D.R Seyfish Adem

D.R Seyfish Adem Rabbiif jechaa Al Tokko dhaabadhu
Nabii Muhammad ο·Ί Irratti Salawaata buusi

Hanga ati Ofitti Amantutti hawwiin tee hin dhugoomtu!.πŸ–€πŸ₯€Ofitti amani.😘
26/09/2025

Hanga ati Ofitti Amantutti hawwiin tee hin dhugoomtu!.πŸ–€πŸ₯€

Ofitti amani.😘

07/08/2025

‼️
Guyyaa boruu warra milkaa'an keessaa tokko si haa ta'uπŸ‘‚

23/05/2025

Chiikonni Onnee Koo Keessa jirtaan kiraa'in ji'a gaheera kaffalaa πŸ₯±πŸ™„

25/04/2025

Halkan Jum'a. Ergama Rabbii Nabi Muhammadﷺ .Irraatti Salawata Buusu Baay'isaa❣️

29/03/2025

Baga baja bultii Iidal fixrii bara 1446ffaa geessan!
E𝐈 𝐃 𝐌 𝐔 𝐁 𝐀 𝐀 𝐑 𝐀 𝐊
β˜…β˜…βˆ­β˜…β˜…
Warra baranaa kan bara hegeree
π€π²π²πšπšπ§πš π†πšπšπ«π’π’! πŸ’«βœŒοΈπŸ€

Qaxalee

07/03/2025

"Akkuma bari'een waan akka ati hin jijjiramne si dhoorku aduun baatu ibidda taatee sirraa haa gubdu!!
Amiiiiiiiiiiiin 🀲🀲

22/01/2025
FAAYDAA ZEEYTUUNAA/SHAFAAFEEπŸ‘‰ https://t.me/naf37fspainbv1. Dhibee Sukkaaraaf2. Kaansarii Nurraa Ittisuuf3. Finniisa Nurr...
10/01/2025

FAAYDAA ZEEYTUUNAA/SHAFAAFEE
πŸ‘‰ https://t.me/naf37fspainbv

1. Dhibee Sukkaaraaf
2. Kaansarii Nurraa Ittisuuf
3. Finniisa Nurraa Balleesssa
4. Fayyummaa Onneetif
5. Dhukkubbii Ilkaaniitif
6. Fayyummaa Sammuu Dabala
7. Qufaa/Utaalloof
8. Gogiinsa Garaatiif
9. Furdina Qaamaatiif
10. Fayyummaa Ijaatiif
11. Yaaddoo Nurraa balleessuuf
12. Nyaatni akka Daakamuuf
13. Dhibee Asmiitiif
14. Dhiibbaa Dhiigaatiif
15. Fayyummaa Rifeensaatiif
16. Hirriba Gahaa Akka Rafnuuf
17. Omisha Ispermi Dabaluuf
18. Koolistiroolii Balleessuuf
19. Madaan akka Dafee Fayyuuf
20. Dhiiga Qulqulleessuuf
21. Fayyummaa Tiruutiif
22. Dhukkubbii Lafeetiif
23. Dhukkubbii Marsaa Laguutiif
24. Vayitaamin A, C, E kan badhaadhe
25. Faaybarii hedduu qaba
Hub : Zeeytuunni firii isaa qofa osoo hin taane, baalli isaatiis faaydaa qaba. Baalli isaa akka shaa'ittiis ni dhugama. Cuunfaan baala isaarraa dalagamus ni jira.
Akkamitti Fayyadamna
Guyyaa tokko zeytuuna 4 ol hin fayyadaminaa

31/12/2024

Amma akka qamaleetti si ilaaluu, garuu utuu ati seera namummaa eegdee jiraattee guyyaa kudhan booda akka leencaatti si sodaatu!

Marcus Aurelius
Hub: Jechoota isaa irra deebiinan qindeesse

31/12/2024

Erga egereen ifa ta’e akka siif malu hubattee booda, seenaa kee dukkanaa’aa darbe dhiisuun filannoo hundarra gaarii ta’eedha.
β€”Roy Bennett
━━━━━━━━━━━

31/12/2024

Gororaa fi Muuziqaa Afaan Oromoo
1) Hayiluu kitaabaa
Dirmammuun boru fayya
Gorora shaggee unachuu wayya

2) Aliyyii Sabit
Aalan alan alan'aalanumaa
Gororri afaan maashoo aannanuma

3 ) Salamoon Dannaqaa
Damma gororrii kee
Gororri kee damma

'French kiss' biyya kana kan barsiise Oromoo ta'uu ni shakkitaaπŸ™„

Weellisaan ani dagadhe woyiis
"Damma gororri kee
tuftee hin balleessin" jedha.

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when D.R Seyfish Adem posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram