Dr chala Getachew

Dr chala Getachew Former MD @ primary Hospital

26/11/2025
25/11/2025

Itti gaafatamummaa yeroo fudhaannu;du’as nii dabalata!

23/11/2025

Adoonay nu haa bulchu" jechaa jirti tiktokerri😂

Soqiraaxis waggoota 2300 dura warra akkanaa hawaasa keessatti argeetu, dimokiraasiin sirrii miti jedhee morme. Kanaafis sababni inni dhiyeessu, sirni demokiraasii kamtu sirriidhaa osoo hin taane, kamtu baay'edha isa jedhu deeggara jedha. Akkasumas, Demokiraasiin critical thinking, Logical reasoning waan jedhamuuf faalladha, diinas jedha.

Ittifufees, Democracy n beekamtii malee beekumsaaf bakka hin kennu jedha. Namoonni beekamoon sammuu buqqee rakkinoota walxaxoo ta'an osoo hin hubatiin variable tokkoorraa ka'uun furmaata kaa'u. Rakkinichi walxaxaa ta'uu isaatuu hin beekani. Hawaasni immoo namoonni kun beekamoo waan ta'aniif ni beeku jedhanii yaadu. Jechoota afaan isaanii keessaa ba'aniif salphaatti manipulate ta'u jedha Sokiraaxees.

Adonaay sagaxee ta'i jedhee gurbaa nama gorsuuf eegumsatu godhamaa jira amma. Bara sooqiraaxees st**upid akkanaa yoo carroome saree moototaaf nyaata dhiyeessa. Bara keenya akka mootitti eegama. Miidiyaan hawaasaa waan nu gochaa jiru ilaalaa kunoo 👨‍🦯😑

Stolen

18/11/2025

I have learnt a lot from professor Mihiretu shanqo!

17/11/2025

Dirree fardi hin jirre H*arreetu garmaama" jedha Oromoon.😏

14/11/2025

"የበሽታዉ መንስኤ ማርበርግ ቫይረስ (Marburg Virus) መሆኑን መለየት ተችሏል " - ጤና ሚኒስቴር

| የጤና ሚኒስቴር በደቡበ ኢትዮጵያ ክልል በጅንካ ከተማ የሄሞራጅከ ፊቨር (Viral Hemorragic Fever) በሽታ መከሰቱን እና የበሽታዉን ምንነት በማረጋገጥ ላይ መሆኑን መግለጹ ይታወቃል፡፡

ሚኒስትሩ በዛሬው ዕለት ባወጣው መግለጫ የበሽታዉ መንስኤ ማርበርግ ቫይረስ (Marburg Virus) መሆኑን መለየት ተችሏል ብሏል።

የዘረመል ምርመራው የተከናወነው በኢትዮጵያ ሕብረተሰብ ጤና ኢንስቲትዩት ብሄራዊ ሪፈረንስ ላብራቶሪ ነው።

መግለጫው "በዚህም የዘረመል ምርመራ በአሁኑ ሰዓት ኢትዮጵያ ውስጥ የተገኘዉ ቫይረስ ሌሎች ምስራቅ አፍሪካ ሃገራት ላይ ከዚህ በፊት ከተከሰቱት ጋር ተመሳሳይ ዝርያ ያለዉ መሆኑ ታዉቋል" ነው ያለው።

በተጨማሪም በዛሬው እለትም አዲስ የበሽታውን ምልክት ያሳየ ወይም በቫይረሱ የተጠረጠረ ሰው ያልተገኘ መሆኑን ሚኒስትሩ ያሳወቀ ሲሆን በአሁኑ ሰዓት የተለያዩ የሙያ ስብጥር ያካተተ ከፍተኛ ፈጣን ምላሽ ሰጭ ቡድን ወደ ከልሉ በመላከ በሽታዉን የመከላከል እና የመቆጣጠር ስራዎች እየተሰሩ ይገኛሉ ብሏል።

ከነዚህም ውስጥ :-

° የማህበረሰብ አቀፍ የቅኝት ስራዎች፣

° በቫይረሱ የተያዙ ሰዎችን ለይቶ ማከም፣

° የማህበረሰብ ግንዛቤ ማስጨበጫ ስራዎች እና ከተጠረጠሩ ሰዎች ጋር ንክኪ ያላቸዉን ሰዎች የመለየት ስራዎች እየተከናወኑ መሆኑን ተገልጿል።

በሃገር አቀፍ እንዲሁም በክልል ደረጃ የሕብረተሰብ ጤና አደጋዎች የክስተት አስተዳደር ስርዓት (Incident Management System) ተቋሞ የፈጣን ምላሽ ስራዎችን በማስተባበር ላይ ይገኛል ተብሏል።

ጤና ሚኒስቴር:-

➢ ከጤና ሚኒስቴር እና ከኢትዮጵያ የሕብረተሰብ ጤና ኢንስቲትዩት የሚተላለፉ መረጃዎችንና የጥንቃቄ መልዕክቶችን መከታተልና መተግበር፣

➢ የበሽታው ምልከት የሆኑትን በአፍ፣አፍንጫ እና ሌሎች የሰውነት ክፍሎች የመድማት፣ትኩሳት፣ማስቀመጥ እና ማስመለስ ምልከት ሲኖር ወደ ህክምና ተቋማት መሄድና በወቅቱ የላቦራቶሪ ምርመራ ማድረግ፣

➢ ምልክት ከታየበት ማንኛዉም ሰዉ ጋር ንክኪ በሚኖርበት ግዜ ራስን የመከላከያ ዘዴዎችን መጠቀም፣

➢ ሁልጊዜ እጅን በውሃና ሳሙና መታጠብ ወይም በሳኒታይዘር ማጽዳት እንደሚያስፈልግ አሳስቧል።

ማንኛውም ጤና ተቋም ለታካሚዎች ልየታ ልዩ ትኩርት በመስጠት የማርበርግ በሽታ (Marburg viral disease) መሰል በሸታ መለየት፣ ማከም እና በአፋጣኝ ሪፖርት ማድረግ እንደሚያስፈልግም በመግለጫው ጠቁሟል።

12/11/2025

በጂንካ አደገኛ ነገር ተከስቷል። አንድ ታማሚ ያከሙ ሀኪም እና ነርስ አረፉ። አስከሬን የገነዙ የሐይማኖት አባቶችም ጭምር ሁሉም ሞቷል።አሁንም ሌላ ምልክት የሚያሳዩ ባለሙያዎች አሉ። አስቸኳይ ድጋፍ ይሻል

Digital Hakim

Odeeffannon Gara kibba Ethiopia irraa dhufaa jiru gurraaf gaarii miti! dhibee "Hemorrhagic fever "Jedhamutu ka'e jedhame...
12/11/2025

Odeeffannon Gara kibba Ethiopia irraa dhufaa jiru gurraaf gaarii miti! dhibee "Hemorrhagic fever "Jedhamutu ka'e jedhamee shakkama(not yet confirmed).
Dhibeen kuni dhibee gosoota virus maatii garaa garaan dhufuudha isaan keessa Muraasni fii beekamoon
*Ebola Virus(EBOV)
*Sudan Virus(SUDV)
*Marbur Virus(MARV)
*Crimean-Congo HV
*Rifty Valley Fever Virus
*Yellow Fever Virus
*Dengue Fever Virus
*Hanta Virus

Mallattoolee isaa
Gara jalqabaa irratti
-Gubaa qaamaa
-mataa dhukkubbii
-hoqqisisuu
-qaama caccabsuu
-Dadhabina qaama
-Garaa kaasuu
-Qorra qorra jechisiisu

*Booda kessaa,

-dhiiguu qaama(dhiiga gogaa jalatti kuufamuu, ykn ijaa,gurraa,funyaani fi afaanin dhangala'uu)
-of wallaaluu
-Jaanjessuu
-Afuura kutuu
-qaamonni hedduun kan akka,kalee,tiruu fi onnee hojii dhaabu.

Mala to'annoo!
-Tuttuqqi namoota shakkaman fi dhangala'aa qaama isaani waliin irraa of qusachuu
-Golgee Afaani Fayyadamu
-Namoota shakkaman dafanii gabaasuu
-Hantuuta ,Ilbiisoota,fi bookeewwan balleessuu.
-Namoota du'aan yeroo awwalaan ofeeggannoo jabessuu.

Hubachiisa akka odeffannoo Jinka hospital irraa dhufetti dhibeen kuni akka COVID-19 qoosa hin beekuu carra nama ajjeesuu isaa almost 100% dha.
Dursaa
Dr feyera

Lafeen xiyyaan agarsiifamte tun lafee bareedinaa(Clavicle) jedhamti. Keessattuu dubartootaf mallattoo bareedinaati. Dhii...
12/11/2025

Lafeen xiyyaan agarsiifamte tun lafee bareedinaa(Clavicle) jedhamti. Keessattuu dubartootaf mallattoo bareedinaati. Dhiira meeqa sababa lafee tanaatif onneen isaanii waraanamtee yeroo dheeraf madoofte! Namoonni hedduun garuu lafee tana akka mallattoo hoqqinaatti laalanii "jireenyi lafee si keessaa baase" namni naan jedha jedhanii itti qaanfatu. Garuu dubbiin akkasii miti. Lafeen tun lafee bareedinati!
Fayyaatu dursaa

Via Dr. Hamzaa

05/11/2025

Gaafa bofti nama hidde; lootuun nama kajeelti!

Dirree Dhawaa!

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr chala Getachew posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr chala Getachew:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category