Bara miidhagina page

  • Home
  • Bara miidhagina page

Bara miidhagina page public

09/12/2025
09/12/2025
09/12/2025
09/12/2025
Oduu Addaa!!Jeneraal humna qileensa Ameerkaa Amantaa Islaamaa fudhachuu isaa beekkamee jira. Jeneraalichi haala qabatama...
25/11/2025

Oduu Addaa!!

Jeneraal humna qileensa Ameerkaa Amantaa Islaamaa fudhachuu isaa beekkamee jira. Jeneraalichi haala qabatama biyyoota baha giddugaleessa keessatti godha Filisxeem fi Iraaq keessatti Ameerkaa raawwatte erga qorate fi Islaamummaan wal qabate wanti isaanitti himama ture fi dhugaan lafarra jirtu erga hubate booda akka gara Amantaa Islaamaatti deebi'e Umraas godhuu isaa miidiyaan muslimoota Ameerkaa amma gabaaseera!! Nama jibbantu nama dhaala Pirezidantii Donald Trump fi Yakkaan Waraana Netanyaahuun osoo kantiibaa magaalaa Niiw Yoork Zohran Mamdani boo'anii dubbiin bakka jabduu humna qileensaan itti dhufte...Trump lafti naannoofteen yoo janne dhugaa adiidha!! 🙌🙂
odeeffannoon dabalataaf karaa telegram Chaanaalii kana join godhaa nuhordofaa
Bara miidhagina page

25/11/2025

Address


Telephone

+251989361888

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bara miidhagina page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your practice to be the top-listed Clinic?

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram