Dr Shamel Abdi

Dr Shamel Abdi health professional

Page kun kan ummata kiyyaa hundaaf fayyaa saba kootii eeguuf...

04/07/2025

مِنَ ٱلتَّوَّابِينَ وَٱجْعَلْنِي مِنَ ٱلْمُتَطَهِّرِينَ
Allahumma salli ala muhammadin wa ali muhammadin wajalni mina alttawwabina waajalni mina almutatahhirina.

20/04/2023

Baga iid alfixriin isiin gahee Jenna warra baranaa kan bara hegeree nuhaa godhu.

31/01/2023

hi everyone

31/01/2023
Namni tokko fayyaadha kan jedhamu dhibee waan hin qabneef qofaa miti Fayyaa hin dhabinaa.......
16/10/2022

Namni tokko fayyaadha kan jedhamu dhibee waan hin qabneef qofaa miti

Fayyaa hin dhabinaa.......

01/04/2022

Ramadaan Mubaarak !!
Warra kheeyri ramadaanni qabu hunda argatu nuhaa godhuu!!

Gahee keenya haa baanuu🙏
31/03/2022

Gahee keenya haa baanuu🙏

Afaan Oromoo Afaanota Gurguddoo Addunyaa 109 tti makamee tajaajila kennuu jalqabuuf Jechootni English Miliyoona 1 fi isaa ol Afaan Oromootti yoo hiikamaniidha. Kana milkeessuf Namni Jechaa fi Hima Afaan English gara Afaan oromootti hiikuu danda’u kamuu irratti hirmaachuu ni danda’a. kanaaf immoo...

30/03/2022

Muslims around the world will observe Ramadan 🌙 and fast from sunrise till sundown for a month.

The first day of fasting is likely to be Saturday, April 2. Here's what you need to know: https://aje.io/fcget2

16/03/2022

"Manni Murtii Harree Itti Himatan Hin Jiru. Si'a Sadii Dhiitamee, Si'a Sadeenuu Dhiise"...‼

🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁
📌Albart Anistaayin jedhama. Namni kun hayyuu addunyaati. Biyya lafaa kanaaf bu'aa guddaa buusee darbe. Saayintistii beekamaadha. Gaaf tokko osoo inni miilaan magaalaa keessa deemu dargaggoonni isa arganii, ilaali Anistaayin jedhanii walitti agarsiisanii. Inumaa rukutuuf murteessan.

📌Akkuma waliif galaniin inni tokko fiigee dhaqee duubaan dhiite. Anistaayin ilaaleetuma callisee deeme. Xiqqoo yeroo inni achi deemu gurbaan kun ammas fiigee dhaqee dhiite. Anistaayin ilaaleetuma callisee imala isaa itti fufe. Erga inni xiqqoo achi fagaatee booda, gurbaadhumti sun fiigee dhaqqabee si'a sadaffaaf dhiite. Yeroo kanas Anistaayin ittuma dhiise.

📌Namoonni baay'een garuu Gocha kana arganii rifatan. Maaliif ofirraa hin dhoorgitu yookiin maaliif seeratti hin himanne? jedhaniin. Anistaayin ni deebiseef, namticha kana ofirraa dhoorkuuf yeroo isaa hin qabu. Ofirraa dhorka jedhee yoo wal'aansoo waliin qabe, bakka itti deemaa jiru yeroon karoorsetti hin gahu. Seeratti himachuuf ammoo, manni murtii Harree itti himatan hin jiru. Kan nama dhiitu Harreedha, jedheenii bira kutee deeme.

📌Yartuu gita kee hin beekne hundaaf deebii hin kennin. Yaartuu hanga xumuraatti injifachuuf galma qabattee kaatee osoo hin sharafin milkeessii. Of dura tarkaanfadhu nama koo!

👉 Seenaa namoota beekamoo

16/03/2022
14/03/2022

Page haaraya kana follow invite godhaa🙏

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr Shamel Abdi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr Shamel Abdi:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category