Kadir

Kadir Kaana irrattii yadda kessaan nuf qodduu

01/08/2025
Dhiira tahi bakka deemtuuf teessutti booyaafii waywaataan kufaa if hin godhinii. Dubara duratti hin boohin, rakkina lakk...
31/07/2025

Dhiira tahi bakka deemtuuf teessutti booyaafii waywaataan kufaa if hin godhinii.
Dubara duratti hin boohin, rakkina lakkaahaa hin oolin. Cimaa itti fakkaadhu boo

🤕🔨 Nama sammuu madooshaa qabutti, Namni hundinu mismaara itti fakkaata.
31/07/2025

🤕🔨 Nama sammuu madooshaa qabutti,
Namni hundinu mismaara itti fakkaata.

Namni qalbiin isaa jiiituu qalbi nama hin cabsu♥️
31/07/2025

Namni qalbiin isaa jiiituu qalbi nama hin cabsu♥️

25/05/2025

Kara kamin Oromia Ethiopia keessaa fuune baana? 😳

25/05/2025

Amantii 10,000 ol duniyaa irra jirtu jidduu Islaamummaa waan sii badhaaseef Alhamdulillaah ja'imee!

25/05/2025

Masaraan Qarshiin Ijaarama
Gatiin Nama Beelaan dhumuu Lubbuun Isaa Meeqan Tilmaamama ?

25/05/2025

Bakka maratti haqaafi mriga keessaniif falamadhaa. Falamatan malee furmaanni hin jiru!

======
“Godina Baalee Bahaa Aanaa Hindhiir Ganda Ilaanii Dooyyooti. hirira dheengadda akka ganda keenyatti baane san kaabineen Rifattee karaa ummanni duraan baafate Ashawaa irraa nayxe jirti kunis jijjirama qabsoo godhamaa jiruuti. Galatoomi”

25/05/2025

"Oromoon mo'atee mitii, mo'atameeyyuu sodaatee hin beeku!!" Jawar mahamad

Address

Addis Ababa

Telephone

+251993592298

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kadir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Kadir:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram