Oda Hulle General Hospital

Oda Hulle General Hospital Fayyaan Hunda Caala!
ዋናው ጤና!

Waahila tajaajila fayyaa Baankii Daashin ta’uu keenyatti gammachuu guddaatu nutti dhagahama. Hojjettoota Baankii Daashin...
16/03/2026

Waahila tajaajila fayyaa Baankii Daashin ta’uu keenyatti gammachuu guddaatu nutti dhagahama.
Hojjettoota Baankii Daashiniif tajaajila fayyaa dhiyeessuuf waliigaltee raawwannee jirra.

የዳሽን ባንክ የህክምና አገልግሎት አጋር መሆናችንን ስንገልፅ ከታላቅ ደስታ።
ለባንኩ ሠራተኞች የህክምና አገልግሎት ለመስጠት የሚያችለንን ስምምነት ፈፅመናል።

Har’a galgala sagantaa Ifxaaraa milkaa’aa galma gamoo keenya haaraa keessatti qopheessuu dandeenyeerra.Sagantaa Ifxaaraa...
11/03/2026

Har’a galgala sagantaa Ifxaaraa milkaa’aa galma gamoo keenya haaraa keessatti qopheessuu dandeenyeerra.

Sagantaa Ifxaaraa kana irratti abbootiin amantaa, jaarsoliin biyyaa, ogeeyyiin fayyaa dhaabbilee fayyaa magaalaa Jimmaa irraa dhufan, akkasumas hojjettoonni hospitaala keenyaa hirmaataniiru.

Sagantaan Ifxaaraa kun hariiroo dhaabbilee fayyaa fi hawaasa keenya gidduu jiru daran cimsuu fi hawaasa keenya tajaajiluuf kutannoo waloo qabnu calaqqisiisuuf kan akeekedha.

ዛሬ ምሽት በአዲሱ ሕንፃችን አዳራሽ ውስጥ የተሳካ የኢፍጣር ፕሮግራም ማዘጋጀት ችለናል።

በዚህ የኢፍጣር ፕሮግራም የሃይማኖት መሪዎች፣ የሀገር ሽማግሌዎች፣ በጅማ ከሚገኙ የጤና ተቋማት የተውጣጡ የጤና ባለሙያዎች፣ እንዲሁም የሆስፒታላችን ሰራተኞች ተሳትፈዋል።

ይህ የኢፍጣር ኘሮግራም በጤና በተቋማትና በማህበረሰባችን መካከል ያለውን ግንኙነት ይበልጥ ለማጠናከር እና ማህበረሰባችንን ለማገልገል ያለንን የጋራ ቁርጠኝነት ለማንፀባረቅ ያለመ ነው።

Hospitaalli Waliigalaa Odaa Hullee waliigaltee walta’iinsa seektara mootummaafi dhunfaa isa jalqabaa Yunivarsitii Jimmaa...
27/02/2026

Hospitaalli Waliigalaa Odaa Hullee waliigaltee walta’iinsa seektara mootummaafi dhunfaa isa jalqabaa Yunivarsitii Jimmaa (Jimma University) waliin mallatteesse

Waliigalteen dhabbilee lamaan gidduutti mallattaahe kun qaama sochii walta’iinsa seektara mootummaafi dhunfaa yoo ta'u, carraaqqii waloo Hospitaalli Waliigalaa Odaa Hulleefi Yunivarsitiin Jimmaa tajaajila fayyaa guddisuurratti taasisaniif kallattii kan kaa'udha.

Sagantaa mallattoo kanarratti Hojigaggeessaa Olaanaan Hospitaala Waliigalaa Odaa Hullee Dr. Jaafar Yaasin hospitaalichi boqonnaa haaraatti cehuusaafi qophaahina guddaa walta’iinsa seektara mootummaafi dhunfaa barbaachisu akka qabu ifoomsuun, Hospitaalli Waliigalaa Odaa Hullee dhaabbata fayyaa jalqabaa waliigaltee kana yunivarsiticha waliin mallatteesse ta'uusaatti gammachuu itti dhagahame ibsaniiru.

Pirezdaantiin Yunivarsitii Jimmaa gamasaaniitiin yunivarsitichi tajaajila fayyaa guddisuuf hojii hojjetaa jiru caalatti cimsee itti fufuuf walta’iinsi seektara fayyaa mootummaafi dhunfaa murteessaa akka ta'eefi mallattoon Hospitaala Waliigalaa Odaa Hullee waliin taasifame yunivarsitichaaf isa jalqabaa akka ta'e ibsaniiru. Miseensonni hooggansa yunivarsitichaas waliigalteen kun hojiitti hiikamuun fooyya'iinsi walta’iinsi seektara mootummaafi dhunfaa kaayyeffate hojiirra akka oolu abdii qaban ibsaniiru.

ኦዳ ሁሌ አጠቃላይ ሆስፒታል ከጅማ ዩኒቨርሲቲ ጋር የመጀመሪያውን የመንግስት እና የግል አጋርነት የመግባቢያ ስምምነት ተፈራረመ

በሁለቱ ተቋማት መካከል የተፈረመው ስምምነት የመንግስት እና የግል አጋርነት ማዕቀፍ አካል ሲሆን የኦዳ ሁሊ አጠቃላይ ሆስፒታል እና የጂማ ዩኒቨርሲቲ የጤና አገልግሎቶችን ለማሻሻል ለሚያደርጉት የጋራ ጥረቶች አቅጣጫ የሚያስቀምጥ ነው።

በፊርማ ሥነ-ሥርዓቱ ላይ የኦዳ ሁሌ አጠቃላይ ሆስፒታል ዋና ሥራ አስፈፃሚ ዶ/ር ጃፈር ያሲን ሆስፒታሉ አዲስ ምዕራፍ መሻገሩን እና ለመንግስት እና ለግል አጋርነት በቂ ዝግጅት ማድረጉን ገልፀዋል።

የጅማ ዩኒቨርሲቲ ፕሬዝዳንት በበኩላቸው ዩኒቨርሲቲው የጤና አገልግሎቶችን ለማሻሻል የሚያደርገውን ጥረት ለመቀጠል በመንግስት እና በግል የጤና ዘርፎች መካከል ያለው አጋርነት ወሳኝ መሆኑን ተናግረዋል። የዩኒቨርሲቲው አስተዳደር አባላት ስምምነቱ ተግባራዊ እንደሚሆን እና በመንግስት እና በግል አጋርነት ላይ ያተኮሩ ማሻሻያዎች ተግባራዊ እንደሚሆኑ ሙሉ እምነት እንዳላቸው ገልፀዋል።

Jilli hooggansa Yunivarsitii Jimmaa Pirezdaantiin yunivarsitichaa Dr. Jamaal Abbaafiixaatiin durfamu Hospitaala Waliigal...
21/02/2026

Jilli hooggansa Yunivarsitii Jimmaa Pirezdaantiin yunivarsitichaa Dr. Jamaal Abbaafiixaatiin durfamu Hospitaala Waliigalaa Odaa Hullee daawwatan

Daawwannaan jila Yunivarsitii Jimmaa kun boqonnaa haaraatti cehuu Hospitaala Waliigalaa Odaa Hulleetiin walqabatee babal'inaafi qulqullina tajaajila fayyaa guddisuu irratti hariiroo dhaabbilee lamaan gidduu jiru cimsuu irratti kan xiyyeeffatudha.

Pirezdaantiin yunivarsitichaa Dr Jamaal Abbaafiixaa guddinni Hospitaalli Waliigalaa Odaa Hullee agarsiise guddina qaqqabummaafi qulqullina tajaajila fayyaa hawaasa keenyaaf murteessaa akka ta'e ibsaniiru. Miseensonni jila kanaas dawwiin isaanii kan eeganii ol akka ta’eefi boqonnaa haaraatti cehuun hospitaalichaa fayyadamummaa hawaasa naannichaa akka dabalu ibsaniiru.

Hojigaggeessaa Olaanaan Hospitaala Waliigalaa Odaa Hullee Dr. Jaafar Yaasin gamasaaniitiin Yunivarsitiin Jimmaa guddina dhaabbilee fayyaa biyyattiif shoora guddaa taphataa akka jiru ragaa bahuun hariiroo hospitaalichi yunivarsitii kana waliin qabu cimsuurratti akka hojjetan ibsaniiru.

በጅማ ዩኒቨርሲቲ ፕሬዝዳንት ዶ/ር ጀማል አባፊጣ የመተመራው ልዑካን ቡድን ኦዳ ሁሌ አጠቃላይ ሆስፒታልን ጎበኘ

የጅማ ዩኒቨርሲቲ የልዑካን ቡድን ጉብኝት የኦዳ ሁሌ አጠቃላይ ሆስፒታል ወደ አዲስ ምዕራፍ መሸጋገር ጋር ተያይዞ የጤና አገልግሎት ተደራሽነትና ጥራት በማሳደግ ረገድ ያለውን የሁለቱን ተቋማት ግንኙነት ይበልጥ ለማጠናከር ያለመ ነው።

የዩኒቨርሲቲው ፕሬዝዳንት ዶ/ር ጀማል አባፊጣ የኦዳ ሁሌ አጠቃላይ ሆስፒታል እድገት ለጤና አገልገ‍እሎት ተደራሽነትና ጥራት እድገት ወሳኝ መሆኑን ገልፀዋል።

የልዑካን ቡድኑ አባላትም ጉብኝታቸው ከጠበቁት በላይ እንደሆነና የሆስፒታሉ ወደ አዲስ ምዕራፍ መሻገር የማህበረሰቡ ተጠቃሚነትን ከፍ እንደሚያደርግ ገልፀዋል።

የኦዳአ ሁሌ አጠቃላይ ሆስፒታል ዋና ስራ አስፈፃሚ ዶ/ር ጃፈር ያሲን በበኩላቸው የጅማ ዩኒቨርሲቲ የሀገሪቱ ጤና ዘርፍ እድገት ውስጥ ትልቅ ሚና እየተጫወተ መሆኑን በመመስከር ሆስፒታሉ ከዩኒቨርሲቲው ጋር ያለውን ግንኙነት ይበልጥ ማጠናከር ላይ እንደሚሰሩ ገልፀዋል።

Maalɛ | Dëëri Jööt | Digoy | DigaPatients from different regions are traveling to Jimma to receive advanced surgical car...
21/02/2026

Maalɛ | Dëëri Jööt | Digoy | Diga

Patients from different regions are traveling to Jimma to receive advanced surgical care at Oda Hulle General Hospital, where experienced specialist surgeons, modern operating facilities, advanced diagnostics, and structured inpatient care ensure the best outcomes.

Advanced Surgical Services at Oda Hulle General Hospital
-Neurosurgery – Brain and spine surgeries, including trauma and degenerative conditions
-Orthopedic Surgery – Fracture fixation, trauma care, and complex musculoskeletal procedures
-Urologic Surgery – Prostate surgery, kidney stone removal, and urinary tract procedures
-Gynecologic Surgery – Fibroid removal, complex gynecologic operations
-General Surgery – Major abdominal and soft tissue operations, minimally invasive procedures

Direct message us to plan your visit with us.

Hospitaalli Waliigalaa Odaa Hullee waahila tajaajila fayyaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa ta'uusaatti kabaja guddaatu ...
28/01/2026

Hospitaalli Waliigalaa Odaa Hullee waahila tajaajila fayyaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa ta'uusaatti kabaja guddaatu nutti dhagahama.

Wayita tajaajila keenya daran fooyyessuufi babal'isuun boqonnaa haaraatti ceene kanatti industirii aviyeeshinii Afrikaa dursaa kan jiru Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa tajaajila fayyaa hojjettootasaaf hospitaala keenya filachuunsaa qophaahina hospitaalichi tajaajila fayyaa olaanaa dhaabbilee gurguddoodhaaf dhiheessuu irratti qabuuf ragaadha.

ኦዳ ሁሌ አጠቃላይ ሆስፒታል ብሔራዊ ኩራታችን የሆነው የኢትዮጵያ አየር መንገድ የህክምና አገልግሎት አጋር መሆኑን ስንገልፅ ከታላቅ ደስታ ጋር ነው።

አገልግሎቶቻችንን የበለጠ በማሻሻል እና በማስፋት ወደ አዲስ ምዕራፍ በተሸጋገርንበት ወቅት በአፍሪካ የአቪዬሽን ኢንዱስትሪ ግንባር ቀደም የሆነው የኢትዮጵያ አየር መንገድ ለሰራተኞቹ የጤና አገልግሎት ሆስፒታላችን ጋር ያለውን አጋርነት ማጠናከሩ ሆስፒታሉ ለተቋማት የላቀ የጤና አገልግሎት ለመስጠት ያለውን አቅምና ዝግጁነት የሚያሳይ ነው።

Oduu Gammachiisaa!Namoota hajjii deemuu yaaddan hundaaf, Hospitaalli Waliigalaa Odaa Hullee oduu gammachiisaa isiniif qa...
29/12/2025

Oduu Gammachiisaa!
Namoota hajjii deemuu yaaddan hundaaf, Hospitaalli Waliigalaa Odaa Hullee oduu gammachiisaa isiniif qabatee dhufeera.
Hospitaalli Waliigalaa Odaa Hullee fi Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa, waliigaltee waliin hojjechuu raawwataniiru.
Kanaafuu, Namoota hajjii deemuu yaaddan hundaaf qorannoo fayyaa guutuu kennuuf qophoofneerra.
Fayyaan hunda caala !
Hospitaala Waliigalaa Odaa Hullee

27/12/2025

Oda Hulle General Hospital
Location :- Jimma yetebaberut gas station side
Instagram :- odahullegeneralhospotal
telegram :- odahullegeneralhospotal
TikTok:- odahullegeneralhospotal
YouTube :- odahullegeneralhospotal

19/12/2025

Oda Hulle General Hospital
Location :- Jimma yetebaberut gas station side
Facebook :- odahullegeneralhospotal
Instagram :- odahullegeneralhospotal
telegram :- odahullegeneralhospotal
TikTok:- odahullegeneralhospotal
YouTube :- odahullegeneralhospotal

Vacancy Announcements:-Organization: Oda Hulle General HospitalLocation: Jimma, Ethiopia Employment: Full-time Positions...
19/12/2025

Vacancy Announcements:-

Organization: Oda Hulle General Hospital

Location: Jimma, Ethiopia

Employment: Full-time

Positions:-

1. Position: General Practitioner

Education: ; with relevant skills and experience
( - 2 years minimum experience)

Required No: 5

2. Position: Anesthetist

Education: BSc in
( minimum experience)

Required No: 5

3. Position: BSc Nurse

Education: BSc in ; with relevant skills and experience
(2 years minimum experience)

Required No: 10

4. Position: Scrub Nurse (OR)

Education: Degree in Nursing or Scrub Nurse; with relevant skills and experience
(2 years - 3 years minimum experience)

Required No: 6

5. Position: Dentist

Education: Doctor of Medicine (DDM); with relevant skills and experience
(2 years –3 years minimum experience)

Required No: 2

6. Position: Emergency & Critical Care Physician

Education: with specialty in Emergency & Critical Care; with relevant skills and experience
( - 3 years minimum experience)

Required No: 3

7. Position: Emergency & Critical Care Nurse

Education: Emergency & Critical Care Nursing; with relevant skills and experience
( –2 years minimum experience)

Required No: 3

8. Position: Dialysis Nurse

Education: BSc in Nursing; with relevant skills and experience
( - 2 years minimum experience)

Required No: 5

9. Position: NICU Nurse

Education: BSc in or NICU Nurse; with relevant skills and experience
( –2 years minimum experience)

Required No: 4

10. Position: ICU Nurse

Education: BSc in ; with relevant skills and experience
( –2 years minimum experience)

Required No: 4

11. Position: Quality Officer

Education: Relevant educational qualification with relevant experience; with relevant skills and experience
(3 years minimum experience)

Required No: 2

12. Position: HR Officer

Education: BA/BSc in Human Resource Management or related fields; with relevant skills and experience
(3 years minimum experience)

Required No: 2

13. Position: Internist

Education: with specialty in Internal Medicine; with relevant skills and experience
(2 years minimum experience)

Required No: 2

14. Position: MRT Professional

Education: BSc in Medical Technology; with relevant skills and experience
(2 years minimum experience)

Required No: 2

15. Position: Laboratory Technologist

Education: BSc in Medical Technology
(2 years minimum experience)

Required No: 3

Deadline: January 1, 2026

Vacancy details -> Attached

* Interested and qualified professionals who fulfill the requirements above can apply online via the link below:

🔗 Apply online:
https://odahullegeneralhospital.com/portal/form/vacancy

📞 For inquiries: 0980734700
Applicants should be multilingual (Amharic, Oromiffa, English etc.)

Address

Yetababerut
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oda Hulle General Hospital posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category