๐‰๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐‹๐ž๐ž๐ง๐œ๐š๐š

  • Home
  • Ethiopia
  • Bishoftu
  • ๐‰๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐‹๐ž๐ž๐ง๐œ๐š๐š

๐‰๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐‹๐ž๐ž๐ง๐œ๐š๐š ๐๐€๐‘๐Ž๐Ž๐ƒ๐€๐€ ๐‹๐„๐„๐๐‚๐€ ๐ƒ๐€๐†๐†๐€๐‹๐€๐€
โญ๐€๐๐Ž-๐–๐๐Žโญ
๐Ž๐‘๐Ž๐Œ๐ˆ๐˜๐€๐€๐ ๐๐ˆ๐˜๐˜๐€!

03/01/2026

๐€๐ฆ๐š๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข๐ง 1 2026 ๐€๐ค๐ค๐š๐ฌ ๐ญ๐ฎ๐ซ๐ž
๐๐š๐ซ๐ซ๐ข ๐ค๐ฎ๐ง ๐๐š๐ซ๐š ๐ข๐ง๐ฃ๐ข๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ก๐š๐š ๐ญ๐š'๐ฎ!
๐Ž๐‘๐Ž๐Œ๐ˆ๐˜๐€๐€๐ ๐๐ˆ๐˜๐˜๐€!
๐‰๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐‹๐ž๐ž๐ง๐œ๐š๐š

Yeroo dhiyootti      SIMBOOJL Jabeessaa Lammii
29/12/2025

Yeroo dhiyootti
SIMBOO
JL Jabeessaa Lammii

๐Ÿ‘‡๐ƒ๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ข ๐ก๐ข๐ง ๐๐š๐ซ๐›๐ข๐ข๐ง๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โ€Ž โ€ผ๏ธQabsoo haqaa tokko sirriitti hubachuu jechuun, hordofuu, kallattii isaa beekuu, akkasumas gal...
28/12/2025

๐Ÿ‘‡๐ƒ๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ข ๐ก๐ข๐ง ๐๐š๐ซ๐›๐ข๐ข๐ง๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โ€Ž โ€ผ๏ธ
Qabsoo haqaa tokko sirriitti hubachuu jechuun, hordofuu, kallattii isaa beekuu, akkasumas galma isaa fi bu'aa isaa xiyyeeffannoodhaan ilaaluu fi deeggaruu jechuudha. Kunis, akka ibsaatti, "qabsoon haqaaf deemaa jiru sun maal irratti akka hundaa'e, gara kamitti akka deemaa jiru fi maal akka barbaadu sirriitti hubachuu" dha.
โ€Ž
โ€Ž-Hubannoo Cimaa Qabaachuun Qabsoon sun maaliif akka eegale, bu'uurri isaa maaliin akka ta'e, eenyuun akka gaggeeffamu fi rakkoolee maalii furuu akka barbaadu sirriitti beekuu. Qabsoo sanaaf dhugaa fi haqa jiraatu hubachuu.
โ€Ž
โ€Ž-Kallattii fi Kaayyoo Qabsoo Beekuun Qabsoon kun gara kamitti akka adeemaa jiru, galmi isaa inni dhumaa maali akka ta'e, akkasumas karaa (strategy) akkamiitiin akka galma sana ga'u hubachuu. Kallattii qabsoo sanaa dogoggora yoo qabaate, sirreessuuf gorsa kennuufis ija qabaachuu.
โ€Ž
โ€Ž-Deeggarsa Qajeelaa Kennuudhaan Yoo qabsoon sun haqaan deemaa jiraate, deeggarsa barbaachisaa ta'e, kan akka humna namaa, gorsa, qabeenya yookaan haala addunyaatti beeksisuu (advocacy) kennuuf qophaa'uu. Deeggarsi kun kaayyoo qabsoo sanaa wajjiin kan walsimu ta'uu qaba.
โ€Ž
โ€Ž-Milkaa'ina isaa Hawwuun Akkuma qaama ijaan ilaaluu fi milkaa'ina isaa barbaadu, qabsoo haqaa sanaas milkaa'ina isaa hawwe, kadhate ykn deeggareera jechuudha.
โ€Ž
โ€ŽFkn,f
โ€Žโ€ข "Uummatni Oromoo qabsoo bilisummaa isaatti ija gochuu qaba." ummatni Oromoo qabsoo isaa kana sirriitti hubachuu, deeggaruu fi galma isaa sirriitti beekuu qaba jechuudha.
โ€Žโ€ข "Gaggeessitoonni qabsoo haqaa, ejjennoo isaaniitti ija gochuun, kaayyoo isaanii dhugaa ta'e irraa akka hin maqun mirkaneeffachuu qabu."
โ€Ž
โ€ŽWalumaagalatti, gama hundaan qabsoo sana sirriitti hubachuu, hordofuu, deeggaruu fi kabajuu dha. Kunis qabsoon haqaaf deemu sun galma isaa haqa qabeessa ta'e akka ga'uuf ga'ee guddaa qaba.
โ€Ž โœŠ
โœ๏ธ
๐‰๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐‹๐ž๐ž๐ง๐œ๐š๐š

27/12/2025

๐๐š๐ ๐š ๐–๐š๐ซ๐ซ๐š ๐ฐ๐š๐š๐ง ๐จ๐Ÿ๐ข๐ข ๐ฒ๐š๐š๐๐š๐ญ๐ฎ ๐ญ๐š๐š๐ง๐ž!
๐๐š๐ ๐š ๐†๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง!
๐‰๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐‹๐ž๐ž๐ง๐œ๐š๐š
Booree Lammii

๐ˆ๐ฆ๐š๐ฅ๐ฅ๐ข ๐ค๐ž๐ž ๐ ๐š๐ซ๐š ๐๐ฎ๐ซ๐š๐š....๐—œ๐—น๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฐ๐—ต๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ ๐—ถ๐˜€๐—ฎ ๐˜€๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ถ๐—ถ ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—น๐—ฎ ๐—ป๐—ฎ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ ๐—พ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚ ๐˜†๐—ผ๐—ผ๐—บ๐—ถ๐˜†๐˜†๐˜‚๐˜‚ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—ท๐—ถ๐—ท๐—ท๐—ถ๐—ถ๐—ฟ๐—ถ๐—ป. ๐—ก๐—ฎ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ'๐—ฒ๐—ฒ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ ๐—ต๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€...
26/12/2025

๐ˆ๐ฆ๐š๐ฅ๐ฅ๐ข ๐ค๐ž๐ž ๐ ๐š๐ซ๐š ๐๐ฎ๐ซ๐š๐š....

๐—œ๐—น๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฐ๐—ต๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ ๐—ถ๐˜€๐—ฎ ๐˜€๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ถ๐—ถ ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—น๐—ฎ ๐—ป๐—ฎ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ ๐—พ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚ ๐˜†๐—ผ๐—ผ๐—บ๐—ถ๐˜†๐˜†๐˜‚๐˜‚ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—ท๐—ถ๐—ท๐—ท๐—ถ๐—ถ๐—ฟ๐—ถ๐—ป. ๐—ก๐—ฎ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ'๐—ฒ๐—ฒ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ ๐—ต๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ ๐—ฑ๐˜‚๐—ฏ๐—ฏ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ป ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ต๐—ฎ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—ถ๐—น๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ถ๐—ป. ๐—ฆ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฏ๐—ป๐—ถ ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ๐˜€ ๐—ป๐—ฎ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ป๐—ถ ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ'๐—ฒ๐—ฒ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ ๐—ฎ๐—ท๐—ฎ๐—ป๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ด๐—ผ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—ต๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ ๐˜€๐—ถ ๐—พ๐—ฒ๐—ฒ๐—พ๐—ฎ๐—ป ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ'๐—ฒ๐—ฒ ๐—ฑ๐—ต๐—ถ๐—บ๐—บ๐—ฎ ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฒ๐—ธ๐—ฎ๐—ป ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐˜๐—ฎ'๐—ฒ๐—ฒ๐—ณ.
๐—š๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐˜๐—ผ๐—ผ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ!
๐‰๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐‹๐ž๐ž๐ง๐œ๐š๐š

๐’๐š๐ฆ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐š๐ค๐ค๐š๐ฅ๐œ๐ก๐š ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ก๐ฎ๐ง๐๐š๐š๐ญ๐ข.๐—ช๐—ฎ๐—ป๐˜๐—ถ ๐—ต๐˜‚๐—ป๐—ฑ๐˜‚๐˜‚ ๐˜€๐—ฎ๐—บ๐—บ๐˜‚๐˜‚ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ท๐—ฎ๐—น๐—พ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ. ๐—ฌ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ป๐—ถ  ๐—ฎ๐˜๐—ถ ๐˜€๐—ฎ๐—บ๐—บ๐˜‚๐˜‚ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜๐˜๐—ถ ๐˜‚๐˜‚๐—บ๐˜๐˜‚ ๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐˜€, ๐—ต๐˜‚๐—บ๐—ป๐—ฎ ๐—ด๐˜‚๐—ฑ...
26/12/2025

๐’๐š๐ฆ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐š๐ค๐ค๐š๐ฅ๐œ๐ก๐š ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ก๐ฎ๐ง๐๐š๐š๐ญ๐ข.

๐—ช๐—ฎ๐—ป๐˜๐—ถ ๐—ต๐˜‚๐—ป๐—ฑ๐˜‚๐˜‚ ๐˜€๐—ฎ๐—บ๐—บ๐˜‚๐˜‚ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ท๐—ฎ๐—น๐—พ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ. ๐—ฌ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ป๐—ถ ๐—ฎ๐˜๐—ถ ๐˜€๐—ฎ๐—บ๐—บ๐˜‚๐˜‚ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜๐˜๐—ถ ๐˜‚๐˜‚๐—บ๐˜๐˜‚ ๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐˜€, ๐—ต๐˜‚๐—บ๐—ป๐—ฎ ๐—ด๐˜‚๐—ฑ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ ๐—พ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ.
๐—ฌ๐—ผ๐—ผ ๐˜€๐—ฎ๐—บ๐—บ๐˜‚๐˜‚๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐˜๐—ผ๐—ผ๐—ณ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐˜€๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ถ๐—ถ ๐—ต๐—ผ๐—ท๐—ท๐—ฎ๐˜๐˜๐—ฒ ๐˜„๐—ฎ๐—ป๐˜๐—ถ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ ๐˜€๐—ถ๐˜๐˜๐—ถ ๐˜๐—ผ๐—น๐˜‚ ๐—ต๐˜‚๐—ป๐—ฑ๐˜‚๐˜‚ ๐˜€๐—ถ๐—ฟ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ท๐—ถ๐—ท๐—ท๐—ถ๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐—ฎ๐—ฟ๐—ด๐—ฎ๐˜๐—ฎ.
๐—Ÿ๐—ฎ๐—ณ๐—ฎ ๐—ป๐—ฎ๐—ด๐—ฎ๐—ฎ ๐—ข๐—ผ๐—น๐—ฎ๐—ฎ!
๐‰๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐‹๐ž๐ž๐ง๐œ๐š๐š

Assertive_person!Nama sammuu banaa qabu (open minded person), yaada nama biraa giddu galeessa godhee fudhata, waan isaaf...
25/12/2025

Assertive_person!
Nama sammuu banaa qabu (open minded person), yaada nama biraa giddu galeessa godhee fudhata, waan isaaf ta'u adda baasee keessaa gadi fageessee fudhata, yaada isa ijaaruuf isa diigu beeka. Namni akkasii kun yaada namoota biroo fudhachuuf sammuunsaa qophaa'aadha. Ilaalcha madaalawaa qaba, siin hin mormu, erga yaada kee hubatee si amansiisuuf ragaadhaan deeggaree yaadasaa dhiyeeffata. Yeroo hunda ilaalcha qajeelaa qaba, nama hundaaf gaarii yaada, ilaalcha naannummaa, gandummaa, sanyummaa fi lagummaa of keessaa hin qabu, haasa'aan isaa ogummaan kan guutameedha. Fageessee yaada, fageessee tarkaanfata, hamma dubbatuun ol hojjeta, odeessuurra hojiidhaan agarsiisuu filata. Namni sirriin isa kana.
Galatoomaa!
๐‰๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐‹๐ž๐ž๐ง๐œ๐š๐š

Otuun arguu hin argine jedhee darbeeSarbamuu koo osoon beekuu siif of sarbeeAdiin Diimaa gaafa jettu tole jedheeHaada so...
16/12/2025

Otuun arguu hin argine jedhee darbee
Sarbamuu koo osoon beekuu siif of sarbee

Adiin Diimaa gaafa jettu tole jedhee
Haada sobaan sitti yaa toluuf ofiin hudhee

Otuun beekuu akka hin beeknetti Callisee
Akka feetee daangaa jiruu siif baldhisee

Turjumaana cubbuu keetii
Abukaatoo lubbuu keetii

Yoo godhattu mataa shiraa
Anoo beekaan raatuu ta'ee siif tirtiraa,siif of ciraa

Na darbattee yoo na buuftu qileef bowwaa
Anoo Beekaan of taasise gowwaa

Ga'umsa kee ani beekun natti xiixun maal siif fidaa
Abshaalummaan lafa qullaa maal fayyadaa.

Garuu.......???????

Ulfaatadha Ba'aan Gabrummaa,Wal irraa salphisuuf garuu Waloomu qofatu fala.Madaa Mogolee walitti hin taanu yaa Tiruu. Yo...
15/12/2025

Ulfaatadha Ba'aan Gabrummaa,
Wal irraa salphisuuf garuu Waloomu qofatu fala.
Madaa Mogolee walitti hin taanu yaa Tiruu. Yoo nuti wal dhaggeeffanne malee ormii Waloomuu keenyaaf hin hojjetu.
Waliif Walooma Wayya.
Oromiyaan Biyya!
๐‰๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐‹๐ž๐ž๐ง๐œ๐š๐š

JOORAA KOOBaddaan sitti hin qorrinee,gammoojjiin sitti hoo'ee;Wallaalaan sitti kolfee,beekaan sumaaf boo'ee?Daakaa Galaa...
14/12/2025

JOORAA KOO

Baddaan sitti hin qorrinee,
gammoojjiin sitti hoo'ee;
Wallaalaan sitti kolfee,
beekaan sumaaf boo'ee?

Daakaa Galaana guddaa,
bubbee bidiruu raasee;
Jooraa kutataa gurbaa,
kan roorroon manaa baase!

Risaa shimbira nyaatee,
joobira lafa raqaa;
Sifaana qalbiin kaatee,
marmaartu daandii haqaa!

Ceetanmoo Laga Gibee?
bidiruu irra yaatanii;
Anaan malli na dhibee,
isinoo akkam taatani?

Allaattii ganda keenyaa,
risaa koochoon barrisu;
Qaalluu jabana keenyaa,
isa deega farrisu!

Abjuun bara beelaa,
biddeen biddeen jetti!
Bara bofti nama hidde,
lootuun nama kajeelti!

Bara rakkoon sitti hammaatte,
abjuudhaan eelee dhaabdaa;
Halkan qullaa garmaamtee,
bineensa yuusu yaabdaa.

Halkan yuusaa bineensaa,
soona boqonnaa allaatti;
Guyyaa huursaa qilleensaa,
danbali'aa obonboleettiiโ€ฆ

Arfaasaan bajjii baasee,
maasiikoo randa gamaa;
Si karaarraa nakaasee,
Jooraakoo mootii namaa!

๐‰๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐‹๐ž๐ž๐ง๐œ๐š๐š

Address

Bishoftu

Opening Hours

Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251947418505

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ๐‰๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐‹๐ž๐ž๐ง๐œ๐š๐š posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram