Dr" Mohammed Usman

Dr" Mohammed Usman Always Stay updated as much as possible Am Dr. Mohammed Usman
From Oromia East Hararghe melka bello biftu oromia. I start my education At nejata primary school.
(2)

I took grade eight ministry exam at dhuga dubbettu school. I follow grade 9&10 at harewacha and 11&12 at hirna preparatory school. I join Haramaya University with department of medicine and graduated in 2022. Alhamdulillah am healthy and wellbeing. I give my daily healthcare service on land and teach online.

Dr. Abdii Muktaarbaga rabbi si jaarehoraa bulaa waliin turaaaruuza milkii fi gammachuu rabbi isinii haa godhu.
21/10/2025

Dr. Abdii Muktaar
baga rabbi si jaare
horaa bulaa waliin turaa
aruuza milkii fi gammachuu rabbi isinii haa godhu.

21/10/2025
baga itti cabsite saahiboohoraa bulaa waliin turaamabruuk jounalist kedir muumme.
16/10/2025

baga itti cabsite saahiboo
horaa bulaa waliin turaa
mabruuk jounalist kedir muumme.

https://youtu.be/Ag9W5gom0kM?si=9M49QCe1hw_Hp02M
16/10/2025

https://youtu.be/Ag9W5gom0kM?si=9M49QCe1hw_Hp02M

በዘውዲቱ መታሰቢያ ሆስፒታል የተደረገው ማስፋፊያ በሆስፒታሉ በአገልግሎት አሰጣጡላይ የነበሩ ችግሮችን የሚቀርፍ ስለመሆኑ ተመላክቷልማስፋፊያው ከአሁን በፊት በሆስፒታሉ የማይሰጡ ....

13/10/2025

Addunyaan kun buburreedha.
Jagna caalaa lugnaatu biyya lafaa kanarra tura.

Wantoota 6 Kana Namatti hin Himin..!********************************************1. Karoora kee.2. Dadhabina kee.3. Kufaa...
13/10/2025

Wantoota 6 Kana Namatti hin Himin..!
********************************************
1. Karoora kee.
2. Dadhabina kee.
3. Kufaatii kee.
4. Iccitii kee.
5. Sochii kee kan fuul-duraa.
7. Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin.
********************************************
Jahan Kana Ammoo Hojiirra Oolchi!
********************************************
1. Yaadi malee hin dhiphatin!
2. Nama irraa baay'ee hin eeggatin!
3. Dandeettii tee beeki!
4. Dogoggora kee irraa baradhu!
5. Ofitti amanamummaa qabaadhu.
6. Dandeettii teetitti fayyadami!
********************************************
©️ Dr. Hamza Jemal

Dhukkuba baraas(vitiligo) n maali?Sababni ka'uumsa isaa hoo? Nama irraa namatti ni darbaa?Xaxaan inni fidu maali?Akkamii...
12/10/2025

Dhukkuba baraas(vitiligo) n maali?
Sababni ka'uumsa isaa hoo? Nama irraa namatti ni darbaa?
Xaxaan inni fidu maali?
Akkamiin yaalama?
Vitiligo jechuun dhibee gogaa sababa seelonni halluu gogaa qaama keenyaf kennan sababoota garagaraan qaama
keenya keessaa dhabamaniin kan dhufuudha.
Dhabamuu seelota kanaaf wanti akka

yaadatti kaa'ame keessa isaan ijoon.
1)yeroo seelonni qaama keenya matuma isaanii akka farra qaama alagatti ilaalanii
of balleessanin dhufa.
2) yeroo qaama keenya keessaa summiiwwan seelonni gad lakkisaan hamma chemikaala isaan
himbaabseessan caalaani argaman ka'uumsa dhibee kanaatif isaan hangafaati.
Dhibeen baraas(vitiligo) maalin wal
qabata?
1) sanyummaan daddarbuu danda'a.
Kanaan wal qabatee dhibee sukkaraa
sadarkaa 1ffaa,uccuuba mormaa
akkasumas hirina dhiigaa fi dhibee rifeensa n a m a irraa
dhabamsiisan(alopecia areata) waliin wal qabatuu danda'a.
Namoota dhukkuba kanaan qabaman irrattis wantoonni dhibeen kun akka
hammaatan godhan keessaa muraasni:

•qamni keenya yoo sababa adda addaatin madaawu ykn dhawamu bakka saniin deebi'ee dhufuu danda'a.
Keemikaalota kophee plastikaachemical leukoderma) keessatti argamaaniin wal
gabatees bakka sanaan argamu danda'a. Mallattoo dhukkubichaa:
mallattoolee tuqaa adii qaama irratti haala
walfakkaatun faffaca'ee argamu fi yeroo tokko tokko rifeensa mataa fi nyaara
ijaatis waliin addeessee argamuu danda'a. Kana malees bifa gara garaan mul'achuu danda'a,kunis bifa geengoo ykn
sararaawaa kan qabu yoo ta'u, daangaa
isaanii kan qaxxaamuree, guddina
miliimeetira muraasaa hanga seentimeetiran lakkaawamuun argamuu
ni danda'a.
dhibeen kun qaama keenya hunda irratti bibittiinnaa'ee argamuu danda'a.garuu
,baay'inaan harka, miila fuulaa akkasuma

hidhii fi naannoo qaama saalaa irratti kan mul'atuudha.
Dhibeen kun nama irraa namatti ni dabraa? Dhikkubni baraas nama irraa namatti
abarsaan ykn tuttuuggin hin darbuu,garuu bifa sanyiitiin miseensota maatii keessatti argamu ni danda'a.
Xaxaa dhibee kanaa maalii.
1) xinsammuun miidhamu,namoota irraa gargar bahuu fi dhiphina hamaa keessa galchuu danda'a.Akkasuma midhaa aduu dandamachuu dadhabuun mul'achuu danda'a. Yaalamuu ni danda'aa?
Eeyyeen,yeroo mallattoo akkana ofirratti argaan ogeessota yaala gogaatin
mari'achuu fi yaalamuun barbaachisaadha.
Reference:Up to date 2024
By,Dr Magarsaa.A (MD,Dermato Venereology PGY III).

Galatoomaa.

Harme Clinic/Harar

TOT training on  screening and early detection of breast cancer Awareness.
09/10/2025

TOT training on screening and early detection of breast cancer Awareness.

"Guyyaa Guyyaan Qaama Dhiqachuun (Daily Showering) Faayidaa Moo Miidhaa Qaba?"******************************************...
05/10/2025

"Guyyaa Guyyaan Qaama Dhiqachuun (Daily Showering) Faayidaa Moo Miidhaa Qaba?"
********************************************
Guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun fayyaa gogaa keenyaa ni huba! Akkamitti?
1. Qaamni keenya uumamaan dibata ofirraa qabu balleessuudhaan akka gogu taasisa. Qaamni keenya yoo gogu ammoo qaawa xixiqqoo (crack) baasuudhaan:
- Baakteeriyaan dhukkuba nama qabsiisan qaawa sanaan seenanii akka infection uumaniifii
- Waantoonni alarjii namatti fidan/kaasan qaawa sanaan seenanii alarjiif akka nama saaxilan taasisa.
2. Saamunaan nuti guyyaa guyyaan fayyadamnee qaama dhiqannu kan farra bakateeriyaa of keessaa qabu yoo ta'e ammoo baakteeriyoota uumamaan gogaa keenya irra jiraatan (kan ofii isaanii dhukkuba nama hin qabsiifne) dhabamsiisuun, baakteeriyoota hamoo dhukkuba nama qabsiisaniin akka bakka bu'an taasisa!
3. Qaamni keenya maadiinummaa (immunity) waantoota alagaa ta'aniif akka hin horanne taasisuu danda'a. Kunis guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun carraa qaamni keenya waantoota naannoo jiraniin wal-argee, maadinummaa haaraa waan arge kana irratti horachuu isaa waan gadi buusuufi.
Namoonni tokko tokko garuu guyyaa guyyaan qaama isaanii dhiqachuuf sababoota armaan gadiif barbaaduu danda'u:
1. Foolii qaamaa badaa kanneen ofirraa hambisuuf dhiqachuu barbaadan.
2. Hirriba irraa yoo dammaqan miiraa gaariin gara hojii deemuuf warreen dhiqachuu barbaadan.
********************************************
Walumaa galatti, guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun fayyummaa qaama keenyaaf faayidaa kan hin qabneefii gogaa keenya ammoo kan hubuu ta'uu beekuun barnaachisaadha. Kanaaf torbeetti guyyaa 2-3 dhiqachuun gahaadha. Haalli hojii ulfaatafii rakkoon addaa yoo jiraate ammoo guyyaa 4 dhiqachuudha. Guyyaan 4 kun ammoo guyyaa 2 saamunaan guyyoota hafan ammoo bishaan qofaan dhiqachuun barbaachisaadha. Fayyaa gogaa keenyaa eeguf torbeetti guyyaa 2-3 qofa dhiqachuu qabna!
********************************************
Ulfaadhaa! Fayyaan dhabinaa! Fayyaa dahaa!
©️

fuulbana 24, 2018 hora finfinnee
04/10/2025

fuulbana 24, 2018 hora finfinnee

dubbiin daballii mindaa tun maaliif akka gabaa oowwiftuutu naaf hin galle. osoo warra daldalaa kanaafi sharafa to'achuun...
02/10/2025

dubbiin daballii mindaa tun maaliif akka gabaa oowwiftuutu naaf hin galle. osoo warra daldalaa kanaafi sharafa to'achuun dandayame bareeda. ammas taanaan haala gabaa ammaa kanaan waluma dura ori'uudha quba qabaadhaa.

Address

Finfine Djibouti
Harar
NONE

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr" Mohammed Usman posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr" Mohammed Usman:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category