ABDII BORUU

ABDII BORUU The best friend is the way of success ❤️❤️❤️

Mee hundi kheessan du'aa'ii itti roobsaa dubartii akkanaa nuuf haa heddummeessu gargaarsa ummataaf million 1 gumaachite❤
24/08/2022

Mee hundi kheessan du'aa'ii itti roobsaa dubartii akkanaa nuuf haa heddummeessu gargaarsa ummataaf million 1 gumaachite❤

13/08/2022

Callisuu kee keessa wantoonni ati hin dubbanne baay'een akkuma jiran kolfuu kee keessa dhukkubni ati dhokfattu baay'eetu jiru

13/08/2022

Ijoolleen Harargee yeroo mirqaante Jaalala Akka Roozi fi Jack namaf kennu danda'u

13/08/2022

RABBIIN jaalala isaatiin qoma teenyaa guutee tasgabbii dhuma hin qabneen
Sammuu teenya haa tasgabbeeysu

19/07/2022

# isin gammachiisee
Gammachuu teessan walitti haa dhaabu🤲🤲🤲
Gammachuun teessan addaan hin citin.

Address

Harar

Telephone

+251986338779

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ABDII BORUU posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to ABDII BORUU:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category