Dr. Fedhessa Alemu Megersa

Dr. Fedhessa Alemu Megersa .

19/06/2022

Walirra taa'u irra waliin ta'uutu gaarii dha.

14/08/2021

Dhugaan qal'attus hin cittu; sobni guddatus dhugaa hin mo'u. Yoomu dhugaa qabaadhu.

02/08/2021

Namni obsu mixii qalee onnee baasa.

01/08/2021
31/07/2021

Nuti garuu bara dhufaa darba hiree keenya maalif akkas ta'e? Maaf of baruu dadhabnee?

25/06/2021

Baddu baddi malee saree ija hin dhiqanu.

07/03/2021

Galatooma jaarsoliin keenya seena hojjattani. Atileet Daraartuu Tulluu immoo galata guddaa qabda;sodaa tokko malee deddeebitee qooda Kee baate nu gammachiifte.

15/02/2021

Boruus guyyaan kana irra fooyyee ni dhufa gaafas Isa irra jirru jaaja oolla jechuu dha.

14/02/2021

Ummatni beela'e mootummaa nyaata jedhe Dr. Mararaan

25/10/2020

Gurri keenya yoom waan gaarii dhagaha garuu.....

14/12/2019
27/08/2019

Biyyi keeniyaa yeroo jalqabaaf boba'a(crude oil) argattee gara hojiitti galtee jirti.

Address

Weliso
Woliso
727598

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251910688112

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Fedhessa Alemu Megersa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr. Fedhessa Alemu Megersa:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category