Dr. Sisay G.

Dr. Sisay G. Assistant professor of Pediatric & child health at WU.
/Pediatrician/
የህፃናት ሕክምና ስፔሻሊስት

12/11/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Tigstu Fikadu, Humeyira Bint Abdela, Selam Girmay

14/09/2025

🗣Jiraattonni Magaala adaamaa fi naannawa ishee jirtan baga gammaddan.

👉Hospitaala keenyatti kutaa “Neonatal ICU” kunuunsaafi Yaalii daa'imman kichuu(reefu dhalatanii) banamee jira.
👉Kutaan kun meeshaalee ammayyaa

✔️hoo'a daa'immanii eegu(Radiant warmer),
✔️sirna hargansuu daa'immanii gargagaaru(Neonatal CPAP),
✔️keelloo ta'uu daa'immanii kan yaaluu(phototherapy) fi kkf of keessaa qaba.

👉Akkasumas humna namaa kanneen Akka

▪️Ispeshaalistii dhibee daa'immanii fi Sab Ispeshaalistii daa'imman reefu dhalatanii (neonatologist),
▪️Ispeshaalistii dhibee daa'immanii fi Sab-Ispeshaalistii dhibee onne daa'immanii (cardiologist)
▪️Ispeshaalistii dhibee daa'immanii(pediatrician) fi nursoota muuxannoo yeroo dheeraa qaban hunduu ni argamu.

👉walumaa galattii kutaan kun daa'imman reefu dhalatanii dhibee adda addaa isaan muudateefi daa'immanii yeroon osoo hin geenye dhalatanii fi kunuunsa addaa barbaadaniif Tajaajila sa'aatii 24 kennuuf qophaa'ee jira.

Teessoo: Magaala Adaamaa, Humna ibsaa, Daaddaa moolii duuba

23/05/2025

የሀኪሞች ደመወዝ ሊጨመር ይገባል ወይስ አይገባም የሚለው አጀንዳ ባስታወሰኝ ጊዜ እንደገና የተፖሰተ
~~~~~~~♥♥♥~~~~~~
ይህ ከታች የምትመለከቱት ልጅ ሚድዋይፈሪ(አዋላጅ ነርስ) ነው።
አንዲት እናት ቤቷ ከወለደች በኋላ እሱ ወደሚሰራበት ጤና ጣቢያ ደም እየፈሰሳት ስለመጣች የሚችለውን ሁሉ ካደረገ በኋላ ስላልቻለ ወደ ሆስፒታል ለማድረስ ሪፈር ሲላትም አምቡላንስ ማግኘት ስላልተቻለና የሚያደርስ በቂ ሰው ስለጠፋ ከሌሎች ሰዎች ጋር በመሆን እንዲህ ተሸክሞ አድርሷታል።
ለእግዚአብሔር ክብር ይድረሰውና ሴትየዋ ተርፋለች🙏
እና እንዲህ ላለው ደመወዝ ቢጨመረው ቅር የሚለው አለ?
©Via_Hakim

ይገርማልኮሐኪም-10ሺሹፌር-13ሺ
22/05/2025

ይገርማልኮ
ሐኪም-10ሺ
ሹፌር-13ሺ

ትክክል የሆነ የልጆች ክብደት ሲወለዱ= 2.5 -4ኪ.ግበ1ወራቸው = 3.5- 5.5ኪ.ግበ 3 ወራቸው  =4.5-7ኪ.ግበ6ወራቸው= 5.7-9.3ኪ.ግበ1ዓመታቸው  =7.5- 11.5ኪ.ግበ2 ዓመታቸ...
10/04/2025

ትክክል የሆነ የልጆች ክብደት

ሲወለዱ= 2.5 -4ኪ.ግ
በ1ወራቸው = 3.5- 5.5ኪ.ግ
በ 3 ወራቸው =4.5-7ኪ.ግ
በ6ወራቸው= 5.7-9.3ኪ.ግ
በ1ዓመታቸው =7.5- 11.5ኪ.ግ
በ2 ዓመታቸው=9.5-14.5ኪ.ግ
በ3ዓመታቸው= 11-17ኪ.ግ
በ4ዓመታቸው =12-20ኪ.ግ
በ5ዓመታቸው=14-23ኪ.ግ

Ulfaatina Daa'immanii sirrii ta'e.

Yeroo dhalatan = 2.5kg -4kg
Ji'a tokkotti = 3.5- 5.5kg
Ji'a saditti =4.5-7kg
Ji'a Jahatti= 5.7-9.3kg
Waggaa tokkotti =7.5- 11.5kg
Waggaa Lamatti=9.5-14.5kg
Waggaa Saditti= 11-17Kg
Waggaa afuritti =12-20kg
Waggaa shanitti=14-23kg
👇👇👇👇👇👇👇

Check out Dr. Sisay Gudeta’s post.

03/04/2025

Check out Dr. Sisay Gudeta’s video.

05/03/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Seble Indeshaw, Mimi Degnachew, Kidist Tesfaye, Abix Gezagn, Astu Habeshawit, Bethel Diriba, Genet Minda, Mamush Gebrehywot Engidawork, Genet Hadego, Helen Helen, Selam Get, Gigi Ye Mike Ehite, Alemtsehay Shumi, Mekdes Abuye, Genwa Alemayehu, Masi Love Masi Live, Addis Ayele, Neima Neu, Haymanot Awoke Koye, Sara Ahmed, Semu Semuti, Seadi Arts, Chaltu Badhaso, Asresahagn Lema, Sisay Anshiso, ሚሚ ሚሚ, Buchu Love, Tsehayyimer, Hana Negahi, Zahra Hassen, Birtukn Niguse, Mesrt Mesi, Siyume Batwred

18/02/2025

With Awash General Hospital – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

11/02/2025

👉Dadhabii Onnee (Heart Failure) Daa’iman irratii maalii?
Onneen dadhabde jechuun Onneen dhiiga seeraan qaama keessa facaasuu dadhabde jechuudha. Kanarraan kan ka’e Oksijeenii fi wantii qamaaf barbaachisan(nutrients)iddoo itti barbaadaman gahuu dhabu.
✍️Sababoota dadhabbii Onnee
Uumamaan onneerra rakkoon yoo jiraate
Infeekshinii adda addaa,Haqinaa nyaataa tokko tokko kkf
✍️Malattoolee
Umurii irratti hunda’a (Guyyaa dhalatan irraa jalqabuu danda’a)
👉Daa’ima xixiqqoo: Harma hodhuu ykn nyaata nyaachuu rakkatu
Harganuu, Affuri wal hanqachuu
Gudina qaamaa dhabuu
Qamni dhidhitaa’uu
👉Daa’iman guggudatan:
Mallatoolleen ijjoollee xixiqqoo akkuma jirutti ta’ee
Deemuu/taphachuu/figuu Dadhabbuu kkf
Malaattoowan kana oliti eeraman dabalataan onneera shakkiin yoo jiraate gara Hospitaala Waligalaa Awaash koottaa.
👉Dr Tolasaa Itichaa (Ispeeshalistii yaala daa’imanii akkasumas subispeeshaalistii yaala onnee daa’imanii) argattuu.
📞 +251222127617
Teessoon:Adaamaa ,Dada moolii duuba meetira 100 qofa fagaatee argama

Address

Main Road
Hossana

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Sisay G. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr. Sisay G.:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category