Dr Nafyad Getu

Dr Nafyad Getu Dr. Nafyad Getu Official page. 💥 💥

💥 Vacation time 💥💥
08/06/2024

💥 Vacation time 💥💥

Waaqayyo oolchaadha!Torban lamaan darbe Anaaf maatikoof torbee dhiphinaa ture !Abbaan kiyya balaa konkolaataa hamaa isa ...
13/05/2024

Waaqayyo oolchaadha!
Torban lamaan darbe Anaaf maatikoof torbee dhiphinaa ture !
Abbaan kiyya balaa konkolaataa hamaa isa mudatee miidhamee yaalarra ture. Balichi hamaa tahus Waaqayyo Abbaakoo lubbuusaa naaf oolcheera!

Konkolaataan isaan ittiin deemaa turan boolla keessatti galagalee namoonni muraasni duhaniiru!
Kaan hedduu miidhamanii turan !
Waaqayyo abbaakoo duharraa baraaree lubbuusaa naaf hambiseera!

Miidhaan irra gahus , miidhaa sanarraa dandamatee turtii torban lamaaa booda amma dandamatee hospitaalaa bahee gara manaatti galeera!

Dookterootaafi Ogeessonni fayyaa Hospitaala Riferaalaa yuunivarsiitii wallaggaa tumsa abbaakoof gootaniif hundi keessan guddaa Galatoomaa!

Addumaan hiriyaa kiyya Dr. Gurmeessaa tumsa Hanga dhumaa nuuf gooteef guddaa Galatoomi

Hiriyyoonni kiyya hanga dhumaatti qaamaaf bilbilaan na jajjabeessaa turtan hundi keessan Galatoomaa!

💥 Vacation time 💥 💥
13/05/2024

💥 Vacation time 💥 💥

🥰🥰🥰📸 𝙥𝙞𝙘 𝙤𝙛 𝙩𝙝𝙚 𝙙𝙖𝙮🔆
04/05/2024

🥰🥰🥰
📸 𝙥𝙞𝙘 𝙤𝙛 𝙩𝙝𝙚 𝙙𝙖𝙮🔆












Vacation time 💥💥
01/05/2024

Vacation time 💥💥

  💥 💥
27/04/2024

💥 💥

Ied Mubarak!
10/04/2024

Ied Mubarak!

💥 Vacation time 💥💥
08/04/2024

💥 Vacation time 💥💥



Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr Nafyad Getu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category