jechun kiyya dubartii dhiira feesisa dhiiraa dubartiidha feesisa. Akkasuma karaan itti fedhii sani ibsatanis adda adda. Dhiiroonni karaa salphaa ta'een walqunnamtii saalaa raawwachu barbaadan. Kanaafu dhiirti ifaan ifatti fedhii sii ibsachuu barbaaddi. Dubartoonni garuu fedhiisani ifaan ifatti himachuu hin barbaadan. Dubartoonni fedhii isani dubachuun oson taane mallatoodhan ibsatu.

Dubartiin tokko dhiira tokko wajjin walqunnamtii saalaa raawwachu yoo barbaadde mallattoolee armaan gadii kana itti agarsiisti.
Dhiiroonni mallattoleen dubartii yoo walqunnamtii saalaa si wajjin raawwachu barbaadde agarsiistu kana qabadha.

■ yommu si bira dhuftu uffata walqunnamtii saalaatif si kakaasu uffachun si bira dhufti.
■ sitti dhiyaatti jechun kiyya yommu si bira teessu mataa sirra keeyyatti, haasa gaari sif haasa'a irree kee qaqqabatti.
■ yeroo kan arman olii laman kana goote booda sibira tesse hidhishe arraban arraabu xuuxuu fi akkasumas cininu eegalti.
■ si dhudhungachuu nannawa qaama saala ke si qaqqabachuu fi akkasumas si hammachuu eegalti.
■ ija kee keessa yeroo dheeraf si ilaalti fa'adha.
■ hafuura dheeressite fudhachuu oso ittin yaadin aadu (involuntary moan) fi kkf.
Dhiirti wal qunnamtii saalaa baay'ee jaalata
Dubartiin dhiira caala jaalatti garuu karaa mul'ata ta'een miti.

Guutuu isaafi barnoota fayyaa kan biroo bifa viidiyoo asiin dawwadhaa❣️
👇👇
https://t.me/drhoneliat12em

Walqunnamtii saalaa booda wantoota 6 gochuu qabdan.***********1. Naannoo qaama saalaa bishaan ho’aan, tarii immoo yoo ba...
30/03/2026

Walqunnamtii saalaa booda wantoota 6 gochuu qabdan.
***********
1. Naannoo qaama saalaa bishaan ho’aan, tarii immoo yoo barbaachise saamunaa salphaadhaa fi foolii hin qabnen suuta dhiqadhaa.
2. Saamunaa humna jabba fi foolii qabun hin dhiiqatina. Madaallii uumamaa baakteeriyaa jeequu waan danda’uuf.
3. Fincaan finca'aa: Walqunnamtii saalaa booda fincaan fincaa'un baakteeriyaa ujummoo fincaanii seenuu danda’u baasuuf gargaaruu danda’a, kunis carraa dhukkuba UTIs hir’isa.
4. Bishaan Dhugaa: Wal qunnaamtii saalaa booda bishaan ykn dhangalaan qaama keessaa tiqaachu waan danda'uuf bishaan dhuguun barbaachisaa dha.
5. Harka Dhiqachuu: Harka keessan naannoo qaama saalaa tuttuuyxe booda sirriitti dhiqadhu.
6. Qormaata ykn investigation STI fi HIV godhaa: Yoo hiriyaa gaa’elaa haaraa wajjin walqunnamtii saalaa of eeggannoo malee raawwatte ta’e, dhukkuboota walqunnamtii saalaatiin daddarbaniif qoratamaa.💕

Telegraama irraatti Hi nan jedhaa.❣️
👇👇
https://t.me/drhoneliat12em

Wantoota hirriiba qulqullina gaarii qabu akka hin rafne nu godhan keessaa tokko abjuu badaa ta'e abjoochudha. Abjuu bada...
29/03/2026

Wantoota hirriiba qulqullina gaarii qabu akka hin rafne nu godhan keessaa tokko abjuu badaa ta'e abjoochudha. Abjuu badaadhaaf sababni tokko immoo dhiphina hamaa ta'eedha. Muuzii tokko rafuun dura sa'aa 1 duursanii nyaachuun dhiphina ni hir'isa, kun immoo abjuu badaa ta'e ni ittisa, walumaagalatti hirriiba qulqullina gaarii qabu akka rafnuuf baay'ee nu gargaara.
Galatoomaa!!!
👇👇
https://t.me/naf37fspainbv
https://t.me/naf37fspainbv

Faayidaa Dinqii Dabaaqula/Buqqee (Pumpkin)/ (دباء,يقطين,قرع)Bakka tokko tokkootti buqqeen waan akka soorata namoota hark...
28/03/2026

Faayidaa Dinqii Dabaaqula/Buqqee (Pumpkin)/ (دباء,يقطين,قرع)

Bakka tokko tokkootti buqqeen waan akka soorata namoota harka-qalleeyyii ta'eetti yaadama. Ilaalchi akka kanaa hedduu keeny bira ture. Anis dubbaan soorata maatii harka qalleeyyii fi waan rakkunnumaaf qofa nyaatamu jedhee yaada ture. Kun ilaalchuma hawaasa keenya irraa dhaalle malee dhugaa miti.

Buqqee tuffii irraa kan ka'e oyiruu keessaa aramnee ganna ture. Yoo biqilee nyaataaf qaqqabes horii nyaachisuu ykn tortoree gatuu malee akka soorata barbaachisaatti hin ilaallu ture.

Garuu Buqqeen qabiyyee ajaa'ibaa soorataaf barbaadamoo ta'an hedduu of keesaa akka qabu qorannoo saayinsawaan mirkanaa'e jira.Buqqeen midhaan waan hundi isaa-(foon, ija, baala) nyaatamu waan ta'eef; qabiyyee nyaata madaalawaa hedduun badhadhee jira.

Hubannoo dhabuu irraa hanga inni gahu bakki hin kennamneef ture. Namoonni akkuma qabiyyee isaa baraa dhufaniin garuu tarree nyaata filataamaa keessaa tokko godhatanii fudhachuun bifa gara garaatiin hojjetanii nyaatu. Biyyoota guddatan keessatti buqqeen nyaataaf ooluun beekamaadha.

Buqqeen nyaataaf qofa usuu hin taane qabiyyee qorichaa kan ajaa'ibaa akka qabus ogeeyyiin qorannoo godhanii mirkaneessanii jiru.

Iji buqqee madda vitaaminootaa, mineraalotaafi 'qibaatii' [coomaa] barbaachisoo ta'aniiti, keessumaa ammoo biyyoota guddachaa jiraniif jedhu ogeeyyiin dhimma kanarratti qoratan. Buqqeen hanga faayidaa hedduu qabu beekamuu baatus garuu qorannoon bal'aan irratti hojjetameera.

Qorannoon gaggeeffaman akka agarsiisanitti qabiyyeen buqqee danuudha. Buqqeen kaansarii gosa gara garaa ittisuu kan danda'u antioxidants'tiin badhaadhaadha. Niwutireentota hedduun badhaadha, kaalorii xiqqaa qaba.

Qaama namaa keessatti sirna dhukkuba ofirraa ittisuu qaama namaa kanneen cimsan akka Vitaamin A, C, E, akkasumas ayireeniin badhaadhaadha.

Daa'imman hir'ina vitaaminaa qabanii fi daa'imman reefuu dhalataaniif daakuu bishingaa ijoolleef qophaa'etti makuun yoo kenname bu'aa guddaa qaba.

Buqqeen foon isaa, ija isaa, akkasuma baala isaatu nyaatama. Kan hinnyaatamne daraaraa isaa qofaadha.

Dhaabbanni UN-FAO, buqqeen midhaan egeree addunyaaf abdii ta'udha jedhanii amanu.

Faayidaa buqqeen gama fayyaa namaaf kennuu....

▪Fayyaa onnee keenyaatiif
▪Fayyaa ija keenyaatiif
▪ Raammoo garaa keessaa qulqulleessuuf
▪ Dhukkubbii buusaa(dhukaa)tiif
▪Cirracha kalee akka hin uumamne taasisuuf
▪ Daa'imman halkan siree keessatti fincaa'aniif ni gargaara.
▪Moluu yeroo malee dhufu ni hir'isa.
▪ Dandeettii dhibee ofirraa ittisuu qaama keenyaa ni dabala.
▪Keemikaalota qaama keessatti summii ta'an dhabamsiisuuf
▪ Fayyaa gogaa keenyaaf

Zayita sanyii Dabaaqulaa/Buqqee fi Faayidaa isaa:-

Zayitiin sanyii buqqee irraa qophaayu▰ Fayyaa ijaa keenyaaf, harcaatii rifeensa mataa dhoorguu fi rifeensa haphate bakkatti deebisuuf gargaara. Gara biraan ammoo, Cirraacha kalee balleesssuf, sanyii hormaataa dabaluu fi humna dhiiraa cimsuuf bu'aa qaba.

Dabalataan Dhiibbaa dhiigaa fi itita dhigaa balleessuuf ujummoo dhiigaa sochoosuu ni dabala. Kaansarii harmaa hir'isuuf, Hirriba gaarii akka rafnuuf kan gargaaru maagniziyeemiin baay’inaan of keessa qaba.

BARANA ADDUMA💥(CGPA 3.95)Barattuun Beetaliheem Nagaash Guddataa jedhamti; Yuunivarsiitii Walaayittaa Sooddoo irraa qabxi...
28/03/2026

BARANA ADDUMA💥
(CGPA 3.95)

Barattuun Beetaliheem Nagaash Guddataa jedhamti; Yuunivarsiitii Walaayittaa Sooddoo irraa qabxii olaanaa galmeessuudhaan geeba(waancaa) fi badhaafamtuu Warqee taatee jirti.

CGPA:3.95 kan fidde Beetaliheem akka walii gala batch kanaatti qabxii olaanaa galmeessuu dandeessee jirti; bara kana yuunivarsiitiilee hedduurraa olaantummaa gonfachuu irratti kan argaman SHAMARRAN hin danda'amne.

Congratulations my Sis!
👇👇
https://t.me/addlist/CNfReflaIBRhNDE0

"Daa'imni Dhalatu Dhalaa/Dhiira Ta'uu Kan Murteessu, Abbaadha Moo Haadha?"**********************************************...
28/03/2026

"Daa'imni Dhalatu Dhalaa/Dhiira Ta'uu Kan Murteessu, Abbaadha Moo Haadha?"
***********************************************
Saalli daa'ima dhalatu tokkoo dhiiraa fi dhalaa ta’uun hojii Rabbii ta’uus, saayinsiin akka ibsutti saala daa’imaa kan murteessu chromosome abbaa irraa dhufuudha. Chromosome dhiiraa XY yoo ta’u, kan dubartii immoo XX dha. Dhiirti chromosome Y ykn X kennuu danda’a, dubartiin garuu yeroo hundaa chromosome X qofa arjoomti. Kanaaf, saala daa’imaa murteessuu irratti gaheen guddaan sanyii dhiiraa irraa dhufa. Yoo dhiirti chromosome Y kenne, daa’imni dhiira ta’a; yoo X kennu immoo dhalaa taati. Akkuma beekamu, dhiirti yeroo wal qunnamtii takkatti sanyii kormaa miiliyoona shanii ol dhangalaasu. Sanyiiwwan kanneen keessaa tokko qofaatu carraa hanqaaquu cabsuu aragata. Sanyii dhiiraa keessatti chromosome lachuu X fi Y ni argamu. Chromosome Y saffisaan fiiga, garuu yoo hanqaaquu hin arganne dafee du’a. Chromosome X immoo suuta fiiga, garuu hanga guyyaa sadiillee obsaan hanqaaquu eeggachuu danda’a. Yoo wal qunnamtiin osoo hanqaaquun gadi hin lakkifamin raawwatame, chromosome Y dafee waan du’uuf, chromosome X carraa eeggachuu qaba. Yoo hanqaaquun gadi lakkifamtee fi wal qunnamtiin hanga guyyaa lama keessatti raawwatame, chromosome Y saffisaan dursuun dhiira dhalachuu ni danda’a. Haata’u malee, sanyiin dhiiraa saala daa’imaa murteessuu danda’ullee, chromosome X fi Y keessaa kamtu akka irra oolu carraadha. Yoo chromosome Y carraa irra ooluu akka qabaatu barbaadame, tibba hanqaaquun gadi lakkifamuutti dhiyaatanii torbee tokkoof walitti aansuun wal qunnamtii saalaa raawwachuun barbaachisadha.
***********************************************
Kanaaf namoonni haati warraa tiyya dhalaa malee ykn dhiira malee dahuu hin dandeessu jechuun dogoggoraan bultii diigaa jirtan dogogoraan badii ishii malee haadha warraa teessan maqaa balleessurraa of qusadhaa! Dogoggoraan bultii teessan diigurraa of qusadhaan dhaamsa kiyya. Barreeffama kana erga dubbiftan booda share godhaa!

Address

Bole
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Kennaa Tufaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category