Dr. Manzura

Dr. Manzura Presents Health and Health-Related Topics (More of Public Health View, but Clinical Views too). No Guarantee for Implementing Recommendations from the Author.

More Attention to Infectious Diseases but Non-Communicable Diseases also Presented.

Compare Astra-Zeneca vaccine potential benefits vs potential harms in different age groups.The vaccine seems safer in ol...
08/04/2021

Compare Astra-Zeneca vaccine potential benefits vs potential harms in different age groups.
The vaccine seems safer in older age groups!

Seems storage matters than efficacy when considering Africa
08/04/2021

Seems storage matters than efficacy when considering Africa

18/04/2020

Gidduu kana hojii dhibee koronaa irratti leenjii hakiimotaa fi ogeessota fayyaaa biroof dhaabbata fayyaa hawaasaa Itoophiyaa irraa kennaafii turre! Hojii gaariitu hojjetamaa jira.

👉Could BCG vaccine help against COVID-19? This is a preprint study (not peer reviewed), therefore care during interpreta...
08/04/2020

👉Could BCG vaccine help against COVID-19? This is a preprint study (not peer reviewed), therefore care during interpretation
👉Here is the finding though:
They found that countries without universal policies of BCG vaccination (Italy, Nederland, USA) have been more severely affected by COVID-19 when compared to countries with universal and long-standing BCG policies. For more

COVID-19 has spread to most countries in the world. Puzzlingly, the impact of the disease is different in different countries. These differences are attributed to differences in cultural norms, mitigation efforts, and health infrastructure. Here we propose that national differences in COVID-19 impac...

08/04/2020

Note these facts:
👉Even though majority (80%) of COVID-19 patients get mild form of the disease, 15% get the severe form and very few (5%) of patients get critical and need mechanical ventilators
👉Most COVID-19 patients who end up on ventilators go on to die (Uk Study-55 out 98 mechanically ventilated died, Study in Wuhan (China)-19 out 22 mechanically ventilated died)
👉Many of the mechanichally ventilated patients who continue to live can't be taken off the mechanical breathing machines (stay on MVs for long)
🔳 As long as COVID-19 is concerned, prevention has no choice!
To Prevent Yourself from COVID-19 implement the following:
✅ Stay at home
✅ Wash your hand frequently with soap and water for at least 20 seconds/use >60% alcohol containing sanitizer
✅ No to handshake
✅ Don't touch your eyes,nose and mouth
✅ If you have cough, fever contact nearby health worker
✅ Physical/Social distancing at least 1m
✅ Use flexed elbow or soft tissue while coughing
✅ Avoid Gatherings (Market, Meetings, Churches and Others)
**************

Hospitaalli ጥቁር አንበሳ magaalaa Finfinnee jiru guyyaa har'aatii eegalee dhukkubsattoota deddeebi'anii yaalamaniif jechuun ...
06/04/2020

Hospitaalli ጥቁር አንበሳ magaalaa Finfinnee jiru guyyaa har'aatii eegalee dhukkubsattoota deddeebi'anii yaalamaniif jechuun dhukkuboota akka sukkaaraa, onnee fi kkf niif tajaajila kennu kana booda bilbilaan taasisuu isaa beeksiseera. Kun ogeessota fayyaa akka dhibee koronaa COVID-19f hin saaxilamne, hundaa ol immoo dhukkubsattootni dhibee garaagaraa qaban akka dhibee koronaaf hin saaxilamneef hedduu fayyada. Dhukkubsattootni dhibee biraa qabanis hordoffii isaanii akkuma kanaan duraatti dawaa isaanii fudhachaa itti fufuun barbaachisaa ta'a. Adeemsa hin barbaachifne kan kan koronaaf isaan saaxiluu danda'u hanbisuufis dhaabbilee fayyaa naannoo isaanii jirutti yeroof fayyadamuu danda'u. Tarkaanfiileen akkasii hospitaalota biroottis hojiirra oolchuun gaarii dha.

05/04/2020

Dhukkubni maali jedha Oromoon gaafa mammaaku?

03/04/2020

STAY HOME, SAVE LIVES.
Help stop coronavirus!
1. STAY home as much as you can
2. KEEP a safe distance
3. WASH hands often
4. COVER your cough
5. SICK? Call ahead
Source: Google COVID-19

Kutaa 3ffaa (Part 3)-COVID-1👉Qorannoo LaboratoriiQorannoon laboratorii namoota dhibee kanaan qabaman adda baahanii akka ...
02/04/2020

Kutaa 3ffaa (Part 3)-COVID-1
👉Qorannoo Laboratorii
Qorannoon laboratorii namoota dhibee kanaan qabaman adda baahanii akka beekamaniif, gargaarsa yaalaa barbaachisu akka argataniif, akkasumas namoota fayyaa birootti akka hin dabarsineef akka adda baafamaniif fayyada. Weerara dhibee kanaa akka addunyaatti jiru dhaabsisuuf qorannoon shoora guddaa qaba.
Qorannoon COVID-19 kun kan geggeeffamu naamuda (specimen) qoonqoo fi funyaan dhukkubsataa fudhachuu gaafata (naamuda laagaa fi naannoo qoonqoo dhukkubsataa sochu’uu danda’uu, oomisha aakkii, naamuda kara hargansuu dhukkubsataa ciisuu ykn itti cimee jiruu) fuuchuu fi qorannoo ‘Reverse Transcriptase-Polymerase Chain Reaction (RT-PCR)’ kan fakkaattii hidda vaayirasichaa taasisuudhaan ta’a. Kun qajeelfama dhaabbatni fayyaa addunyaa ti. Qorannoon kun bu’aa qorannoo sa’aatii muraasa keessatti (sa’a 4 hanga 6) tii hanga guyyaa lamaa keessatti argamsiisuu danda’a. Dhiyeenya kanammoo biyya ameeekaa keessatti qorannoon laboratorii sa'aatii tokkoo gaditti (daqiiqaa 45) keessatti namni tokko dhukkuba kanaan qabamuu fi qabamuu dhiisuusaa agarsiisu argameera. Qorannoon laaboratorii kun harka dhibba keessaa dhibba warra dhukkuba kanaan qabaman hin agarsiisu.
Yeroo tokko tokko namootni dhukkuba koronaan qabamanii utuu jiranii akka qabamanii hin jirretti agarsiisa. Kanaafuu namootni tokko tokko irra deddeebiin qoratamuu barbaachisa. Bu’aan qorannoo akka hin qabamne agarsiisu yeroo hunda dhibee koronaa (COVID-19) irraa walaba jechuu miti. Garuu maaliif akkas ta'a?
Utuu dhukkuba Koronaan-COVID-19 qabamanii jiranii bu’aan qorannoo maaliif agarsiisuu dhabaa?
Sababootni hedduun jiraatanis muraasni kanneen armaan gadiiti:
1. Gara jalqabbii dhukkuba kanaa, yeroo itti baay’inni vaayirasii qaama namichaa keessatti muraasa ta’ee argachuuf hin danda’amne
2. Mallattooleen karaa hangansuu gurguddoon dhabamuu, kanarraa kan ka’e vaayirasii muraasni argaman qofti laagaa fi qoonqoo dhukkubsataa keessa jiraachuu
3. Rakkooo naamudaa-jechuun naamuda ga’aa fuuchuu dhiisuu
4. Rakkoo naamuda ittiin keessumsiisanii fi geejjiban fi meeshaalee qorannoo
5. Dhimmoota teknikaa qorannoon sun hundeerraa qabuu fi kan biro
Odeeffannoo dabalataaf:
1.https://ourworldindata.org/covid-testing
2. WHO, Laboratory testing of human suspected cases of novel coronavirus (nCoV) infection, Interim guidance, 2020
3.https://www.facebook.com/EthiopiaFMoH/photos/a.246374842199993/1475492819288183/?type=3&theater
4.https://www.cdc.gov/coronavirus/2019-ncov/symptoms-testing/testing.html
5.https://en.wikipedia.org/wiki/COVID-19_testing

Kutaa 2ffaa (Part 2)...COVID-19(Keessumaa ogeessota fayyaaf)Namni tokko saaxilamee hanga mallattoo agarsiisutti (incubat...
01/04/2020

Kutaa 2ffaa (Part 2)...COVID-19
(Keessumaa ogeessota fayyaaf)
Namni tokko saaxilamee hanga mallattoo agarsiisutti (incubation period) guyyaa 2 hanga 14 (giddu galeessaan guyyaa 5) itti fudhata.
Dhukkubsattoota keessaa dhibbeentaan 80 (80%) gosa salphaa isaatiin oggaa qabaman dhibbeentaan 15 (15%) gosa cimaa isaatiif saaxilamu, dhibbeentaan shan (5%) haala baayyee cimaa meeshaan harganuuf geessisutti saaxilamu.
👉Dhukkubsattoota Mallatto-maleeyyii (Asymptomatic cases): dhukkuba kana daddabarsuu danda'u, gara dhibbeentaa 50 (50%) ta'uu danda'u garuu qoratamaa jira. Mallattoo mul'ataa kamiyyuu agarsiisuu dhiisuu danda'u. Namootni mallatto-maleeyyiin hagamiif dhukkuba akka daddabarsaa turan hin beekamne.
👉Dhukkubsattoota gosa salphaa(Mild Cases): Ho'ina qaamaa fi qufaa gogaa dhaabbataadhaan qabaatu. Kana malees dadhabbii, dhangala'aa funyaanii, dhukkubbii/madaa qoonqoofaatu irratti mul'ata. Darbee darbees garaa kaasaa, ol deebisuu, garaa dhukkubbiifaa, qufaa aakkii qabu, mataa bowwoo, fi dhukkubbii maashaalee qabaachuu danda'u. Irraa fooyya'uuf (wayyaa'uuf) hanga torban lamaa itti fudhachuu danda'a.
👉Dhukkubsattoota gosa cimaa (Severe cases):
Tilmaamaan dhukkubsattoota 6 keessaa 1 naannoo torban lammaffoo qabamuu isaatti dhibeen kun itti jabaachuu danda'a. Guyyaa mallattoon eegalee hanga dhukkubni itti jabaatutti (Critical) ykn hanga kutaa ciisanii yaaluu isa cimaa (ICU) tti giddu-galeessaan guyyaa 8 hanga 9 itti fudhachuu danda'a.
Dhukkubsataan gosa cimaan qabame kun rakkoo harganuu ykn hafuura kutaa, ho'ina qaamaa cimaa, dhukkubbii qomaa, dhiiga tufuu, dadhabbii ykn kufaatii hargansuu faatu irratti mul'ata. Dhukkubsataan gosa cimaa kun yoo wal'aansa argate carraa deebi'ee fayyuu kan qabuu fi giddu galeessaan deebi'ee fooyya'uuf gara torbanoota 3 hanga torbanoota 6 itti fudhachuu danda'a.
👉Namni tokko dhibee COVID-19 gosa cimaan akka qabamuuf wantootni saaxilan maal fa'ii?
✅ Ittisni qaamaa gad bu'uu (immunosuppression). Kunis sababoota garaagaraa qabaachuu danda'a. Fknf: Dawaa' steroid' jedhaman yeroo dheeraaf gargaaramuu, Dhibee Kaansarii, Dhibee HIV/AIDS, fi kkf..
✅ Umrii 60 olii
✅ Dhukkuboota biroo kannee akka dhiibbaa dhiigaa, dhukkuba sukkaaraa, dhukkuba onnee, dhukkuba sombaa fi kkf qabaachuu
✅ Dubartoota ulfaa

31/03/2020

Kanneen armaan gadii hojiirra oolchuudhaan doktora ykn hakiima mataa keessanii ta'aa:
✅ Manaa Hin Bahinaa
✅ Harka Wal Hin Fuudhinaa
✅ Harka Keessan Bishaanii fi Saamunaadhaan Yoo Xiqqaate Sekondii 20f Dhiqadhaa Ykn Alkoolii 60% fi isaa olii gargaaramaa
✅ Wal Irraa Hiiqaa (Yoo Xiqqaate 1m ykn Tarkaanfii Nama Guddaa 2
✅ Qufaa, Ho'ina Qaamaa fi kkf Yoo Qabaattan 8335 ykn 952 Bilbilaa
✅ Qufaa Yoo Qabaattan Oggaa Qufaatan Harka Ciqilfadhaa, Ykn Uffata (Sooftiidhaan) Afaan Keessan Haguugaa
✅ Bakka Namni Itti Heddummaatu (Gabaa, Walgahii, Waldaalee Amantaa fi KKF) Hin Deeminaa

31/03/2020

COVID-19: It is a war on human species; a war that requires very few equiped with necessary PPE to face it while majority should attend from home. As long as majority are on the road the war becomes difficult. Therefore stay at home. This is not a kind of war we are accustomed to, where, as you increase your participants you win. The reverse holds true!

Address

Swaziland Street
Addis Ababa
1242

Telephone

+251913191907

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Manzura posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr. Manzura:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram