Firaol Teklu

Firaol Teklu Alutta continua

03/06/2023
JESUS is the only name under heaven that can safe!
14/09/2021

JESUS is the only name under heaven that can safe!

06/09/2021

Bakka itti kitaabaa "Bu'uura Fayyaa Daa'immanii'' argattan!...............................................................
FInfinnee -0987099813/ 0920922565.
burayyuu--0947240359.
Gimbii-0917815722
mattuu-0917135553
bishooftuu-0939846773.
Adaamaa-0920088546.
shashemene-0952448043 ykn 0932131983.
naqamtee-0922179704.
jimmaa-0983946677
Asallaa-0949775050
Amboo-0917455544
!

09/08/2021

Bu'uura Fayyaa Daa'immanii(BFD)!
-Daa'imniko akka dhalateen dhibee suura armaan gadii irratti mullatu qaba. dhibeen kun maal irraa dhufa. gara fuula duraa daa'ima dhibee kana hin qabne godhachuuf maal gochuun qaba?...................................................................................................................................
Dhibeen kun Gosoota dhibee 'spina befida ' jedhaman keessaa isa tokko ta'ee kan jedhamu dha. Dhibeen kun kan daa’imman waliin dhalatu ta’ee lafeen dugdaa fi mataa guutummaatti cufachuu dhiisuun qaawwii uumamee qabiyyeewwan lafee dugdaa fi sammuu keessatti argaman kan akka narvii alatti ba’uun mullachuudha.
Waggaa waggaan daa’imman kuma dhibba sadii ol ta’an dhibee kana waliin dhalatu jedhamee yaadama.kana jechuunis daa’imman 1000 dhalatan keessaa daa’imni tokko dhibee kana waliin dhalata jechuudha.
Dhibeen kun maalirraa akka dhufu guutumatti beekamuu baatus kanneen dhibee kana fidu jedhamanii beekaman gurguddoon:-
 Kan sanyiin dhufu.
 Haati daa’ima dhibee kana qabu duraan deesseetti yoo ta’e carraan daa’imni lammaffaa dhibee kana qabaachuu ni dabala.
 Haati qoricha dhibee gaggabdoo yeroo ulfaa fudhataa turte yoo ta’e.
 Haati furdina hamaa yoo qabaatte.
 Haati dhibee sukkaaraa kan qabdu yoo taate.
 Ho’inni qaama haadhaa yeroo ulfaa olka’eera yoo ta’e.
 Haati dhugaatii alkoolii qabu yeroo ulfaa dhugaa kan turte yoo ta’efi kkf dha.
Dhibee kana guutummaatti hambisuun kan hin danda’amne yoo ta’eyyuu hedduu isaa karaalee armaan gaditti heeramaniin hir’isuun ni danda’ama.
Shamarran umuriin isaanii wal-hormaataaf ga’e hundi isaanii nyaata vaayitaaminii ‘’folic acid’’ jedhamu guyyaa guyyaan yoo xiqqaate 400mcg (0.4mg) qabu soorachuun carraa daa'ima dhibee kana qabu godhachuu daran hir'isa.
Akkasumas haati carraan daa’ima dhibee kana qabu godhachuu ishee olka’aa ta’e osoo hin ulfaa’in dura ji’a tokkoo hanga ulfooftee ji’a sadiitti ogeessa fayyaa mariisisuun qoricha ‘’folic acid’’ jedhamu guyyaa guyyaan 4000mcg (4mg) fudhachuu carraa daa'ima dhibee kana qabu godhachuu persantaa 50% oliin hir'isuu ni dandeessi.
--**akkasumas erga ulfaa'anii booda hordoffii ulfaa taasisuun dafanii adda baasuun furmaata itti haanu hakiima mariisisuu dha.
!

04/08/2021
29/06/2021

An argeera Guddummaakee!

God is good all the time 🙏
18/05/2021

God is good all the time 🙏

10/02/2021

Fayyaan Qabeenya!

Address

Finfinne Or Addis
Addis Ababa
TOLAYESUUS

Telephone

+251910057801

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Firaol Teklu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Firaol Teklu:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram