WALIF medium clinic

WALIF medium clinic Walif medium clinic is found in oromia region, West Arsi, dodola district ,on the main road to Shashmanne,beside oilibia

Walif medium clinic offer the
affordable and quality healthcare services to its valued healthcare seekers
Walif medium clinic will commence
providing specialized healthcare services recently.It is conveniently located in Dodola town, close by the new bus station on the main road to Shashemene. The clinic is founded by collaboration of many healthy professionals, doctors,pharmacists, laboratorians and experienced nurses. The clinic is expected to have the highest rating in
terms of client number due to
unparalleled and integrated healthcare services it is ready to delivere

wantoota gaggabsoo namatti dammaqsuu danda'aniifi dhukkubsataan gaggabsoo irraa fagaachuu qabu .>miira hamaa keessa seen...
19/06/2021

wantoota gaggabsoo namatti dammaqsuu danda'aniifi dhukkubsataan gaggabsoo irraa fagaachuu qabu .
>miira hamaa keessa seenuu
>sochii qaama ulfataa (hujii humnaa ulfaata)
>hoo'a qaamaa hama
>calaqqee ifaa(flash light)
>sagalee muuziqaa(iddoo Wocaa)

*Dhukkubsata akkanaaf wantooti tolfamuuf qaban(qorannoo)
✓Qorannaa dhiiga
✓Raajii mataa
✓Maashina EEGn ilaaluu

Yaalaf
--------
✅Mana yaala deemuun ogeessan ilaalamuu
✅Qoricha guyyaan Akka fudhatamu Ogeessi kennu guyyaa guyyaan fudhachuu

✅namoota gaggabsoo irra jiran cinaacharra cibsuu, akka dhangala'a gara sombaa hin dhangalanee fi arrabni hargansuu hin dhoowwineef
✅wantoota qara qaban nannawa namichatii fageessuu
✅yoo gaggabsoon daqiiqa 5ol fudhata tahee yaala fayyaa akka argatu gara dhaabbata yaala geessuu

Dogogoraa nama gaggabee irratti raawwatamu
❌qubaa fi waan garagaraa afaan namicha keessa goone Akka arraba ufi hin cininnee dhoowwu yaalu
❌kibrita itti qabsiisani itti uluu
❌Dugdaan cibsuu

🚑 Waliif giddu gala tajaajila fayyaa si'ataa fi qulqulinaati

Awwal Turaati.
Afaan ingiliffaa irraa gara Afaan oromootti kan hiike .

19/06/2021

Gaggabdoon/gaggabsoon maal?

Gaggabsoo(seizure) waan ykn haala tasa nama mudatu Kan yennaa sammuun sirnaan dalaguu dhiisuti (brain dysfunction).

Dhibeen sammuu Kan if walallachisuun nama gaggabsu kun kan dhufu,kutaa sammuu keessatti "Koorteksi serebraal(cerebral Cortex) " jedhamu keechatti dambaliin "electirikaala" hammaa fi ariitii olaanadhan gurmii "Niwuroonii"dhaatiin rawwatamuudha.
Dhibeen sammuu Kan gaggabsoo kun irra deddeebiin gaggabsu tahee, Karaa dhaalmaya ykn guyyaa keessa rakkoo sammutti dhufuudha.

*Sababoota(madda kahuumsa) tahu haalota jedhaman ( etiology)*
-miidha matarraa gahuu
-dhiitoo sammuu keessaa(tumors)
-dhibee sirna marsaa dhiiga Kan "stroke" jedhamu
-"infeekshinii" keessoo mataa
-caasaan 'Serebral laafata/jaaraa deemuu
-durumaan yennaa dhaloota caasa sammuu rakkoo qabu qabatanii dhalatuu.....
Daa'imman dhibee kana qabdu keessa,irra caalaansaani daa'imman gaafuma dhalatan uumamni sammuusanii hanquuti.
✓ kan gubbarratti eeraaman akkuma jirutti tahee,harki 62(%) gaggabsoo waan irraa ka'u hin beekamu.

madaalli keemikaalota qaama keenya keessa jiranii yoo dabes gaggabdoo nutti fiduu mala.

Fakkeenyaaf:-
~dhugaatilee alkoolii(araqee)
~qorichasaa addaan kutuu
~hammi Soodiyeemi qaama keessaa olka'uu fi gadi bu'uu
~hammamtaan magnizyiyeemi,kaalsiyeemi gad bu'uu
~hammi keemikala gilukoosi dhiiga keessa xinnachuu
~xurii fincaanitiin dhiigni summahuu
~hammi oksijinii qaama/dhiigaf barbachisu hanqachuu

Gaggabdoo tahuu akkamiin adda baafanna?
✓haala gaggabsoo Aanaa sirritti maatiin gaafachuun(detailed Hx) fi
✓yoo gaggabdoon sun mana yaalaa keessatti mudatee,ogeessi argee murteesse ykn
✓Qorannoo maashinaa Raajii fi EEG jedhaman fa'a ni taasifamu.

*Qoodaminsa/Rammaddii*
1.Gaggabsoo cinaa- cinama tokko qofarratti Kan hollachisaan mullatu
1.1.Kan cinaa isa salphaa- aqliin hin jijjiramuu
1.2.Gaggabsoo cinaa xaxamaa- dhukkubsatan aqlii dhaba
2.Hollannaan gaggabsoo guutu qaama- cinaa lachuu irratti mul'ata
wantoota gaggabsoo namatti dammaqsuu danda'aniifi dhukkubsataan gaggabsoo irraa fagaachuu qabu .
>miira hamaa keessa seenuu
>sochii qaama ulfataa (hujii humnaa ulfaata)
>hoo'a qaamaa hama
>calaqqee ifaa(flash light)
>sagalee muuziqaa(iddoo Wocaa)

*Dhukkubsata akkanaaf wantooti tolfamuuf qaban(qorannoo)
✓Qorannaa dhiiga
✓Raajii mataa
✓Maashina EEGn ilaaluu

Yaalaf
--------
✅Mana yaala deemuun ogeessan ilaalamuu
✅Qoricha guyyaan Akka fudhatamu Ogeessi kennu guyyaa guyyaan fudhachuu

✅namoota gaggabsoo irra jiran cinaacharra cibsu

17/06/2021

Waan waliifitti ta'ee kan torbaanii

Ta'ii 4ffaa("case" hiikkaa biraa itti kennu dandeessu)

Daa'imti umriinshe ji'a 3 taate kuurrufattee,mallattolee akka Sochii qaama sirrii hin taanee(roqomsa fedhii malee isaa sirri hin taane) daqiiqa 30 irra tureen dhufte.sochiin sirnaawa hin taane kunis,ijji ol garagaluu,gorora yaasu fi garri gateetti fi muli'i gadii hollatuu(kirkiruu) fa'as dabalataa.

Guyyaa Shan dura ,turtii torbaanota lamaa booda hosptalatti dhukkuba Manjalloo itti cime (walxaxaa) fi gaggabdootin wal'aanama turte e bahuu(itti fooya'ee) seenaa qabdi.

Erga waliif dhufte booda,kutaa yaala hatantamaatti,kurruftun tun ,oksijinii irra godhamtee,qoricha dhangala'af Kara hidda dhiigatin Ujummoon(karaan qorichi ittin darbuu) godhamaaf.
Sana booda qorichi Benzodiazepines(kan muusessaa) Irra akkuma itti fayyadamumma isaatti kennamaf,garuu qorichaa kanaan wanti itti jijjirame hin mullanne.Sababa gaggabaa turteef qorsi bira "Barbiturates" jedhamu laatamaf,kanaanis Sochiin gagabdo sun dhaabbachu hin dandeenne,dhumarrammoo qorichi "hydantoin ruuqoo jedhamurra tolfame yeroo laatamuu Sochiin gagabdo sun ni dhaabbate.
Qorannoo labraatoorii godhemerratti,Hammamtaan "electrolytes (keemikalota) dhiiga keessa fi qorannoo hatantamaa hamma shukkaraa dhiiga keessa(RBS) safara saadhata sirri(normal range) keessa jira.
""Guyyaa lama booda daa'imti gaggabdoorra bilisaa yennaa taatetti,qorannoo sammuu maashinaan godhamuu wirtuu tajaajila qoranichatti ergamte.

Afaan oromootti Awwal Turaatu hiike.

13/06/2021

Walif medium clinic weekly case scenario
Case 1
A 60years old male patient come to Walif medium clinic with complaint loss of appetite, feeling tired ,wt loss, epigastric discomfort for the past one month.
No history of yellowish discoloration of eyes .
No history of alcohol consumption.
Investigations shows
HbsAg is positive
Abdominal ultrasound.
Multiple small hypo-echoic lesion with poorly defined margins and coarse irregular internal echoes.
Triphasic abdominal CT shows hcc
Finally the patient is referred to chemotherapy center.

Walif insight.......timely, accurate and cost effective.
Quality health care 4 better life.

13/06/2021

Asiin duraa mudannoowwan fayyaa torbaaniin kilinika giddugaleessa Waliifitti argamaa turan barreessaa waliin mari'achaa turuun keenya ni yaadatama, namoonni hedduun waan kana karaa facebook 'nillee akkaa qoodamu waan gaafataniif isiniis yaada keessan nuuf kennaa.

update!New Auto hemoanalyzer machine is going to be installed tomorrow at wmc. Keep safe and healthy!!
05/02/2021

update!
New Auto hemoanalyzer machine is going to be installed tomorrow at wmc.
Keep safe and healthy!!

Harka keenya sirritti haa dhiqannuu,haguugduu fuulaa yaa fayyadamnuu,fageenya qaama yaa eeggannu. Fayyaafi nageenyi bal'...
19/11/2020

Harka keenya sirritti haa dhiqannuu,haguugduu fuulaa yaa fayyadamnuu,fageenya qaama yaa eeggannu. Fayyaafi nageenyi bal'ina.

WALIF MEDIUM CLINICALDodola in front of Mulat fabrics
03/06/2020

WALIF MEDIUM CLINICAL
Dodola in front of Mulat fabrics

Address

Main Road To Shashmanee
Dodola
1

Telephone

+251975007403

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WALIF medium clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to WALIF medium clinic:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram