Grand Bishoftu Hospital

Grand Bishoftu Hospital Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Grand Bishoftu Hospital, Medical and health, Debre Zeyit.

Health is a treasure, we care together
+251977434445
+251978434445
+251979434445
Location - Bishoftu, Inova- Behind Yaden Hotel
Hospital established by 30+ specialists and subspecialists

👐 National Hand Washing Awareness Week 🧼                                           This week, we're reminding everyone t...
04/12/2025

👐 National Hand Washing Awareness Week 🧼
This week, we're reminding everyone that proper hand washing is one of the simplest and most effective ways to prevent infections. With the recent Marburg virus outbreak in Ethiopia, practicing proper hand hygiene is a critical step we can all take to protect ourselves and our loved ones .

Let's commit to clean hands. Protect your health. Protect your community.

Torbee hubannoo uumuu harka dhiqannaa

Torban kana, harka sirnaan dhiqachuun dhukkuba ittisuuf mala isa salphaa fi bu'a qabeessa ta'uu isaa hundaaf ni yaadachiifna.

Yeroo ammaa kanatti, vaayirasiin Maarbargi Itoophiyaa keessatti mudate kana ofii keenyaa fi maatii keenya irraa ittisuudhaaf, qulqullina harka keenyaa eeguun tarkaanfii isa murteessaa dha.

Qulqullina harka keenyaa haa eegnu. Fayyaa keenya haa eegnu. Fayyaa hawaasa keenyaa haa eegnu.

🏥 Hoospitaala Giraand Bishooftuu
Grand Bishoftu Hospital 🏥

Qorichoonni aannan waliin fudhatamuu hin qabne maal fa'a? 1. Qoricha antibaayotiiksii (antibiotics) kan akka Tetracyclin...
02/12/2025

Qorichoonni aannan waliin fudhatamuu hin qabne maal fa'a?

1. Qoricha antibaayotiiksii (antibiotics) kan akka Tetracycline Doxycycline fi Ciprofloxacin fakkaatan. Isaan kun kan finniisa (acne) yookaan infekshinii garaagaraaf kan ajajamaniidha.

2. Qorichoota Ayiranii (Iron supplements). Kunniin yeroo hir'ina dhiigaaf kan fudhataman yoo ta'an; yoo aannan waliin fudhataman immoo xuuxamni ayiranii qaama keenya keessatti akka hir'isu taasisa.

3. Qorichoota fayyaa sammuutiif fudhataman tokko tokko

Aannan fudhachuun dirqama yoo ta'ee argame, yeroo aannan itti fudhatamuu fi qorichoonni fudhataman yoo xiqqaate sa'aatii 2-4 wal irraa fageessaa

የትኞቹ መድሀኒቶች ከወተት ጋር ባይወሰዱ ይመከራል?

1. እንደ ቴትራሳይክሊን (Tetracycline)፣ ዶክሲሳይክሊን (Doxycycline)፣ ሲፕሮፍሎሳሲን (Ciprofloxacin) ያሉ አንቲባዮቲኮች(Antibiotics)። እነዚህ ለብጉር ወይም ለሌላ ኢንፌክሽን የሚታዘዙ መድሀኒቶች ናቸው።

2. የአይረን እንክብሎች። ለደም ማነስ የሚወስዱት ሲሆን፣ ወተት የአይረንን መመጠጥን በእጅጉ ይቀንሳል፡፡

3. አንዳንድ ለአዕምሮ ጤና የሚወሰዱ መድሀኒቶች

ወተት መውሰድ አስፈላጊ ሆኖ ከተገኘ መድሀኒቶቹን እና ወተት በሚወስዱበት ሰዐት መካከል ቢያንስ ከ2-4 ሰዓት ልዩነት እንዲኖር ያድርጉ!"

🏥 ግራንድ ቢሾፍቱ ሆስፒታል
Grand Bishoftu Hospital 🏥

ለበለጠ መረጃ:

☎️ ስልክ ቁጥር: +251977434445
+251978434445

📧 Email/ኢሜይል: grandbishoftuhospital@gmail.com

🌐 Website/ድህረ-ገፅ: www.grandbishoftuhospital.com

📍Address/አድራሻ: ቢሾፍቱ ከተማ፣ኢኖቫ
ያደን ሆቴል ጀርባ

We're proud to share that our staff participated in a Run held in Bishoftu, commemorating 90 years of the Ethiopian Air ...
30/11/2025

We're proud to share that our staff participated in a Run held in Bishoftu, commemorating 90 years of the Ethiopian Air Force, a legacy of service, discipline, and dedication. 🇪🇹✈️
"I will stand for the development of the Ethiopian Air Force."

At Grand Bishoftu Hospital, we believe health is a treasure, we care together. 💙

🏥 ግራንድ ቢሾፍቱ ሆስፒታል
Grand Bishoftu Hospital 🏥

Ulfi ba'uu, daa'imti erga dhalatee booda immoo hir'inni dhiigaa mudachuu fi qaamni kelloo ta'uu akkasumas du'aaf saaxilu...
27/11/2025

Ulfi ba'uu, daa'imti erga dhalatee booda immoo hir'inni dhiigaa mudachuu fi qaamni kelloo ta'uu akkasumas du'aaf saaxiluu kan danda'u shootalaayii (Rh–isoimmunization) qorachuuf kan tajaajilu qorannoo "Coomb’s Test" Bishooftutti yeroo jalqabaatiif hospitaala keenya keessatti eegaluu keenya gammachuu guddaan isin beeksisna!

ለፅንስ መጨናገፍ ከተወለደ በኃላ ደግሞ ፅንሱን ለደም ማነስ፣ ሰውነት ቢጫ መሆንና ሞት ሊዳርግ የሚችለውን ሾተላይን (Rh isoimmunization) ለመመርመር የሚረዳውን የCoomb's Test፣ በቢሾፍቱ ለመጀመሪያ ጊዜ በሆስፒታላችን መጀመራችንን ስንገልፅ በደስታ ነው!

🏥 ግራንድ ቢሾፍቱ ሆስፒታል
Grand Bishoftu Hospital 🏥

ለበለጠ መረጃ:

☎️ ስልክ ቁጥር: +251977434445
+251978434445

📧 Email/ኢሜይል: grandbishoftuhospital@gmail.com

🌐 Website/ድህረ-ገፅ: www.grandbishoftuhospital.com

📍Address/አድራሻ: ቢሾፍቱ ከተማ፣ኢኖቫ
ያደን ሆቴል ጀርባ

Yaala baqaqsanii yaaluu qaawwa hamma qaawwa qulfii geechuun kan raawwatamuu figodaannisa qaama irraa kan hambisuYaalli b...
25/11/2025

Yaala baqaqsanii yaaluu qaawwa hamma qaawwa qulfii geechuun kan raawwatamuu fi
godaannisa qaama irraa kan hambisu

Yaalli baqaqsanii yaaluu kaameeraadhaan deeggaramee (Laparoscopic Surgery) kun qaawwa xixiqqoo fi kaameraa guddisee mul'isu fayyadamuun kan raawwatamu yoo ta'u, baqaqsanii yaaluu banaa (open surgery) qixatti ykn immoo caalatti bu'a qabeessa dha. Akka fakkeenyaatti, yaala baqaqsanii yaaluu baattuu hadhooftuu fi diigaluu mar'imaanii irraa kaasee hamma yaala garaachaa fi gadameessaatti bu'a qabeessadha.

Maaliif Filatama?
- Wayyaa'insa saffisa qabu
- Dhiigni dhangala'u ni xiqqaata
- Godaannisni isaa baay'ee xiqqaa dha.
- Dhukkubbii xiqqaa akkasumas
- Turtiin ciisanii yaalamuu ni gabaabbata.

Kanaafuu, yeroo ammaa irratti filatamaa fi amanamaa ta’ee tajaajila kan kennuu dha.

Yaalicha hoospitaala keenya Giraandi Bishooftuutti argachuu ni dandeessu.

ትልቅ የሰውነት ጠባሳን የሚያስቀር፣ ከቁልፍ ቀዳዳ ባልበለጠ ክፍተት የሚሰራ ቀዶ ህክምና

ይህ በካሜራ የታገዘ ቀዶ ህክምና (የላፕራስኮፒክ ሰርጀሪ) ትናንሽ ቀዳዳዎችንና አጉሊ ካሜራን በመጠቀም የሚደረግ የቀዶ ህክምና ሲሆን ከክፍት (Open) ቀዶ ጥገና እኩል ወይም በበለጠ አመርቂ ህክምና የሚሰጥ ሲሆን ከሐሞት ከረጢት፣ ትርፊ አንጀት እስከ የማህፀን እና የጨጓራና ቀዶ ጥገናዎች ድረስ ጥቅም ላይ ይውላል።

ለምን ተመራጭ ሆነ?

- ፈጣን ፈውስ
- አነስተኛ የደም መፍሰስ እና ጠባሳ
- አነስተኛ ህመም እንዲሁም
- አጭር ተኝቶ መታከም የሚያስፈልገው ህክምና በመሆኑ በዘመኑ ተመራጭና አስተማማኝ የህክምና አማራጭ ነው።

ህክምናውን በሆስፒታላችን ግራንድ ቢሾፍቱ ማግኘት ይችላሉ።

ለበለጠ መረጃ:

☎️ ስልክ ቁጥር: +251977434445
+251978434445

📧 Email/ኢሜይል: grandbishoftuhospital@gmail.com

🌐 Website/ድህረ-ገፅ: www.grandbishoftuhospital.com

📍Address/አድራሻ: ቢሾፍቱ ከተማ፣ኢኖቫ
ያደን ሆቴል ጀርባ

Qorannoo Bilisaa Dhibee Sukkaaraa Sadaasa 5 guyyaan addunyaa dhibee sukkaaraa ni kabajama. Guyyaa kana ilaalchisuun hoos...
13/11/2025

Qorannoo Bilisaa Dhibee Sukkaaraa

Sadaasa 5 guyyaan addunyaa dhibee sukkaaraa ni kabajama.

Guyyaa kana ilaalchisuun hoospitaalli keenya qorannoo bilisaa dhibee sukkaaraa qopheessee jira.

Kottaatii fayyaa keessan mirkaneeffadhaa!

🏥 Hoospitaala Giraand Bishooftuu
Grand Bishoftu Hospital 🏥

Odeeffannoo dabalataaf:

☎️ Lakk bilbilaa: +251977434445
+251978434445

📧 Email/I-meeylii: grandbishoftuhospital@gmail.com

🌐 Website/ weeb-saayitii: www.grandbishoftuhospital.com

📍Address/Teessoo: Magaalaa Bishooftuu, Inoovaa
Hoteela Yaaden Duuba

ነፃ የስኳር ህመም ምርመራ

ህዳር 5 አለም አቀፍ የስኳር ህሙማን ቀን ይከበራል።

ዕለቱን ምክንያት በማድረግ ሆስፒታላችን ነፃ የስኳር ህመም ምርመራ አዘጋጅቷል።

መተው ጤናው ይወቁ!

🏥 ግራንድ ቢሾፍቱ ሆስፒታል
Grand Bishoftu Hospital 🏥

ለበለጠ መረጃ:

☎️ ስልክ ቁጥር: +251977434445
+251978434445

📧 Email/ኢሜይል: grandbishoftuhospital@gmail.com

🌐 Website/ድህረ-ገፅ: www.grandbishoftuhospital.com

📍Address/አድራሻ: ቢሾፍቱ ከተማ፣ኢኖቫ
ያደን ሆቴል ጀርባ

12/11/2025
🌍 World Pneumonia Day 🫁      “Every breath matters.”Pneumonia remains one of the world’s leading causes of death among c...
12/11/2025

🌍 World Pneumonia Day 🫁
“Every breath matters.”

Pneumonia remains one of the world’s leading causes of death among children and vulnerable adults, including in Ethiopia, yet it’s largely preventable and treatable.

This day reminds us to take action:
💧 Promote good hygiene
💉 Get vaccinated
🌬 Seek medical care early for cough, fever, or breathing difficulty

Let’s stand together to ensure that no one loses their breath to a disease we can prevent. Every breath is precious. 💙

🏥 Grand Bishoftu Hospital 🏥

☎️ Call Us: +251977434445
+251978434445

📧 Email: grandbishoftuhospital@gmail.com

🌐 Website: www.grandbishoftuhospital.com

ህዳር 5 በ ግራንድ ቢሾፍቱ ሆስፒታል በመምጣት ነፃ የስኳር ምርመራ ተጠቃሚ ይሁኑ🏥 ግራንድ ቢሾፍቱ ሆስፒታል Grand Bishoftu Hospital 🏥 ለበለጠ መረጃ: ☎️ ስልክ ቁጥር: +25...
12/11/2025

ህዳር 5 በ ግራንድ ቢሾፍቱ ሆስፒታል በመምጣት ነፃ የስኳር ምርመራ ተጠቃሚ ይሁኑ
🏥 ግራንድ ቢሾፍቱ ሆስፒታል
Grand Bishoftu Hospital 🏥

ለበለጠ መረጃ:

☎️ ስልክ ቁጥር: +251977434445
+251978434445

📧 Email/ኢሜይል: grandbishoftuhospital@gmail.com

🌐 Website/ድህረ-ገፅ: www.grandbishoftuhospital.com

📍Address/አድራሻ: ቢሾፍቱ ከተማ፣ኢኖቫ
ያደን ሆቴል ጀርባ

Check out Grand Bishoftu Hospital’s video.

Dhukkuba sombaa yeroo dheeraaf turu(COPD)Erga xiqqoo tarkaanfanneen booda hafuura fudhachuuf ammas ammas dhaabbachuuf di...
11/11/2025

Dhukkuba sombaa yeroo dheeraaf turu(COPD)

Erga xiqqoo tarkaanfanneen booda hafuura fudhachuuf ammas ammas dhaabbachuuf dirqamuun akkamitti akka ulfaataa ta’e yaaddanii beektuu?🤔😞

Kun jiruu guyyaa guyyaa kan namoota dhibee COPD qaban miliyoona hedduuti.

Dhukkuba sombaa yeroo dheeraaf turu(COPD) jechuun dhibee hafuurri qaamolee hargansuu keessatti akka salphatti hin daddabarre taasisuu dha.

Sababni isaa maali?
📌 Tamboo ykn sigaaraa xuuxuu – sababa isa guddaadha.
📌 Aara kasala, muka fi kobota booba'uu irraa ka'u
📌Qilleensa faalamaa fi awwaara
📌 Infeekshinoota qaama hargansuu irra deddeebi'aa

Mallattoolee:
👉 Ukaa yeroo dheearaaf ture (kan akkitaa qabu)
👉 Hafurri hanqachuu
👉 Yeroo hafuura baafatan sagalee xiixuu dhageessisuu
👉 Dadhabina, ulfaatinni qaamaa hir’achuu

Qorannoo:
✅ Raajii laphee (X-ray), CT scan
✅ Spirometry (qorannoo hamma hafuuraa fuhannu fi baasnu madaalu), isaan ijoo yammuu ta'an, qorannoowwan dabalataa haala barbaachisummaa irratti hundaa’uun ni taasifamu.

Yaalli isaa maal fakkaata? 💊

- Haala jireenyaa fayya qabeessa hordofuu, fakkeenyaaf sigaaraa xuuxuu dhaabu
- Yaala qorichaa (dhukkuba infeekshinii fi biroof), Talaallii yeroo isaa eeggatanii fudhachuu
- Yaala Oksijiinii mana keessatti raawwatamu
- Sadarkaa cimaa irratti yoo jiraate, tarkaanfiiwwan kan akka yaalii baqaqsanii yaaluutiin yaalamuu danda’a.

🗣 Chronic obstructive pulmonary disease (COPD)

ገና ትንሽ ከመራመዳችን ትንፋሽ አጥሮን ለመቆም መገደድ እንዴት አዳጋችና ከባድ እንደሆነ አስበው ያውቃሉ?🤔😞

ይህ በሚሊየን ለሚቆጠሩ የ COPD ታካሚዎች የዕለት ከዕለት ትግል ነው፡፡

👉 COPD ማለት በረጅም ጊዜ የሳንባ ብግነት የሚመጣ፣ በመተንፈሻ አካላት ውስጥ የሚፈጠር ስር የሰደደ የአየር መተላለፍ መገታት ነው።

መንስዔው ምንድነው?
📌 ሲጋራ ማጨስ- ዋነኛ ምክንያት
📌 ከከሰል፣ እንጨት፣ ኩበት እና የመሳሰሉት ጭስ
📌 አቧራ ፣ የአየር ብክለት
📌 ተደጋጋሚ የመተንፈሻ አካል ኢንፌክሽኖች

ምልክቶች

👉 ለረጅም ጊዜ የቆየ ሳል( አክታ ያለው)
👉 ትንፋሽ ማጠር
👉 በመተንፈስ ወቅት የሚሰማ ሲር ሲር የሚል ድምፅ
👉 ድካም፣ ክብደት መቀነስ

ምርመራ
✅ የደረት ራጅ (X ray)፣ ሲቲ ስካን (CT ስካን)
✅ Spirometry (የመተንፈሻ አካላት አየር የማስገባትና የማስወጣት አቅም የሚለካ ምርመራ)
ዋነኛ የምርመራ መንገዶች ሲሆኑ ተጨማሪ ምርመራዎች እንደ አስፈላጊነቱ ሊታዘዙ ይችላሉ።

ሕክምናው ምን ይመስላል?💊

- የአኗኗር ዘይቤ ማስተካከል ለምሳሌ ስጋራ ማጨስ ማቆም
- የመድሃኒት ህክምና (ለኢንፌክሽንና ሌሎች ተያያዝ የጤና እክሎች)፣ የበሽታ መከላከያ ክትባቶች
- የቤት ውስጥ ኦክስጅን ህክምና
- ከፍተኛ ደረጃ ላይ ከሆነ በቀዶ ጥገና አማራጮች ሊታከም ይችላል፡፡

🏥 ግራንድ ቢሾፍቱ ሆስፒታል
Grand Bishoftu Hospital 🏥

ለበለጠ መረጃ:

☎️ ስልክ ቁጥር: +251977434445
+251978434445

📧 Email/ኢሜይል: grandbishoftuhospital@gmail.com

🌐 Website/ድህረ-ገፅ: www.grandbishoftuhospital.com

📍Address/አድራሻ: ቢሾፍቱ ከተማ፣ኢኖቫ
ያደን ሆቴል ጀርባ

✨ A sight-changing week at Sheger City ✨In collaboration with Engage Now Africa, we successfully conducted a free catara...
08/11/2025

✨ A sight-changing week at Sheger City ✨

In collaboration with Engage Now Africa, we successfully conducted a free cataract surgery campaign led by the dedicated team from Grand Bishoftu Hospital. Our senior ophthalmologist, Dr. Yeshi Teshome, together with Bishoftu General Hospital, worked hand-in-hand to restore vision and hope for our community.

Together, we move towards a future where avoidable blindness is no longer a barrier to living fully.

🌮🌮Dhukkubbiin garaa erga nyaata zayita/cooma baay’ate nyaataniin booda dhaga’amu, mallattoo cirracha hadhooftuu ta’uu ak...
06/11/2025

🌮🌮Dhukkubbiin garaa erga nyaata zayita/cooma baay’ate nyaataniin booda dhaga’amu, mallattoo cirracha hadhooftuu ta’uu akka danda’u beektuu?🤔

Eeyyee! Mallattoon kun yeroo hedduu salphaatti fudhatamee irra darbamuu danda’a. Haata’u malee, yeroo tokko tokko mallattoo cirracha hadhooftuu ta’uu waan danda’uuf hubachuun barbaachisaa dha.

👉 Baattuun hadhooftuu qaama xiqqoo tiruu jalatti argamtu yoo ta’u, tajaajilli isaas hadhooftuu tiruurraa oomishamu kuusuudhaan bullaa’insa nyaata zayita fi cooma qabaniif gargaara.

👉Cirrachi hadhooftuu kun erga uumamnii booda, hanga guddatanii ujummoo baattuu hadhooftuu cufuu jalqabaniitti fi dhukkubbii fiidanitti, osoo hin beekamiin turuu danda’u.

👉Itiyoophiyaa keessatti namoonni 5–10% ta’an cirracha hadhooftuudhaf ni saaxilamu. Keessumaayyuu, dubartoonni, namoonni haala malee furdoo ta’anfi umurii isaanii guddaa ta’e baay’inaan saaxilamoodha.

❗️Wantooni cirracha hadhooftuuf nama saaxilan maal fa’a?

-Dubartoonni warra dhiiraa caalaa saaxilamoo dha.(female)
-Furdina qaamaa ol’aanaa
(fat)
-Umrii waggaa 40 fi ol ta’uu (forty)
-Sochii qaamaa namoota hin taasisne

Mallattoowwan:
Yeroo baay’ee cirrachi hadhooftuu mallattoo hin agarsiisu, garuu yoo mallattoon jiraate:-

🔸Garaa keenya gara mirgaa irratti ol’aanee miirri dhukkubbin sa’aatii dheeraadhaaf turu dhaga’amuu
🔸Nama lolloojjeessu fi haqqisiisuu
🔸Rakkoo nyaanni bullaa’uu diduu
🔸Garaan nama afuufamuu (bokokuu), gubuu
🔸Yoo cirrachi karaa ujummoo hadhooftuu cufe immooijji fi qaamni keelloo ta’uu, nafti nama hoqsiisuu, fincaanii fi bobbaan bifti isaa jijjiiramuu.

Qorannoo:
Ultrasound (Altiraasaawundii) qorannoo isa ijoo yoo ta’u, qorannoon dabalataa biroo akka barbaachisummaa isaaniitti ajamamuu ni danda’u.

Akkamitti yaalama?

Cirracha mallattoo hin mul’isne → hordoffii (observation) gahaa waan ta’ef baqaqsanii yaaluun hin barbaachisu.

Yoo mallattoon jiraate →
Cholecystectomy (baattuu hadhooftuu baqaqsanii baasuu). Kunis baqaqsanii yaaluudhaan ykn immoo kaameeraadhaan raawwatamuun ni danda’ama.

🌮🌮 ቅባታማ ምግብን ከተመገቡ በኋላ የሚከሰት የሆድ ህመም የሃሞት ጠጠር ምልክት ሊሆን እንደሚችል ያውቁ ኖሯል?🤔

አዎ! ይህ ምልክት አብዛኛውን ጊዜ ችላ ተብሎ ሊታለፍ ቢችልም፣ የሃሞት ጠጠር ምልክት ሊሆን ስለሚችል ማስተዋል ያስፈልጋል፡፡

👉 የሀሞት ከረጢት ጉበት የሚያመርተውን ሀሞት የሚይዝ ከጉበት ሥር የሚገኝ አነስተኛ ከረጢት ሲሆን ቅባታማ ምግቦችን እንዲፈጩ ያግዛል።
👉 የሀሞት ጠጠሮች የሀሞት ከረጢት ውስጥ ተፈጥረው የሀሞት ከረጢት ትቦን እስኪዘጉ እና ሕመም እስኪፈጥሩ ድረስ ላይለዩ ይችላሉ።

👉 በኢትዮጵያ ውስጥ 5–10% የሚሆኑ ሰዎች በሃሞት ጠጠር ይጠቃሉ፡፡ በተለይ ደግሞ ሴቶች፣ ወፍራም ሰዎች፣ እና እድሜያቸው ከፍተኛ ያለ ሰዎች ላይ የተለመደ ነው፡፡

❗️ለበሽታው አጋላጭ ሁኔታዎች

- ሴቶች ከወንዶች የበለጠ ተጋላጭ ናቸወ (Female)
- ከመጠን ያለፈ ውፍረት (Fat)
- ከ40 ዓመት እድሜ በላይ መሆን (Forty)
- የአካል ብቃት እንቅስቃሴ አለማድረግ

ምልክቶች

በአብዛኛው የሃሞት ጠጠር ምልክት አያሳይም፣ ምልክት ሲኖራቸው ግን:
🔸 ለሰዓታት የሚቆይ በላይኛው የቀኝ የሆድ ክፍል የሚከሰት ሕመም
🔸 ማቅለሽለሽ እና ማስመለስ
🔸 ምግብ ያለመፈጨት ችግሮች
🔸 የሆድ መነፋት፣ ቃር፣ ማቃጠል እና ጋዝ
🔸 ጠጠሩ ከሃሞት ከረጢት ወጥቶ የሃሞት መተላለፊያ ቱቦን ከዘጋ ደግሞ የዐይንና የሰውነት ቢጫ መሆን፣ የሰውነት ማሳከክ፣ የሰገራና የሽንት ቀለም ለውጥ ሊኖር ይችላል።

ምርመራ

Ultrasound/አልትራሳውንድ ዋናው የምርመራ መንገድ ሲሆን ተጨማሪ ምርመራዎች እንደ አስፈላጊነቱ ሊታዘዙ ይችላሉ።

ሕክምና

ምልክት የማያሳዩ ጠጠሮች - በአብዛኛው የህክምና ክትትል(observation) የሚደረግላቸው ሲሆን ቀዶ ህክምና አያስፈልጋቸውም።

ምልክት ካለ-
Cholecystectomy (የሃሞት ከረጢትን ማስወገድ)፣ ይህም በቀዶ ህክምና ወይም በካሜራ ሊደረግ ይችላል።

🏥 ግራንድ ቢሾፍቱ ሆስፒታል
Grand Bishoftu Hospital 🏥

ለበለጠ መረጃ:

☎️ ስልክ ቁጥር: +251977434445
+251978434445

📧 Email/ኢሜይል: grandbishoftuhospital@gmail.com

🌐 Website/ድህረ-ገፅ: www.grandbishoftuhospital.com

📍Address/አድራሻ: ቢሾፍቱ ከተማ፣ኢኖቫ
ያደን ሆቴል ጀርባ

Address

Debre Zeyit

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Grand Bishoftu Hospital posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Grand Bishoftu Hospital:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram