À3 ßß

À3 ßß Media

11/08/2020

Hayee share like fellow godhu hin dagatina

28/07/2020

Yaa lammii tiyaa tokkichi oromo qabdu kun amma duraa wan dubate qaba me walin ha dhagenyu page kenya kan godha

Diqaalaan wayyaane goota keenya   mohammed akka   dhabsiif deemti Qeerro maal eegdan sochiin keesan jabaate itti fufu qa...
12/07/2020

Diqaalaan wayyaane goota keenya mohammed akka dhabsiif deemti Qeerro maal eegdan sochiin keesan jabaate itti fufu qaba
Qaami Nadhii gammada dhabasiise qaamuma OPDO dullati Abiiy Ahmed hoganamtu kanadha hayyooni keenya biyya keessaf ala jabaadha

08/07/2020

Kabajamtootaa fi Jaallatamtoota Lammiiwwan biyyoota alaa
jirtaniif. Yeroo amma kana haala biyyi kun keessa jirtu odeeffannoo
dhugaa ta'e qabaachuu dandeessu; odeeffannoon dhugaa hin taanes
isin bira gahuu danda'a. Haata'uti garuu diigamuu biyya kanaarraa;
jeequmsa biyyatti keessatti uumamurraa bu'aan argamu akka hin jirre
bareechitanii beektu. Yeroo garaagaratti namootni heedduun ofii bakka
tolfatanii uummata nageenya barbaadun kumaara taphachuuf yaali
guddaa godhu.Hundaan ol kan nama gaddisiisu garuu isa lammiileen
nuti boru biyya kana jijjiru jennee abdannuu bu'aa siyaasaf jecha aarsa
ta'anidha.
Amma adaraa kanan isiniin jedhu kottaa nageenya haa barbaadnu;biyya
haa ijaarruu.
Waan qabnu dandeetti, ogummaa fi qabeenya qabnu walitti ida'annee
biyya guddoo fi lammiilee isheef wabii taate ijaaruu utuu dandeenyuu
# Lammiilee keenya maalif hiyyuma irraan daballe rakkina biraaf kan
saaxillu.
Biyyi kun isinii fi nuyiin malee homaa hin qabduu.
Jachun baressan MM Dr Abiya Ahamed afaan mi'efachu hin dhissu
jachuu issati oromo soba hin dhagessu

ለተከበራችሁና ለውድ # ኢትዮጵያ ዜጎች በውጭ ሀገር ለምትኖሩ ። በዚህ ሰአት እዚህ ሀገር
እውነተኛ መረጃ ማግኘት ይቻላል ፤ እውነተኛ መረጃ ካልሆነ ይደርሳል ። ነገር ግን ከዚች
ሀገር መፍረስ ውጤት እንደሌለው ታውቁታላችሁ ፣ በሀገሪቱ ግጭት ውስጥ ምንም ውጤት
እንደሌለው ታውቃላችሁ ። በተለያየ ጊዜ ብዙ ሰው ሰላም ፈላጊ ሺ ሰው ለመጫወት
ይሞክራሉ ። ያሳዝናል ሁሉም ያሳዝናል ግን ነገ ይችን ሀገር እንቀይራታለን ብለን ተስፋ
እናደርጋለን ።
አሁን እባካችሁ ኑና ሰላም እንፈልግ ፤ ሀገር እንገንባ ።
አቅም ፣ ጥበብና ሀብት አንድ ላይ አለን ለትልቅ ሀገርና ለዜጎቿ ዋስትና እንገነባለን
# ዜጎቻችንን መገንባት ከቻልን ለምን በድሆች ላይ ድህነትን እንጨምራለን ።
ይቺ ሀገር ከአንተና ከኛ ውጭ ምንም የላትም ።
ዶ / ር ተባለ አብይ አህመድ ጣፋጭ አፍ አያቆምም ፣ የኦሮሞን ውሸት አይሰማም ።

For the respected and beloved citizens of in foreign countries.
At this time you can have true information in this country; if not true
information can reach you. But you know that there is no result of being
destroyed from this country; you know that there is no result in the
conflict of the country. In a different time, many people try to play a
thousand people who are looking for peace. It is sad that all is sad but
we hope that we will change this country tomorrow is the result of
politics.
Now please come and let us find peace; let us build a country.
We have the ability, wisdom and wealth together, we can build a
guarantee for the big country and its citizens if we can build our
# citizens why do we add poverty to the poor.
This country has nothing but you and us.
It is said that Dr. Abiy Ahmed doesn't stop sweet mouth, he doesn't
listen to oromo lies.

Joollee Mana Jawar Mohammad jirtu mana keessatti ukkaamsanii eegaajiru. Gad bahanii waan nyaatanillee bitachuu hin hayya...
07/07/2020

Joollee Mana Jawar Mohammad jirtu mana keessatti ukkaamsanii eegaa
jiru. Gad bahanii waan nyaatanillee bitachuu hin hayyamneef. Guyyaa
dabre polisni akka nyaata bitatan hayyameef tokko ajajoota isaatiin
qabamee adabame. Jawaariif illee nyaanni manatti qophaahee akka hin
deemneef dhoorkan. Ummanni keenya Finfinnee akka taatan ta'aa
gargaaraa.

The children of jawar Mohammad are waiting to be covered in the
house. They didn't allow to buy what they ate. Last day police were
punished by one of his orders to buy food. Even jawar is ready for food
to go home. Help our people be finfine.

የጀዋር መሃመድ ልጆች ቤት እስኪሸፍን እየጠበቁ ነው ። የበሉትን ለመግዛት አልፈቀዱም ።
ባለፈው ቀን ፖሊስ ምግብ እንዲገዛ በትእዛዙ ተቀጣ ። ጃዋር እንኳን ምግብ ቤት ለመሄድ
ዝግጁ ነው ። እርዱ ህዝባችን ፊንፊኔ ይሁን ።

03/07/2020

Artist Haccaluu Huddesa
Nuti Haccaluu haala kanaan, akkanati
asitti nurraa hambisan jennee hin
yaanne ture hundaafu biyyoon isatti
haa salphattu ammas dacheen
oromiyaa Haccaluu Maliyoonota
Oomishuu ittuma fuufti

Artisiti haccaluu huddesa nammoota
seena kan nuuf geetanif galan
guddaan isiin fi yaa ta`u.
Haccalu dhabane garu juwar yadaa Abiya Ahamed odesse juwar mohammed yoo assi bassne Uummani nu shorakessa jadhe sodan. Kessa galee bassu diduun issa ni yaddatama issa hidhee malee qamaa qalbii ilmaa oromo kessa onne gotaa basse darbuu hin danda'u.
Tokko tokko kenya hamma juwar bassuti manati galuu hin qabanu.
yadaa kiyaa golaabuun dura dhamassa kiyaa akkuma bekkamu gutuu Ethiopia collection wan qabani jiira kanaafu waree biyya kessa hin jiire.
if dararun dirqama kessan baha message kara qerro biyya erga haala addema jiiru barressa biran gaha issanis akka waliif dabarsa dhamsaa godhaf itti fuufa hadara wan laafaa issiniti hin fakkatin qerro fi qarreen itti mudaa cissa haa dhorkiinu

They are going to go together in oromiaAt the same time they are going to go to oromia, if they are going to goto oromia...
03/07/2020

They are going to go together in oromia
At the same time they are going to go to oromia, if they are going to go
to oromia, they are going to be a person who is going to work like a
person who is going to work in the country of the government. Who
doesn't think that they are going to kill and kill them. The one who has
been against the government is the government. So the death of the
hero of # haccaluu and the opposition of # jawar Mohammed # Bakala
Garba should be released for our people.
The Ethiopian government who is leading ahmed will be the leader
of ahmed so that they are killing and prison of oromo people.
Abiy Ahmed is the one who has been killed and prison of oromo people.
Because there is no reason for the government of the country, there is
no reason to be arrested and killed. If a person does a crime, he will be
arrested or killed. That is why he can be arrested or killed.
The Government of Ethiopia is killing oromo people and killing oromo
people, so i want to explain our hero to us when we lie to us but we
don't lie if we are sad, we should have lost the death of the death.
If there is something from the government, there will be a picture there.
There's a picture of a photo that came out like jane to vote for his
people. We don't explain so that he is going to be arrested and killing a
person who is going to be a leader of Ethiopia. They should know that
they are going to be a leader of Ethiopia.......... as my brother, I think it
looks like my brother.............. by âdîñââñ mõhãmméd

WALITI BU'INISSA OROMIYA KESSATI DEMMA JIIRU Walitii bu'inissa yeroo amma oromiya keessati  demma jiiru kan yoo illalee ...
02/07/2020

WALITI BU'INISSA OROMIYA KESSATI DEMMA JIIRU

Walitii bu'inissa yeroo amma oromiya keessati demma jiiru kan yoo illalee loojiikumanuu akka nama qaroo tokkoti akka namaa baratee bakka ollaan hojatuu tokkoti yadda mee biyya motumma qabduu kessati lubbu nama gabromee didaa gabruma mormma jiiru kan ajjessun fi hiidhuu Akka yadaati enyuu fakkati. Kan mormman jiiru motummadha. Kanaafu du'aa gotaa kan fi qartiin mormmitota mohammed garbaa hidhamun akka motumma tate Uummata kenyaf iffa bahu qaba.

Motumma Ethiopia kan yeroo ammaa kan bulchaa jiiru Ahamed akka taee hundii kenyaa ni bena kanafu kan ajjeechaa fi hidhaa Uummata oromo irrati rawwacha jiiru Abiy Ahamad mata sati.

sababini issa osso motumma biyya jiiru namani sababa tokko alaa hidhamu fi ajjeffamuun hin jiiru wan taeef namani yoo yakka hojate seraaf dhiiyate abba seerati akkata badii issati raagan irrati bahe hidhamu ykn ajjeefamu dandaa wateef Kanaafu.

motumma itoophiya fadhii issati Uummata oromo ajeessu fi hiidhun wan barmee miti kanaf gad bahee gadda gotaa kenyaa haccaluu ibssun barbada yeroo juu nu sobu issati garu nuti kanan hin sobamanu yoo kanaf ni gadda taee ajjeecha amma duraa turee dhabuu qaba ture.

Motumma kan irra wanii natii mulatu yo jiirate nii fotoo achii jiirachu issati. Fotoo tahutii jiira akka jane takka gad bahee Uummata issa filaatef. Hin ibsine kanafu fadhii issati nama hidhu fi ajjessun gageeffama jiirti jachu gumma gotaa kenya kan gafanuu motumma Ethiopia bulcha jiiru tahuu bekku qaban..........akka walalumma kiyyati watii nati mulatuu kan fakkata .............. By Âdîñââñ mõhãmméd

02/07/2020

Mee ma jadhe sa haccalun

Jajjabadha qerro qabsoo yaroo amma walirratti hin laallu tokkumman olkaanee gadbaane yoo faalmachu baanne arra hacaalun ...
01/07/2020

Jajjabadha qerro qabsoo yaroo amma walirratti hin laallu tokkumman olkaanee gadbaane yoo faalmachu baanne arra hacaalun duee jawaar qabame jachun boru akka gafa mililik sanitti amara tajaajiluf tenyaa biyya tenyarratti gabromne numan jiranne tana jala muuraa alahin galluu....

Address

Addis Ababa
90403

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when À3 ßß posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram