Ambo Clinical pharmacy student

Ambo Clinical pharmacy student Pharma is the best life

12/10/2025

Haati ulfaa ji'a 6 booda dugdaan cisuun dhorkaadha.
*****
JI'a 6 booda akkuma beekamu gadameessi daa'ima baatu wayita guddachaa deemuu ujummoo gurguddaan dhiigaa kan karaa garaa keessa oliif gadi darbu wayita dugdaan ciisan waan cufuuf hammi dhiigaa gara onnee fi akkasumas gara daa'imaa deemuu ni hir'ata. Wayita kana mallattooleen haadha ulfaa kana irratti mul'atan;
gar-malee dafquu,
ballaqqamuu,
mataan itti salpachuu ,
onneen garmalee dha'achuu ykn rukkutuu,of wallaaluuf kkfn dha. Akkasumas hammi dhiigaa gara daa'imaa deemus waan hir'atuuf daa'imnis miidhamuu ni danda'a. Kanaaf wayita dugdaan ciisan yoo mallatton kun itti dhagaa'ame atattamaan gara cinaacha bitaa isaaniitti yoo deebi'an daqiiqaa 5_10 gidduutti furmaata argatu.
***
Fayyaan Faaya

11/10/2025
06/10/2025

GOSA NYAATAA FURDINNAAF FAYYADAN
1. AANNAN:- Aannan furdina dabaluu qofa odoo hin taane maashaa(muscles) dabaluuf illee itti fayyadamamaa ture!

2. RUUZA:- Ruuzni nyaata mijataa fi rakasa waan ta'eef namuu salphatti argatee nyaachuu danda'a!

3. AVOKAADOO :- Avokaadoon tokko nyaachuutu killee afur guyyatti nyaachuurra caala .

4. LOOWZII FI ZAYITA LOOWZII :- Guyyatti hammaarrii lama nyaata waliin nyaannaan daddaftee kiloo idaata!

5. FOON DIIMAA:- Foon diimaa argachuu dandeessee kan nyaattu taanaan maashaalee keenya ijaaruuf waan gargaaruuf ulfaatina dabaluuf ni fayyada!

6. KILLEE /HANQAAQUU :- pirootooniin baayyee waan of keessaa qabuuf kiloo dabaluuf gaaridha!

7. BAADUU:- Faatii, pirootoonii fi kaalsiyemii baayyee of keessaa qabdi!

8. ITITTUU:- mimmii'eeysuuf sukkara itti ida'uun hin barbaachisu!

9. PAASTAA

10. DINNICHAA FI MIXAAXISA

Hub:- maxxansi kun warra qaqal'aa yaadamee waan maxxanfameef warri fufurdaan suutuma.😜

 .2024
29/02/2024

.2024

06/07/2023

EPSA-Ambo wishes a good chance for all of its GC members, who are going to take exit exam (licensure exam) by tomorrow full-day!
!🙏
!
!
!

Who can tell me the stand of Dx,Rx,Tx,OTC in pharmacy.....
06/07/2023

Who can tell me the stand of Dx,Rx,Tx,OTC in pharmacy.....

Address

Oromia
Ambo

Telephone

+251952651905

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ambo Clinical pharmacy student posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Ambo Clinical pharmacy student:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram