23/09/2025
Rakkoowwan kanneen akka Caba lafee fi buqqahuu buusaalee, infeekshinii lafee, buusaa fi maashaalee, kaanserii lafee fi maashaawwanii bifa dhiitoon qaama keenya irratti bahu, dhukkubbii jilbaa, dugdaa fo haphina lafee, hokkoluu, uumamaan meelachuu fi jaldhachuu miila daa’immanii fi kkf isin, maatii keessan yookiin namoota naannoo keessanii mudatuu kamiifuu yaala ammayyawaa fi gorsa isin barbaachisuuf na quunnamuuf booddeetti hin jedhiinaa!
Fayyaa tahaa!!!
Dr Moti Mulatu (Consultant Orthopedic And Trauma Surgeon)