Fayya Medium Clinic Batu

Fayya Medium Clinic Batu a private clinic with internal medicine services

Fayyaa Medium Clinic Batu
25/05/2022

Fayyaa Medium Clinic Batu

21/04/2022

Sagantaa Yaala ispeeshaalistootaa kiliniika Fayyaatti argattan
1.Ispeshaalistii dhibee keessaa(Internist)
-wixataa hanga sanbataa
2.Ispeeshaalistii Lafee(Orthopedic Surgeon)
-kibxataa hanga jimaataa
3.Ispeeshaalistii baqaqsanii yaaluu (General surgeon)
-kibxataa hanga jimaataa
4.Ispeeshaalistii pathology(pathologist)
-Jimaata

20/02/2022
11/01/2022

Maatii kiliinika Fayyaa hundaaf:-

tajaajila yaala keenyaa daran cimsuudhan yaala dhukkuba lafee fi buusaa (joint) ispeeshaalistii baqaqsanii yaaluu lafee (orthopedic surgeon) tiin kennuu jalqabneerra..

Ispeeshaalistoota gosa sadii(Isp.dhibee keessaa,Isp.dhibee lafee fi Isp.Paatoloji) dhihootti argachuudhaaf filannoon keessan kiliinka Fayyaa haa ta'u

Fayyaan Faaya!!!

28/11/2021

Tajaajiloota kiliniika keenyatti argaman:-
-qorrannoo fi yaala dhibee keessaa ispeeshalistii dhibee keessaatin
-qorannoo dhiita gara garaa irraa fudhatamee ilaalamu ispeeshalistii pathology dhaan
-Laaboraatorii hammayaawaa ta'een qorannoo dhiigaa gara garaa (qorannoo dhukkuba shukkaaraa, tiruu fi kalee : qorannoo hormonoota qaama keessaa gara garaa : qorannoo inzaayimootaa fi hormooni kaansarii agarsiisan; qorannoo dhukkuba ucubaa fi kanneen biroo)
-qorannoo fi yaala dhibee onnee maashini onneetin deeggarame
-yeroo dhihootti yaala dhibee lafee ispeeshalistii lafeetin ni jalqabna

*** Kaayyoon keenya yaala ga'uumsaa fi ammayaawaa ta'e ispeeshalistoota gara garaatiin ummata magaala kenyaa fi naannawaa ishee tajaajilu dha

27/11/2021

Dhibee sammuuDhiphuu sammuufayyaa sammuuAraada alkooliihirriba dhabuuwalquunnamtii saalaa

18/11/2021

Fayya medium clinic started providing medical services to batu town and nearby community
UNIQUE FEATURES
- the only private clinic in the town run by Internist
-quality internal medicine care
-Pathology services by pathologist
-affordable price
-well equiped laboratory services
-EKG service

Address

Batu/zeway Arround Batu Hospital
Ziway

Telephone

+251910878481

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fayya Medium Clinic Batu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Fayya Medium Clinic Batu:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram