Firomsa Abdulaziz

Firomsa Abdulaziz " RABBANA ATINA FID-DUNYA HASANATAON WA FIL AKHIRATI HASANATAON WA QENA AZABUN-NAR "

 #🚨 πŽπ…π…πˆπ‚πˆπ€π‹: Barcelona are the Spanish Super Cup π‚π‡π€πŒππˆπŽππ’ after beating haraaaamπŸ«΅πŸ«΅πŸ˜‚ Madrid! πŸ’™β€οΈπŸ†
11/01/2026

#🚨 πŽπ…π…πˆπ‚πˆπ€π‹: Barcelona are the Spanish Super Cup π‚π‡π€πŒππˆπŽππ’ after beating haraaaamπŸ«΅πŸ«΅πŸ˜‚ Madrid! πŸ’™β€οΈπŸ†

A huge result for Sunderland as they hold Man City to a goalless draw in their 2026 Premier League opener 🀝❀️🩡sh*t
01/01/2026

A huge result for Sunderland as they hold Man City to a goalless draw in their 2026 Premier League opener 🀝❀️🩡sh*t

Qorannoowwan haaraa godhamaa jiran akka akka mul'isanitti jimaan faayidaa fayyaa armaan gadii kana qabaachuu mirkaneessa...
08/11/2025

Qorannoowwan haaraa godhamaa jiran akka akka mul'isanitti jimaan faayidaa fayyaa armaan gadii kana qabaachuu mirkaneessa.
1. Ulfaatina irrisuuf.
2. Fayyummaafii jabina maashaalee eeguf.
3. Dhibee sukkaraa ittisuufisif gahee akka qabu mirkanaayee jira.
4. Xiyyeeffannaa dabaluuf.

Garuu yoo baay'isan rakkoowwan fayyaa wal xaxaafis nama saaxiluu danda'a.

Walumaagalatti jimaan tarree qorichoota sammuu namaa hadoochan kanneen akka alkooliifii hashiishaa faa wajjiin odoo hin taane wantoota sammuu namaa si'eessan kanneen akka bunaa faa waliin ramadama.
Ulfaadhaa! Fayyaa dahaa!

©️

29/10/2025

🚨 𝗕π—₯π—˜π—”π—žπ—œπ—‘π—š!!!!!

All humans were born Manchester city fans, but after taking drugs, alcohol and w**d, others started supporting Arsenal, Liverpool and Man united . Those who added witchcraft and sorcery started supporting Chelsea πŸ˜ŠπŸ˜‚πŸ˜‚

HAHAHA AGAIN. HAHAHAHA AGAIN. HA HA HA HA HA HAAAALAND! BRACE IN 5 MINUTES! πŸ˜³πŸ’™πŸ’™πŸ’™HAALAND WINS IT FOR MANCHESTER CITY! 🚨🍿2...
18/10/2025

HAHAHA AGAIN. HAHAHAHA AGAIN. HA HA HA HA HA HAAAALAND! BRACE IN 5 MINUTES! 😳
πŸ’™πŸ’™πŸ’™HAALAND WINS IT FOR MANCHESTER CITY! 🚨🍿

2️⃣3️⃣ π†πŽπ€π‹π’ 𝐈𝐍 πŸπŸ‘ πŽπ…π…πˆπ‚πˆπ€π‹ π†π€πŒπ„π’.

ERLING HAALAND.
ERLING HAALAND.
ERLING HAALAND.
ERLING HAALAND.
ERLING HAALAND.
ERLING HAALAND.
ERLING HAALAND.
ERLING HAALAND.
ERLING HAALAND.
ERLING HAALAND.
ERLING HAALAND.

@  brotherochee again congra πŸ₯°πŸ₯°πŸ₯°πŸŽ‰
30/08/2025

@ brotherochee again congra πŸ₯°πŸ₯°πŸ₯°πŸŽ‰

26/08/2025

Ana: Baradhee xumuree hojii eegaleen ofiikoo danda'a.☺️

Life: "We listen, we don't judge!"😌

Happy wedding nuradin vs inabee Nabi Muhaammad Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω… akkana jedhan: β€œAddunyaan tun gammachuu yeroof, gammac...
28/07/2024

Happy wedding nuradin vs inabee
Nabi Muhaammad Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω… akkana jedhan: β€œAddunyaan tun gammachuu yeroof, gammachuun yeroof addunyaa kanarraa hundarra gaariin haadha manaa qajeeltuu dha.” [Sahiih Muslim]

Nabi Muhammad Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω… akkana jedhan: β€œQaamolee gammachuu keessaa tokko haadha manaa qajeeltuu dha, yeroo ishee argitu gammachuun sitti dhaga’ama, yeroo fagaattu immoo ofii ishee fi qabeenya kee ilaalchisee ishee amanachuu akka dandeessu sitti dhaga’ama.” [Sunaan An Nasaayii].

Rabbiin haadha warraa qajeelaa nuuf haa qananiisu. Ameen!

Nabi Muhaammad Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω… akkana jedhan: β€œAddunyaan tun gammachuu yeroof, gammachuun yeroof addunyaa kanarraa hu...
08/07/2024

Congratulations πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ’‘2 tahaa cissa 3πŸ‘¨β€πŸ‘©β€πŸ‘¦tahaa ka'aa πŸ’™πŸ’™πŸ’™πŸ’™πŸ’‘mabruk mabruk yaa aderaa kiyyaa πŸ’πŸ–€πŸ˜˜

BREAKING: Manchester City win their fourth consecutive Premier League title πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†CHAMPIONS AGAIN!!!!πŸ”₯
19/05/2024

BREAKING: Manchester City win their fourth consecutive Premier League title πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†

CHAMPIONS AGAIN!!!!πŸ”₯

Nabi Muhaammad Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω… akkana jedhan: β€œAddunyaan tun gammachuu yeroof, gammachuun yeroof addunyaa kanarraa hu...
25/04/2024

Nabi Muhaammad Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω… akkana jedhan: β€œAddunyaan tun gammachuu yeroof, gammachuun yeroof addunyaa kanarraa hundarra gaariin haadha manaa qajeeltuu dha.” [Sahiih Muslim]

Nabi Muhammad Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω… akkana jedhan: β€œQaamolee gammachuu keessaa tokko haadha manaa qajeeltuu dha, yeroo ishee argitu gammachuun sitti dhaga’ama, yeroo fagaattu immoo ofii ishee fi qabeenya kee ilaalchisee ishee amanachuu akka dandeessu sitti dhaga’ama.” [Sunaan An Nasaayii].

Rabbiin haadha warraa qajeelaa nuuf haa qananiisu. Ameen!

Congratulations πŸŽ‰πŸŽ‰πŸ’‘2 tahaa cissa 3πŸ‘¨β€πŸ‘©β€πŸ‘¦tahaa ka'aa πŸ’™πŸ’™πŸ’™πŸ’™πŸ’‘mabruk bro

Address

Adama
932883

Telephone

+251929383300

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Firomsa Abdulaziz posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Firomsa Abdulaziz:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram