20/08/2020
AMALOOTA NAMOOTA MO'ATOO TORBA (7)
=================================
1 # Kufaatii isaanii dhoksuuf hin dhama'an, akka
barumsa argatanitti yaadu.
2 # Abdii hin kutani. Yoo kufan ka'uu akka
danda'an beeku.
3 # Waan gaarii fi cimina ofii isaanii fi kan nama
biraa arguu danda'u. Hir'inaa isaaniirratti malee
hir'ina namaa irratti hin xiyyeeffatan. Waan
qabanii fi waan danda'anirratti xiyyeeffatu.
4 # Namoota (hiriyyoota) gaarii ta'an naannoo
isaaniitii qabaatu. Hiriyyoota kaayyoo, ergama fi
ilaalchaan waltumsuu danda'an of biraa qabu.
5 # Waa'ee doggoggora darbee deddeebi'anii
yaadanii of hin dhiphisan, garuu irraa baratu.
6 # Yeroo kaayyoof jedhanii miidhamni dhiphinni,
rakkiinni irra ga'u waan isaan miidhe caalaa
waan miidhama sana keessaa argatan yaadu.
7 # Murtoo murteessuuf dudduuba hin deebi'an.
Murtoon jireenya keessatti barbaachisaadha,
namoonni mo'atoon ni murteessu.KD
=============================
fi waan gootaniif galatoomaa!