Dawaa medium clinic

Dawaa medium clinic DR (GPA) medical doctor

13/06/2023

FEDHII WAALII BEEKAANII MIRAA WAII EGUUN DUUBBIIN ITILLE TOLFACHUU
R#################################X
DUBAARTONII HUNDUU JIRENYAA ISAAN KESSATII SAAL-QUNNAMETI FAYYALLESS TA'E ITTI GAMMADAAN ARGACHUUN ISAANIIF MA'LA "JEETI YUNIVERSIT FAAYAA (OHSU) SAYIKATRISTIN WIIRTUU FAYYA DUBARTOITA
NLIKOOL SITIINOO
FEDHIIN UMMAA KUN DUBARTOOTA QOFAAF OSOO HIN TAANEE
DHIROOTAAFIS WAAN GUUTAMUU FESSISUUDHA
HAATUU MALEE SABBOOTAA GAARR GAARAAN KESSUMAA DHIIBBAA ADDA ISAAN IRRATI
HUBATAMUUN DHIROOTA CAALAA DUBARTOONNI AKKA FRDHINII FI SAATI FEDHANIITI WAAN HIN TAANEEF YOO MIDHAMAAN MULATA
ODDEFAANOWAAN GAARGARAA GUUTUU ISAAF MAATII DAWAA MEDIUM CILINIC TA'EE
GAALATOOMAA

KAAYYOO KEE GAALMAAN GAHUUFWAANTOOTAA 5 KAAN GODHI!1 JECHOOTAA NAMAA"MAAL NAAN  JEDHAN"SAMMUU KEE OL OTUU HIN TA'IN MIIL...
12/06/2023

KAAYYOO KEE GAALMAAN GAHUUF
WAANTOOTAA 5 KAAN GODHI!
1 JECHOOTAA NAMAA"MAAL NAAN JEDHAN"SAMMUU KEE OL OTUU HIN TA'IN MIILA KEE JALA KAA'I.
2 RAKKIN AMMA KEESAA JIRTUU FI CINQII SIITTII JIRTUU KANA KALEESSAA KEE
YAADACHUUN ,FUUL,DUURA KEE
ABDACHUUN BIRA KUTI.
3 OGUMMAA KEETII FI CIMINA KEE NAMATTII HIMUU OSOO HIN TA'IN HOJJIACHUUN AGARSIISI.
4 KAAYYOO QABSACHUU KEE MALEE KAAYYOO KEE MAAL AKKA TA'E NAMATTI HIN ODEESSIIN .MAALIF YOO JATTEE? NAMNI KAAYYOO KEE YOO ITTI HIMTE KARAA ITTI KUFTUU SIIF.

ADAMA GENERRAL HOSPITAL SCHOOL OF MIDESICIN DILBATA MILKII QABADHAA
10/06/2023

ADAMA GENERRAL HOSPITAL SCHOOL OF MIDESICIN
DILBATA MILKII QABADHAA

Happy          Happy           HappyHappy          Happy          Happy  Happy          Hayyp.       Happy              ...
05/06/2023

Happy Happy Happy
Happy Happy Happy
Happy Hayyp. Happy Happy Happy. Happy.
Happy. Happy. Happy

Safuun  oromon  gaanaman  ummaa isaara ilmaa isaa dhalchiisuu  baayee  baayee Namaa Diinqisisaa !Haayii oromumaa        ...
04/06/2023

Safuun oromon gaanaman ummaa isaara ilmaa isaa dhalchiisuu baayee baayee
Namaa Diinqisisaa !Haayii oromumaa
Halkaan eebifamaa qabadha

GUYYAA HARAA TUURTIIN SODAREE DR SINGITAN WALIN DABARSIIN AKKAN FAKKATA GAALATOMAA
28/05/2023

GUYYAA HARAA TUURTIIN SODAREE
DR SINGITAN WALIN DABARSIIN AKKAN FAKKATA GAALATOMAA

AMEEN (AMIIN .JETUU MALEE HIN DABRIN RABBII HARMEE TEENYA UMRII NUUFHAA DHEEREESSU!!!!
28/05/2023

AMEEN (AMIIN .JETUU MALEE HIN DABRIN
RABBII HARMEE TEENYA UMRII NUUFHAA DHEEREESSU!!!!

27/05/2023

Gaafifii Deebii beekumsaa wali gaalaa
Magaalan kuunii eesaatii argamaa???

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dawaa medium clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dawaa medium clinic:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram