Deder General Hospital Post

Deder General Hospital Post Deder General Hospital is found Easter Oromia Region East Harerghe. the Hospital is currently serving 2 million people with variety of departments

Hojii jalqabee jira
19/06/2021

Hojii jalqabee jira

University Haramaya Guyyaa Har'aa Qoricha fi Meeshaalee yaalaa nuuf arjoomanii jiran. University kun kanaan duraas firaa...
19/06/2021

University Haramaya Guyyaa Har'aa Qoricha fi Meeshaalee yaalaa nuuf arjoomanii jiran. University kun kanaan duraas firaasha dhukkubsataa kan ammayyaa kan standard biyya alaa 100 HOSPITAALA WALIIGALAA DADAR'f Karaa Dr Ibsa Mussaa fi Karaa Kabajamoo Qaadhimamaa Parlaama Dadar Dr Iliyas Ahamadsadiq tiin nuuf kennanii jiran. Kabajamoon keenya kuno duruu waan hawaasaaf fayyadu hojjachuu jalqaban. Kara fuula duraatillee Abdii guddaa isaan irraa qabna. Kanaaf University Haramaya tana yeroo takka naaf galatoomfadhaa.

Jiilli I/A/Bulchaa godina Hararghe bahaatiin duurfamu hospitaa waliigalaa dadar tti argamuun marii Boordii kurmaana 2ffa...
01/01/2021

Jiilli I/A/Bulchaa godina Hararghe bahaatiin duurfamu hospitaa waliigalaa dadar tti argamuun marii Boordii kurmaana 2ffaa gaggeessuudhaan dhumarratti haala kenna tajaajila fayyaa hospitaalichi kennaa jiru kutaalee hundarra deemuudhaan Ciminoota jiru jajjeebeessanii Hanqinoota jiru akka sirraahu mngt hospitaalichaatiif feadback kennanii deemanii jiran.

Gamaaggama Raawwii hojii ji'a Sadaasaa Hospitaala Waliigalaa Dadar keessatti Gaggeeffamee jira
10/12/2020

Gamaaggama Raawwii hojii ji'a Sadaasaa Hospitaala Waliigalaa Dadar keessatti Gaggeeffamee jira

Sirna Galateeffannaa Hojjattoota Hospitaala Waliigalaa Dadar Raawwii Madaallii bara 2012 irratti bifa kanaan gaggeeffame...
13/11/2020

Sirna Galateeffannaa Hojjattoota Hospitaala Waliigalaa Dadar Raawwii Madaallii bara 2012 irratti bifa kanaan gaggeeffamee jira

Keessa Hospitaala Waliigalaa Dadar kan yeroo ammaa
23/10/2020

Keessa Hospitaala Waliigalaa Dadar kan yeroo ammaa

Hello Deder General Hospital team
23/10/2020

Hello Deder General Hospital team

Address

Deder

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Deder General Hospital Post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Deder General Hospital Post:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram