28/11/2025
Nama Biyya Oromoo 🥰
Waggoota dheeraa dura akka har'aa kana Doktorummaan biyya keessa hin guunne! Gaafas Namoota Muraasa jira isanumatu garuu waa baayyee gita!
Dr. Fekede Jara Gobana Waggoota hedduuf Oogummaa isaaniin hawaasa keenyaa baadiyaa fi Magaalaa Najjoo tajaajilaniiru! Oogummaa fi Dandeetti isaanii kanaanis hawaasa keenya biratti Jaalala fi beekamtii, akkasuma kabaja guddoo qabu!
Namni kun waaqa gaditti lubbuu haadhota baayyee, Daa'imman danuu bararaniiru!
Najjoo - Hamma Beegiitti Hawaasni keeenya jiru Namni Nama kana walaalee hin jiru ! Hawaasicha haala rakkisaa fi Nuffisiisa keessatti tajajilaniiru Nama Galataati!
Dr. Faqade Fayyaa Guutuuf Umurii jaaraa