Badhaasaa Ahmed

Badhaasaa Ahmed Official Facebook account follow me

Jumma milkii nuuf haa ta'u Obboleeyyan ❤️🥰
27/03/2026

Jumma milkii nuuf haa ta'u Obboleeyyan ❤️🥰

Hojjileen keenya akkumaa itti fufeetti jira woo! kootta irraa fayyadama isiniin jenna asumaanu obboleessaa kiyya Arafan ...
26/03/2026

Hojjileen keenya akkumaa itti fufeetti jira woo! kootta irraa fayyadama isiniin jenna asumaanu obboleessaa kiyya Arafan Eebba waan qabuuf yeroo gabaabaa keessatti kan isin beeksisuu taha
Hojjileen nutii hojjannu
1 poster
2 banner
3 logo dhabbataa keessaniif
4 business card
5 Certificate
6 sticker garagara nu biratti ni argattu
Lakkoofsa bilbilaa 0999295155 0933428658 nu qunnamaa!!

Kana beektuu ❗️Islaamummaan amantii qofa osoon taane moodela jiruuf jireenyaati ,Alhamdulilh jedhii mee 🥰❤️
25/03/2026

Kana beektuu ❗️
Islaamummaan amantii qofa osoon taane moodela jiruuf jireenyaati ,
Alhamdulilh jedhii mee 🥰❤️

Bara zanaaci turre sani woo har'a hin jedhinii Waay bara san 😆 ♥️🥰
23/03/2026

Bara zanaaci turre sani woo har'a hin jedhinii Waay bara san 😆 ♥️🥰

Obboleessa kiyya xiqqaa Nadhii wajjiin yeroo bareedan dabarsee Umrii naaf dheeradhu Obboleessa Koo Suuraan kan guyyaa Ii...
22/03/2026

Obboleessa kiyya xiqqaa Nadhii wajjiin yeroo bareedan dabarsee
Umrii naaf dheeradhu Obboleessa Koo
Suuraan kan guyyaa Iidatii Asumaanu Eid Mubarak jechuun Barbaada ♥️🥰

Alhamdulilaah Yaa rabbii Shukriin Yeroo hundaa keeti Exit exam bara shaa goone 🤲
13/03/2026

Alhamdulilaah Yaa rabbii Shukriin Yeroo hundaa keeti
Exit exam bara shaa goone 🤲

Yaa rabbii halkaan jabaa halkaan leeylatul qadrii san warra qunnamee irraa nu taasisii Yaa Allah 🥰♥️🤲
11/03/2026

Yaa rabbii halkaan jabaa halkaan leeylatul qadrii san warra qunnamee irraa nu taasisii Yaa Allah 🥰♥️🤲

Maxxansaa gargaara Yoo barbaadan gara keenya kootta isiniin jenna Hojjilee nutii hojjannu 1 poster 2 banner 3 logo dhabb...
09/03/2026

Maxxansaa gargaara Yoo barbaadan gara keenya kootta isiniin jenna
Hojjilee nutii hojjannu
1 poster
2 banner
3 logo dhabbataa keessaniif
4 business card
5 sticker fi certificate garagara nu biratti ni argattu
Lakkoofsa bilbilaa kanaan nu qunnamaa isiniin jenna 0999295155
0933428658

Yaa Rabbii Yaada Keenya fi Galmaa Keenya Bakkan nuuf gahii Yaa Allah ♥️🥰
08/03/2026

Yaa Rabbii Yaada Keenya fi Galmaa Keenya Bakkan nuuf gahii Yaa Allah ♥️🥰

jiruun soomana tun kan toltuun Qur'anaa rabbiitin rabbiin nuuf Haa laafissu obboleeyyaan ♥️🥰
07/03/2026

jiruun soomana tun kan toltuun
Qur'anaa rabbiitin rabbiin nuuf
Haa laafissu obboleeyyaan ♥️🥰

Dua'ii Ramadaana halkaan 9ffaa Rabbiin Soomana keenya nurraa haa qeebalu obboleeyyan koo 🥰❤️🤲
25/02/2026

Dua'ii Ramadaana halkaan 9ffaa
Rabbiin Soomana keenya nurraa haa qeebalu obboleeyyan koo 🥰❤️🤲

Address

Bedesa

Telephone

+251933428658

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Badhaasaa Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Badhaasaa Ahmed:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram