14/02/2026
👉Hirriibnikee fayyalessaa?
👉Yoo sa'aa meeqa rafne hirriibni keenya fayyaalessa jenna?
👉Yoo fayyaalessa hin taane yaala ni qabaa?
Sammuun keenya hirriiba ga'aa ykn guyyaatti sa'aa 6-10 yoo hin arganne mallattoo kanneen akka mukaa'uu, waan xiqqoon aaruu, xiyyeeffannoo godhuu dhadhabuu fi k.f.t mullisuu danda'a.
Rakkoon armaan olii kun hojii guyyaa guyyaan hojjettan irratti dhiibbaa uumuu eegallaan gara mana yaalaa deemun yaalamuun fayyuun ni danda'ama.