Beeksisa Hojii

  • Home
  • Beeksisa Hojii

Beeksisa Hojii Dhalootaaf karaa haa taanu! Atis ga'ee kee ba'i.

26/02/2026
አስቸኳይ የሥራ ቅጥር ማስታወቂያ.........///..........የኢትዮጵያ ኤሌክትሪክ ኃይል መሠረታዊ ሠራተኞች ማኅበር (የሠራተኞች ክበብ) ባለው ክፍት የሥራ መደብ ላይ ሠራተኞችን አወዳድ...
24/02/2026

አስቸኳይ የሥራ ቅጥር ማስታወቂያ.........///..........
የኢትዮጵያ ኤሌክትሪክ ኃይል መሠረታዊ ሠራተኞች ማኅበር (የሠራተኞች ክበብ) ባለው ክፍት የሥራ መደብ ላይ ሠራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።

ክፍት የሥራ መደቦች፦
1. የሰው ኃይል አስተዳደር ሠራተኛ
2. የሂሳብ ባለሙያ
3. ረዳት የፅዳት ቁሳቁስ ቤት ሠራተኛ

ዝርዝር መረጃውን በዌብሳይታችን ይመልከቱ፦ https://www.eep.com.et/?amh-announcement=የሥራ-ቅጥር-ማስታወቂያ፡-የኢትዮጵያ-ኤሌ

Warri isin ilaallatu fi ulaagaa guuttan galmaa’u dandeessu.
fuula page kana https://www.facebook.com/habtamumulatu.mulatu.1 cuqaasuun hordofaa!

Telegram group ??https://t.me/+GwlQaNeoumkzZWY0

Telegram channel https://t.me/+CwXjiEQnpgwwMTc0 👈 join gochuun hordofaa

YaadachiisaQoramtoota Qormaata Bahiinsaa Biyyaalessaa Walakkeessa  bara 2018  Yuunivarsiitii Dembi Dollootti qoramtan  h...
24/02/2026

Yaadachiisa

Qoramtoota Qormaata Bahiinsaa Biyyaalessaa Walakkeessa bara 2018 Yuunivarsiitii Dembi Dollootti qoramtan hundaaf.

Qoramaan kamiyyuu yeroo qormaataa tikkeettii seensaa qabaachuu waan qabuuf, link armaan gadii https://verify.ethernet.edu.et seenuun tikkeettii seensa qormaataa buufachuu akka dandeessan isin beeksifna.

Tikeetii seensaa argachuuf:
1. Link https://verify.ethernet.edu.et jedhu cuqaasaa
2. Maqaa fayyadamaa fi jecha icciitii keessan galchaa
3. Tikeetii buufadhaa maxxansaa

Kana malees, barataan kamiyyuu:
a/ meeshaalee elektirooniksii qabatanii galma qormaataa seenuun hin hayyamamu.
b/ sa'aatii qormaataa dura sa'aatii tokko dursee/tee argamuu qaba
c/ waraqaa eenyummaa biyyaalessaa qabatanii argamuun dirqama

ማሳሰቢያ

በደምቢ ዶሎ ዩኒቨርሲቲ የ2018 ዓ.ም አጋማሽ የብሔራዊ መውጫ ፈተና ተፈታኞች በሙሉ።

ማንኛውም ተፈታኝ በፈተና ጊዜ የመግቢያ ትኬት ይዞ መገኘት ስላለበት የመግቢያ ትኬቶቻችሁን ከዝህ ቀጥሎ በተቀመጠው ሊንክ https://verify.ethernet.edu.et ገብታችሁ በማውረድ ማግኘት እንድትችሉ እናሳውቃለን።

የመግቢያ ትኬቱን ለማግኘት፥
1. ሊንኩን መጫን (click the link)
2.user name እና password ማስገባት
3.ትኬቱን ማውረድና ፕሪንት ማድረግ

በተጨማሪም ማንኛውም ተማሪ
ሀ/ የኤሌክትሮኒክ መሣሪያዎችን ይዞ ግቢ መግባት አይፈቀድም
ለ/ ከፈተና ጊዜ አንድ ሳዓት ቀድሞ መገኘት አለበት።
ሐ/ ብሔራዊ መታወቂያ ካርድ ይዞ መገኘት አለበት።

Notice

To all examinees of the 2018 Mid term National Exit Exam at Dembi Dolo University.

Any examinee must have the entrance ticket at the time of the exam, so we inform you that you can download your entrance tickets by logging into the link below https://verify.ethernet.edu.et.

To obtain the enterance ticket:
1. Click on the link https://verify.ethernet.edu.et
2. Enter your user name and password
3. Download and print the ticket

In addition, any student:
a/ must not allowed to enter the exam hall with an electronic devices
b/ must arrive one hour before the exam time.
c/ must arrive with a national ID card

 'ibaa!Poolisiin Aljeeriyaa namoota sadii konkolaataa beeyladaa keessa dhokatanii hoolaa fakkatani Ispeen seenuuf yaalaa...
21/02/2026

'ibaa!
Poolisiin Aljeeriyaa namoota sadii konkolaataa beeyladaa keessa dhokatanii hoolaa fakkatani Ispeen seenuuf yaalaa turaan to'annaa jala oolche.

Akka qondaaltonni jedhanitti nageenyaa shakkii kan jalqaban “bineensonni” tokko tokko miila lama irra deemanii bifa namaa mul’atu agarsiisuu isaanii yeroo mul’atanidha.

Holoonni kunneen lammiilee Aljeeriyaa kan umriin isaanii 25 hanga 30 gidduutti argaman yoo ta’an, himannaan hanna immigireeshinii irratti banamuu danda’a jedhan.

Fuula page kana https://www.facebook.com/habtamumulatu.mulatu.1 cuqaasuun hordofaa!

Telegram group ??https://t.me/+GwlQaNeoumkzZWY0

Telegram channel https://t.me/+CwXjiEQnpgwwMTc0 👈 join gochuun hordofaa!

Address

Buraayyuu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Beeksisa Hojii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Beeksisa Hojii:

  • Want your practice to be the top-listed Clinic?

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram