Ergaa Dargaggootaaf Dr. Pheexiroos Jiraataa Irraa

Ergaa Dargaggootaaf Dr. Pheexiroos Jiraataa Irraa Healthy

Celebrating my 7th year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉
04/01/2025

Celebrating my 7th year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉

Jimmaa abbaa Jifaar
25/01/2023

Jimmaa abbaa Jifaar

05/05/2022
Share for your friends.
16/09/2019

Share for your friends.

General Instruction

The applicant should only be who took 12th grade national examination Ethiopian higher education entrance examination (EHEEE) in 2011 E.C.

The national 12th grade result in four subject ( English, Maths, Physics and Aptitude) should be:

For Afar, Borna zone (Oromia ) Benshagnul Gumze, Gabmbella, Somali, South Omo zone (SNNP), Wagemira Zone (Amhara) and West Omo Zone ( SNNP): For Male 245 and above ,and for Female 225 and above

For Addis Ababa and other regions: For Male 265 and above and for Female 245 and above

Applicants should pay 50 birr registration fee and upload the receipt.

The transcript average mark from from 9th -12th should be 80 and above

Grade 12th national examination (EHEEE) result print out that show clear admission number should be uploaded.

Additional copy of all necessary educational documents should be uploaded.

Application fee of 50 birr should be paid and uploaded

The application will be complete if all necessary information filled and uploaded

Those who applied in previous application should apply again without paying another payment

Remark

Applicants will take written examination and multiple mini interview which accounts out of 85%.

Written examination will cover Aptitude, Situation judgment testing and Emotional intelligence accounts 65%

Multiple mini interview (20%) (only for short listed applicant’s)

Academic records accounts 15% ( Transcript 5 % and 12th Grade national exam result 10% )

The maximum intake capacity of the college is 80 students

From the total Intake 20% will be accepted from the following emerging regions and zone: Afar, Benshgangule -Gumze, Borena ( Oromia), Gambella, Somalia, South Omo (SNNP), West Omo(SNNP), Wagimeria ( Amhara )

Written Examination and Interview will be given only in Addis Ababa, and place of examination centre will be communicated on the website.

Bank Account count number of the college: Commercial Bank of Ethiopia, St. Paul's Hospital Millennium Medical A/C Number 1000208431068

Contact:-email: abrehamsphmmcr@gmail.com phone: +251118965125.

Akkuma beekamu waggoota dheeraa darbaniif oromiyaan dirree qabsoo, fincilaa fi diddaa garbummaa itti geggeessan taatee t...
24/09/2018

Akkuma beekamu waggoota dheeraa darbaniif oromiyaan dirree qabsoo, fincilaa fi diddaa garbummaa itti geggeessan taatee turte. Kanas adda durummaadhaan kan geggeessaa ture qeerroo keenya. Qeerroon barumsa irra hin turre, misooma irra hin turre, bashanana irras hin turre. Dukkana keessa ture ibsuuf, ifa boriis arguuf lubbuu isaa qabsoodhaaf kennaa ture. Kanas ifaajjii jabaa booda injifannoodhaan xumuree jira. Kanaafis qeerroon galata guddaa qaba.

Ammahoo qeerroo irraa maaltu eegama?
Injifannoo ofii isaatii argate kana maal gochuu qaba?
Qeerroon mootummaa abbaa irree kuffisee jijjiirama hin abjootamne kana biyya kana keessatti fide, kan biraa maalfaa gochuu dabdaha?

Dargaggoon balleessuudhaafis tolchuufis humna guddaa qaba.

Kanaafuu yeroo amma kana haala mijaawaa argame kanatti fayyadamuun qeerroon misoomuufi misoomsuu akka qabu dagatamuu hin qabu.
Kanaafuu;
1) Namoonni barumsa isaanii addaan kutanii turan haala fooyya'aadhaan barumsa isaanii itti fufuu qabu.
2) Namoonni waan hojjetan qaban lafuma jranitti hojii isaanii haala adda taheen onnee cimaadhaan hojjechuu qabu
3) warra hojii hin qabneef haalli mijaawaan umamee hojii calqabuu qabu.
4)Qeerroon amala nama balleessu kan akka araada gara gara irraa walaba of gochuu qabu.
5) namni hundumtuu waan argatu ol kaahachuu waan hojjetuttis dabalee hojii ka biraa hojjechuuf dhamahuu qaba.
6) aadaan waliin hojjechuufi wal amanuu akkasumas wal gargaaru saba keenya jidduuti guddachuu qaba.
7) warri beekumsa qaban beekumsaan, warri muuxannoo qabdan muuxannoo keessaniin, warri aangoo qabdan haala mijaawaa uumuudhaan qeerroo fi saba ballaa oromoo bira dhaabbachuu qabdu.

Kana yoo gochuudhaa baanne, oromiyaa fi oromoonis ekkoonoomiidhaan yoo goddachuudhaa baatte, qabsoon keenya akkasumaan firii malee akka hafu, qeerroon keenya amala hin barbaachifneen akka manchahu sodaa kooti. Hunduu onnee godhannee haa jabaannu.

Let us work together for furthermore changes. We can!
Horaa bulaa!

10/04/2018

Abbaatu of mara jedhe bofti!

Naannoon oromiyaa haala baayyee walxaxaa keessa akka turte beekamaadha. Haalli amma jiru garuu kanas tahe sanas kan kanaan duraa irra gaarii fakkaata. Haalota kanaan dura turaniin adeemsi baruufi barsiisuu baayyee akka miidhame hundumtuu quba ni qaba. Kun immoo oromiyaa keessatti qofadha. Bor dorgommiin jiru hundumtuu akka biyyaatti malee akka naannootti miti. Kanaafuu carraa wayyaahaa amma argame kanatti fayyadamnee dorgommii jiru hundumaaf of qopheessuu akka qabnu hawwiikoo gaarii hundumaaf dabarsuun barbaada. Kana namni hundumtuu jechuun barataan, barsiisaan, maatiin fi qaamni mootummaa waanta isa irraa eegamuun gochuu qaba. Kana yoo tahuu baate miidhaan dhufu hundumtuu akka nama dhuunfaatti qofa osoo hin taanee akka sabaatti akka tahu tilmaamuun nama hin dhibu. Lakkoofsi barattoota university seenan xiqqaachuu akkasumas university seenanii fiixaan bahumsa dhabuunifi bor dhiimma biyyattii ala tahuun waan shakkii hin qabneedha.
Kanaafuu hundumtuu onnee sabummaatiin dorgommii moichaaf onnate haa goonu.
Hawwiin koofi gammachuunkoo oromiyaa qaroomtee karaa hundumaan dursitu arguudha. Galatooma.

04/01/2018

Burruusi jabaan ittiin saba tokko doomsuu danda'an(blunting hammer for the nation) bara dheeraadhaaf oromiyaa keessa naanna'aa jira.

Sammuun barate sammuu qaroome. Namni qaroome ilaalcha jijiiramaa qabaata. Iddoon namni barateefi hin baranne taa'u garaagari. Dirqamni, ilaalchi akkasumas amantaan nama barateef kennamu kan nama biraaf kennamu irraa hedduu fagoodha.
Hirmaannaafi qoodni namni baratee dhimma biyyaafi uummataa keessatti fudhatu baayyee guddaadha. Namni barate ni barbaadama. Namni hin baranne baratees kan hin qaroomne, ogummaa barbaachisu kan hin qabne ni daangeffama(marginalized).

Kana gaarii godhanii waan beekaniif, uummanni oromoo akka hin baranneef, baratees iddoo barbaachisu akka hin geenyeef, sochii biyya kana keessatti geggeeffamu hundumaa keessaa qooda akka hin qabaaneef yaalii hammeenyaan guutame haga harraatti geggeeffamaa jira. Kun burruusa hamaa itiin saba oromoo gadi tumaniidha.

Hamaan yoomiyyuu hamaadha. Jala chiisanii darba hin eeggatan. Gowwaa tahanii garba hin tahan. Abshaala tahanii adeemsa tolfatanii irra aanu malee.

Gamna tahuun dirqama nama hundaati. Burruusa hamaa kana jalaa miliquuf dargaggoon hunduu cimee barumsa isaa barachuu qaba. Kana jechuun mana barumsaa deemuu qofa miti. Cimeee onnatee jijjiiramaaf barachuu hojjichuus qaba.

Wacuun, yeroo ofii waan hin taaneen dabarsuun, qormaata hatanii hojjechuun kutaa kutaatti darbuun kanaaf deebii hin tahu.

Give all the potential and effort to make a difference, not to be the same again.

Hawwiinkoo dargaggoo jijjiirame arguudha.
Ulfaadhaa!!!!!

28/11/2017

Dargaggoon eenyu?
Maaltu irraa barbaachisa?
Wantootni dargagootti danqaa tahan maal fa'i? Akkamittis darbamuun danda'ama?
Dargaggeessi tokko akkamitti waan barbaade tahuu danda'a?

Dhimmoota kanaafi kan biroo irratti gorsa, jajjabinaa fi muuxannoo namoota fakeenya nuuf tahanii argachuuf like this page.

Horaa bulaa!

Address

Addis Ababa
011

Telephone

+251 91 103 4084

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ergaa Dargaggootaaf Dr. Pheexiroos Jiraataa Irraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Ergaa Dargaggootaaf Dr. Pheexiroos Jiraataa Irraa:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category