Badhaasaa Ahmed

Badhaasaa Ahmed Official Facebook account follow me
(1)

Jaalalaa qulqulluu hin moofoynen Isiniif qabaa an Obboleessii keessan Yaadamtan wallahi ❤️🥰Amaan Bari
15/10/2025

Jaalalaa qulqulluu hin moofoynen
Isiniif qabaa an Obboleessii keessan
Yaadamtan wallahi ❤️🥰
Amaan
Bari

14/10/2025

Reality ....
This is reality of life

11/10/2025

Gorsaa Baabaa sheikh Amin Intalaa qilleensarraa buusan gurbaa qilleensarraa buusan ni beektanii? Ajab

Nama hunda wajjiin amala Gaarii qabaadhu 🥰❤️
11/10/2025

Nama hunda wajjiin amala Gaarii qabaadhu 🥰❤️

Yeroo Kamuu ykn Iddoo kammittu Gammachuu mataa keetii qabaadhu 🥰❤️
09/10/2025

Yeroo Kamuu ykn Iddoo kammittu
Gammachuu mataa keetii qabaadhu 🥰❤️

07/10/2025

Namni akka haadha eessa jira laata rabbiin umrii Nuuf haa dheeressu haadha teenya wallahi


Mammisha

Ano sinjaaladha nama hundaa caalaa🥰❤️
05/10/2025

Ano sinjaaladha nama hundaa caalaa🥰❤️

Kabajamoo mistar shakir Fuula barii Magaalaa galamso Akkam bultan silaa ummataa jaalalaa
04/10/2025

Kabajamoo mistar shakir
Fuula barii Magaalaa galamso
Akkam bultan silaa ummataa jaalalaa

An yeroo kamuu ilaalcha bareedan Siif qaba wallahi Jumma milkii jenne
03/10/2025

An yeroo kamuu ilaalcha bareedan
Siif qaba wallahi Jumma milkii jenne

Mallattoon Miirra Gammachuu kee itti Ibsattu keessa tokko seequdha.Mammisha seeqi gammaddi bro❤️🥰
01/10/2025

Mallattoon Miirra Gammachuu kee itti
Ibsattu keessa tokko seequdha.
Mammisha seeqi gammaddi bro❤️🥰

Iddoo gagaarii fi namoota gagaarii wajjiin yeroo Teessu waan gagaarii irraa barta beeki Akkam oltaan 🥰❤️
30/09/2025

Iddoo gagaarii fi namoota gagaarii wajjiin yeroo Teessu waan gagaarii irraa barta beeki Akkam oltaan 🥰❤️

Address

Line
Bedesa

Telephone

+251933428658

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Badhaasaa Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Badhaasaa Ahmed:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram