Haroo Maqaa

Haroo Maqaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Haroo Maqaa, Health & Wellness Website, Debre Zeyit.

Baga Guyyaa Dadhabbii keessanii argatan
15/07/2025

Baga Guyyaa Dadhabbii keessanii argatan

28/05/2025

ሀገር በቀል የግጭት መፍቻ ዘዴዎች ለሰላም
-----------------------------------------------------------

ግጭት በሰው ልጆች የሕይወት ውጣ ውረድ ውስጥ የሚያጋጥምና ከሰው ልጆች ተፈጥሮአዊ ማንነት ጋር የሚቆራኝ መሆኑን ጥናቶች ያሳያሉ፡፡ ይህን ተፈጥሮአዊ የሆነውን ግጭት የከፋ ጉዳት ከማድረሱ እና ውድመት ከማስከተሉ በፊት መቆጣጠር ደግሞ አንዱ የሰው ልጆች የቤት ሥራ ነው፡፡

የሚፈጠሩ ግጭቶችን ቀድሞ ለመፍታት ከሚያገለግሉ መንገዶች ውስጥ ሀገር በቀል የግጭት መፍቻ መንገዶች ተጠቃሽ ናቸው።እንደ ሀገር በማህበረሰቡ ውስጥ ለዘመናት የዳበሩና የተከማቹ ሀገር በቀል የግጭት መፍቻ ዘዴዎች አሉን፡፡

ሀገር በቀል የግጭት መፍቻ ተቋማቱ ለመቻቻል፣ ለእኩልነት፣ ለመልካም አሥተዳደር መስፈን እና ለፍትሕ ሥርዓት ግንባታ ትልቅ ሚና አላቸው፡፡ የሚፈጠሩ ግጭቶችን እና አለመግባባቶችን በመፍታት ሰላም እንዲፈጠር ሲያደርጉም ቆይተዋል፡፡ እነዚህ ተቋማት በኢትዮጵያ የቀደመ ታሪክ ያላቸው፣ በማኅበረሰቡ ሃይማኖታዊ እና መሰረታዊ እሴቶች ላይ የቆሙ በመኾናቸው በተገልጋዮች ዘንድ የሚታመኑ ናቸው፡፡ ግጭቶች ሲፈጠሩ በማብረድ፣ የግጭቶችን መነሻ ቀድሞ በመለየት እና ግጭቶችን የመከላከል ሚናቸው የጎላ ነው። በተለይም ደግሞ ዘመናዊ የፍትሕ ሥርዓት በቀላሉ ተደራሽ ባልኾነባቸው የሀገሪቱ አካባቢዎች ሰላምን በማስፈን እና ፍትሕን በማረጋገጥ በኩል ከፍተኛ ሚና ሲጫወቱ ቆይተዋል።

በየአካባቢው የሚሰየሙ ጉምቱ ሽማግሌዎች፣አባገዳዎች፣የጎሳ መሪዎች መረጃዎችን መሠረት አድርገው ሰላምን ሊያመጣ በሚችል ሁኔታ የእርቅ ሥነ ሥርዓቱን ይፈጽማሉ። ሽማግሌዎቹ የእድሜ ባለፀጋ በመኾናቸው በማኅበረሰቡ ዘንድ ያላቸውን ተቀባይነት በመጠቀም ከሕግ ይልቅ የሕሊና እና ማኅበራዊ ኀላፊነትን በመጠቀም ሁለቱን አካላት ወደ ሰላም መንገድ ያመጣሉ።

የሰላም ሚኒስቴር በአዋጅ ከተሰጡት ስልጣንና ተግባር መካከል በወሳኝ ሀገራዊ ጉዳዮች ዙሪያ ብሔራዊ መግባባት እንዲፈጠር እና በህብረተሰቡ መካከል የሰላም፣ የመከባበርና የመቻቻል ባህል እንዲዳብር የግንዛቤና ንቅናቄ ስልቶችን ቀይሶ እየሰራ የሚገኝ ተቋም ሲሆን ሀገር በቀል የግጭት መፍቻ ዘዴዎችን የሚፈጠሩ ግጭቶችንና አለመግባባቶችን ለመፍታት፣ ለሰላም ግንባታና ለብሔራዊ መግባባት ለማዋል ዘርፈ ብዙ ተግባራትን እያከናወነ ይገኛል፡፡


ሰላም ለኢትዮጵያ!

Paartiin siyaasaa Ayidooloojii mataa isaa hin qabaanne akka Bishaan gabatee irraati.osoo Kaarikulamii siyaasaa qabaatan ...
20/10/2024

Paartiin siyaasaa Ayidooloojii mataa isaa hin qabaanne akka Bishaan gabatee irraati.osoo Kaarikulamii siyaasaa qabaatan ta,ee hirkatummaa morkattoota naannolee irratti hin hundaa,an turan.

22/05/2024

ammaatti waan ifatti dubbatame hin jiru.

Somaaliyaan waliigaltee Itoophiyaa fi Somaalilaand gidduutti taasifameen hariiroo dippiloomaasii Itoophiyaa wajjin qabdu addaan kutuuf murteessuun ambaasaaddarotaafi dippiloomaatota biyyasheetti argaman akka bahan ajajuun dabalataan ambaasaaddara biyyattii Finfinnee jiran waamteetti.

Kans malees ministeerri hajaa alaa Somaaliyaa waajiraaleen qontsilaa Somaalilaandiifi Puuntilaand keessa jiran akka cufaman murtoo dabarsee ture.

Kan ijaarame gamoo osoo hin taanee seenaa itiyoophiyaatu ijaarame hubadha
05/02/2024

Kan ijaarame gamoo osoo hin taanee seenaa itiyoophiyaatu ijaarame hubadha

Kookoo, keekee, keekoo fii kookee...Afran isaaniituu hayyoota saba hamma ardii gahu hamma gahan gahuu hanqisee, dirree t...
01/02/2024

Kookoo, keekee, keekoo fii kookee...

Afran isaaniituu hayyoota saba hamma ardii gahu hamma gahan gahuu hanqisee, dirree tiitichaa irratti raqa godhaniidha. Tarkaanfii sabaa gara dhundhumaatti, dhundhuma gara taakkuutti akkasumaas sibiila sabaa gara mukaatti, mukas gara haanxiitti geeddaree, saba hammana gahu muka qoosaa godhee ija alagaa keessatti humna qaanqee kan dhorkees hayyoota afran kana qofa. Dhugaan isaanii garuu, maqaa hayyuutin of moggaasanii qola hayyummaa keessati firii gosummaa fii hinaaffaa ulfaa'anii warreen qola maqaa hayyummaatiin of mare ta'uu isaanii gaafa taateen wahii hayyoota sabaa kan birootiin uumamte mul'ata. Taateen kunniin qola isaanirraa saaqxi. Dhugaa isaanii aduu afti...!

Tarii of gaafachuu malla. Saba kana maaltu waggoota kumaatamaan lakkaa'amuuf erga abbaa biyyaa ta'een booda, waggoota muraasa keessatti mootota irraa gara gabroota gabbaariitti deebise? Diinaa? Lakkii! Diinni diinummaan isaa beekamnaan harka shantama qolatameera. Kan keenya garuu diina maqaa firaa hagooggatedha. Qaanqee jibrii cinaa... ishii qilleensa eeggattu...!
Kookoo, keekee, keekoo fii kookee... afran diina sabaa....

የሱማሊያ የፕረዘዳት አማካሪ ያሉቲን እነኚ በስንት ጦርነት ውስጥ የተፈተኑ ጀግኖች እንዳይሰሙክ።Hadha biyyi nagaa ta,eef hundumtu taa,a malee gaafa wolabumm...
16/01/2024

የሱማሊያ የፕረዘዳት አማካሪ ያሉቲን እነኚ በስንት ጦርነት ውስጥ የተፈተኑ ጀግኖች እንዳይሰሙክ።Hadha biyyi nagaa ta,eef hundumtu taa,a malee gaafa wolabummaan biyyattii tuqamte namni taa,u hin jiru,duris nii beektu hadhas nu baraa jennaan worra suumaaliyaadhaan

Address

Debre Zeyit

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Haroo Maqaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram