Wolda Health Center

Wolda Health Center PREVENTION IS BETTER THAN CURE

Ogeessonni buufata fayyaa keenya yeroo hojii CASH hojjatan
30/06/2016

Ogeessonni buufata fayyaa keenya yeroo hojii CASH hojjatan

Gamagama raawwii hojii duula oonkoo marsaa lammaffaa kan bara 2008 akka magaalaa Aggaarootti gaafa guyyaa 13/10/08 gagge...
21/06/2016

Gamagama raawwii hojii duula oonkoo marsaa lammaffaa kan bara 2008 akka magaalaa Aggaarootti gaafa guyyaa 13/10/08 gaggeessine.hirmaattonni 1,kantiibaa 2,w/ra Dhaabaa 3,expertii waajjiraa hunda 4,ramadamtoota buufataa 5,itti gaafatamtoota buufataalee fi waajjiiraa 6,Ekistenshinoota hunda fi bulchootaa fi itti aantota gandaa.

26/05/2016

buufanni fayyaa woldaa godina jimmaa magaalaa Aggaaroo keessatti argama kaabaan ganda suusee kibbaan ganda oomoo guruddee dhihaan 01 bahaan oomoo baqqootiin marfamtee argamti gandoolee bulchiinsa magaalaa tulluu qiddilaa(05) fi tamsa'aa jiddaa(01)of jalaatti ammatee hojjachaa jira baay'inni ummaataa akka catchmentitti 14043 of

Buufanni fayyaa keenya gandoolee catchment keenya jala jiranii fi gandoolee ollaa keenya jiran  hundaaf tajaajila Ambula...
26/05/2016

Buufanni fayyaa keenya gandoolee catchment keenya jala jiranii fi gandoolee ollaa keenya jiran hundaaf tajaajila Ambulansii sa'aatii 24 kunuunsaa fi woldhaansa gaarii woliin kennuu irratti argamna.

QORICHI AADAA SHIFARRAAWU BUUFATA FAYYAA KEENYA KEESSATTI ARGAMA KANAAFUU MAAMILTOONNI KEENYA BARBAANNAAN KAN AADAA YKN ...
05/05/2016

QORICHI AADAA SHIFARRAAWU BUUFATA FAYYAA KEENYA KEESSATTI ARGAMA KANAAFUU MAAMILTOONNI KEENYA BARBAANNAAN KAN AADAA YKN KAN AMMAYYAA HUNDINUU DALLAA KEENYA KEESSA JIRA,KOOTTAA JEDHA WAAJJIRA E/F/BULCHIINSA MAGAALA AGGAAROTTI BUUFANNI FAYYAA WOLDAA

04/05/2016

buufanni fayyaa woldaa yeroodhaa gara yeroottii kenniinsa tajaajilaa fooyyessaa tajaajila qulqulluu,haqa qabeessa fi kan yeroo isaa eeggate hawwaasa kenya biraan gahuudhaan itti quufiinsa maammila keenyaa daraan fooyyessuu irratti argamna.

Address

Agaro

Telephone

472211532

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wolda Health Center posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram