Obsa sabba

Obsa sabba Think your minds

12/08/2025

16.8K likes, 1262 comments. “ ”

 ❣️     *******************************1. Bishaan guute fi nama quufe dhaabbadhuu dabarsi.2. Walitti dhufeenya nama wali...
19/07/2025

❣️
*******************************
1. Bishaan guute fi nama quufe dhaabbadhuu dabarsi.
2. Walitti dhufeenya nama waliin qabdu irra caalaatti
cimsuudhaaf cimaa, jabaataa fi namaan walii galaa ta'i.
3. Beekaa kan si jechisiisu dubbisuu osoo hin taane Kan dubbifte yaadachuu keeti.
4. Yeroo hundaa ofirratti amanamummaa guddaa qabaadhu.
5. Dubartii dubartiin malee rasaasaan hin ajjeesin.
6. Kan koo qofa fudhu (dhagayi) kiyyatu sirriidha doofaa siin jedhu hubachiisii biraa fagaadhu malee waliin hin mormin.
7. Seenaa kaleessa raawwatteef dogongora Kan deebisu xiiqii sammuu keetiiti.
8. Namni hundi qabaachuu kan barbaachisu maqaa gaariidha.
9. Beelarra kajeellaatu nama miidha❗
10. Hiriyummaan burqaa bishaanii maddi isaa hin beekkamneedha.
11. Hiriyaan yeroo rakkoo fi dararaa humna.
12. Hiriyaan dhugaa yeroo dukkanaa ifaadha.
13. Hiriyaan dhugaa madda gammachuuti.
14. Hiriyaaf kan dhukkubsatuu fi ofirra nama hiriyaaf yaadu ta'i.
15. Hiriyaan dhugaa daawwitii dha. Rakkoo kee kan qooddatu waan ta'eef ilaaltu hin fagaatin.
16. Jecha caalaatti kan dubbatu gocha.
17. Nama jalaa dheessuun salphaadha, sammuu ofii jalaa miliquun garuu ulfaataadha.
18. Maalummaa ofii cimsanii beekuun gaarummaa loogii hin qabneedha.
19. Namni obsa qabu ganama cirracha nyaatee galgala aannan dhuga.
20. Galma gahumsi fedhii keetii kan madaalamuun milkaa'ina keetiin Kenneen biroo jiraachuu yoo danda'aniidha.
21. Oonnee kee qulqulluu godhi! Maaliif jennaan
foddaa ala ittiin illaaltu
➦Waan Dubbistaniif Galatoomaa🙏

Gaazexeessa Dhugaaf jiraate. Dhugaan Oromoo akka lubbuu isaa gaaga’uu osoo beekuu ijjannoo isaatti ciche! Gaazexeessaa S...
19/07/2025

Gaazexeessa Dhugaaf jiraate.
Dhugaan Oromoo akka lubbuu isaa gaaga’uu osoo beekuu ijjannoo isaatti ciche!
Gaazexeessaa Sagaleen Oromoo akka hin AWWAALAMNE aarsaa lubbuu kafalee karra/balbala miidiyaa Oromoo banee!

Kan akka kee heddu nu barbaachisa! Ijjannoo hin daddaaqne!!
Seenaa rirmi hin nyaatu!!

As wr wb Baga siin gahe!!!Akkuma Balballi jannataa banamtuHulaan keeyriiKan rizqiiKan jannataaKan milkiiKan ifaaKan jaal...
06/06/2025

As wr wb
Baga siin gahe!!!
Akkuma Balballi jannataa banamtu
Hulaan keeyrii
Kan rizqii
Kan jannataa
Kan milkii
Kan ifaa
Kan jaalalaa
Kan qabeenya
Kan barakaa
Kan imaanaa
Kan bal'inaa
Kan gabbinaa
Kan Gammachuu
Kan tokkummaa
Kan bilisummaa
Kan beekumsaa
Rabbiin siif haa banu
Kan waan ati yaadde fi kadhatte hundaa itti milkaa'u siif haa ta'u
Siif banee sitti hin cufin
Namoota jaalattu hanga sitti toleef ergi

5296 likes, 176 comments. “Eid in Asella . Eid mubarek”

15/12/2024

Watch, follow, and discover more trending content.

Qabxii (6)Warii Bultii Qabdan hundii bekku Qabdan... ~6~kan~jaartiin~jaarsarra~jibbitu...!!!~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~...
05/12/2024

Qabxii (6)Warii Bultii Qabdan hundii bekku Qabdan...
~6~kan~jaartiin~jaarsarra~jibbitu...!!!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
■1.qorqodaa(bakhiila); ka qabeenya qorqodu qofa osoo hin taane ka jaalala,amala gaarii,wajjiin jireenya ,faaruu kana hunda ka qorqodu.
Bakhiilli akkuma jaartin jibbitutti nama hunda biratti jibbamaadha.

■2.if qofaaf yaadu(selfish); kuni nama faayidaa isaa lubbu isaa male jaarti isaa waan isiin feetu ,waan isitti dhagahamu danta irraa hin qabnedha.
Kaayyon isaa lubbu isa qofa gammachiisudha ,jaartii wanni inni itti yaadu meesha takka ykn uumama wahii ka isa gammachisuf isa bira jiraatu qofatti yaada.
Hanga joolle isaati fi mana isaarra danta dhabutti kuni ammo waan jireenya jaartii ibidda godhe gama hiikkatti geeysuudha.

■3.haasawa xiqqeysu,(negativa)qofa yaadu.;
Akkuma dhiirti dubartii hedduu haasoytu jibbutti dhalan ammoo jaarsa isiif yeroo hin kannine ka haasawa keeysatti qabbanawa danta isirraa hin qabne isinis hin jaalattu.
Dhiirti alatti fi nama wajjin ka dubbii dhugaati fi murannaa qabu akkuma barbaachisutti oggaa mana isaatti ol deebi’e nama warra isaarratti gammachu naqu tahutu jaalatama.

■4.ka nama arrabsu fi ka arraba salphatu;
Amala dhiirarra fokkotaan ka haala hammaatu,yeroo dubbatu dubbii hamtu qalbii nama cabsitu kan dubbatu jaartin ni jibbiti.
Dubartiin waa hundarratti obsu ni dandeeysi garuu jaarsa amala hammaatuf obsun isii ni xiqqaata.

■5.nama ija raabsu fi dubartii biraa kan faarsu;
Dhala isaaf haraami biraa laaludhaaf Ija facaasun akkasuma isii biratti dubartii biraa isii caalchise faarsun …Tuni dubarti biratti musiiba fi laala jabdu itti taati.
Namni tokko jaarti isaa biratti intala takka hin faarsu
Fknf jaartiin abaluu nyaata sirra godhu beytillee maalif hin taane jireenya isaa cinqitti yoo jijjire male hin taane..

■6.haaja manaa keeysa hedduu sasseenu;
Haalli dubartiin jibbitu dhiira mana isaa keeysa yeroo dheertuf taa’ee waan mana keeysatti uumama xiqqo fi guddoo keeysas numa seenu.

03/12/2024

Address

Asella
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsa sabba posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram