Gola Oromiyaa

Gola Oromiyaa Gola Oromiyaa Miidiyaa Keessan

03/01/2026
03/01/2026
  Gooroo_Guutuu============Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuu Ganda Waltaha Dhanqooleetti Misooma Burtukaana Sada...
03/01/2026

Gooroo_Guutuu
============
Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuu Ganda Waltaha Dhanqooleetti Misooma Burtukaana Sadarka Omishaa irratti argama.

03/01/2026

MMI Dr Abiyyi Ahimad Hawaasa Harargee waliin mari'atan 20 02 2012

Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun dursummaa isaa cimsate FMudde 25, 2018 Taphoota Piriimer Liigii Ingiliz torbee 20ffaa...
03/01/2026

Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun dursummaa isaa cimsate

FMudde 25, 2018 Taphoota Piriimer Liigii Ingiliz torbee 20ffaan Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun dursummaa cimsateera.

Arsenaal galchii 3 fi 2'n Boornimaawuuz injifateera.

Arsenaal qabxii 48 walitti qabachuun liigicha dursuu itti fufeera.

Astoon Viilaan qabxii 42'n sadarkaa 2ffaarratti argama.

 Golli Shaashee bifa kanaan bareeddee jirtiMagaalaa Midhaaginni isii guyyaa gara guyyaatti dabalaa jiru.
03/01/2026


Golli Shaashee bifa kanaan bareeddee jirti
Magaalaa Midhaaginni isii guyyaa gara guyyaatti dabalaa jiru.

03/01/2026
02/01/2026

Tapha Ispoortii Oromiyaa!!

02/01/2026

Lubbuun Gaafa Waaqni jedhe malee hin baatu!

01/01/2026

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gola Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram