Ambo landmark medium clinic

Ambo landmark medium clinic Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ambo landmark medium clinic, Medical and health, Ambo.

12/01/2024

Itti fayyadamaa

06/01/2024
Vacancy announcement @ Ambo land mark medium clinic 1.laboratory technologist( technician).level: Diplomaexperience:  th...
13/09/2023

Vacancy announcement @ Ambo land mark medium clinic

1.laboratory technologist( technician).
level: Diploma
experience: those with experience are encouraged
number: 1
s*x: both male and female
salary: negotiable
adress: AMBO town, land mark medium clinic, 0939182742/0909862929
NB: those who passed COC or exit exam are candidate

Eid mubarak to all muslims!        Happy EID!
20/04/2023

Eid mubarak to all muslims!
Happy EID!

Happy EASTER!
16/04/2023

Happy EASTER!

26/03/2023

NEW lab services # ourLAND MARK CLINIC

COAGULATION PROFILE SEEVICES
1. PT( prothrombim time
2. INR( international normalized ratio)
3. aPTT( activted partial thromboplastin clotting time)

Thank you!
Land mark clinic, AMBO

BAGA GEESSAN!
01/10/2022

BAGA GEESSAN!

12/08/2022

DHUKKUBA HARMAA OSOO MALLATTOO HIN AGARSIISIIN AKKAMIIN BEEKUU DANDEENYA?
dhukkubni kaansarii harmaa kaansarii lubbuu dubartoota dabarsan keessaa kaansarii sombaatti aanee sadarkaa 2ffaa irratti argama(akka qorannoo biyya USA).
MAMMOGRAPHY: meeshaa gosa raajii( X-ray) kan ta'e gosootaa dhukkubbii kaansarii harmaa osoo mallattoo hin agarsisiin beeekuuf nu gargaaraan keessaa isa jalqaba irratti argamudha.
akka qorannoon hedduun agarsiisanitti meeshaan MAMMOGRAPHY kun dhukkuba kaansarii harmaa osoo mallattoo hin agarsiisiin waggaa 1- 3 dura beekuu ni danda'a.
kanaaniis dubartootaa waggaa 40 fii isaa oliif du'aatii dhukkuba harmaan dhufu parsantii 16 - 30 ttii hir'isuun ni danda'ama
dhaabbannii fayyaa addunyaa(WHO), dubartootaa umuriin isaanii waggaa 40 fi isaa ol ta'eef kan mallattoo kaansarii harmaa hin agarsiisneef MAAMMOOGRAAFIIDHAAN akka sakkatta'aman gorsa( mammographic screening)
HUB: dhiita'uun harmaa kamiyyuu yoo isin muudate haala salphaadhaan ALTRAASAAWONDIIDHAAN kaansarii harmaa ta'uufii kam biraa ta'uu adda baasuun ni danfa'ama.

FAAYAA FII FAYYAA HIN DHABIINAA!

የጡት ካንሰር (እጢ) ምልክት ሳያሳይ እንዴት ማወቅ ይቻላል?
የጡት ካንሰር በሽታ ከሳንባ ካንሰር ቀጥሎ 2ኛ ገዳይ ካንሰር ነው( አሜርካ )
ማሞግራፊ የተባለ የእራጅ አይነት ምርመራ የጡት ካንሰር ምልክት ሳያሳይ ለማወቅ ያገለግላል.
ከ 40 አመት በላይ ላሉ እናቶች በማሞግራፊ ቅደመምልክት የጡት ምርመራ በማድረግ ከ 16-30% በጡት ካንሰር የምሞቱትን እናቶች መቀነስ ይቻላል.
የለም ጤና ጅርጅት ከ 40 አመት በላይ ለ ሆኑ እናቶች በ ማሞግራፊ ቅድመ ምልክት ምርመራ( mammographuc screening) እነንድያደርጉ ይመክራል.

ማንኛውንም የ ጡት እብጠት ካጋጠምዎት በቀላላሉ በ አልትራሳዎንድ የጡት ካንሰር መሆኑን ወይም ኣለመሆኑን ማወቅ ይቻላል.

27/07/2022

NEW UPDATE ON LABORATORY TESTS@ land mark clinic, Amboo

1.troponin(cardiac marker)
2.LDH( Lactete dehydrogenase)
3.AFP(alpha fetoprotein)
4.ALP(alkaline phosphatase)
5. Free T3
6.free T4
7.TSH, T3,T4
8.LH
9.FSH
10.prolactin
11.coombs test
12..B-HCG
13.KOH

Thank you and be safe!

12/07/2022

BALAA CALAQQEE IFAA/
RADIATION HAZARDS!

calaqqee ifaa ykn 'cararii' jechuun maali?
Balaan isaahoo?
Akkaamin ittisuu dandeenya?

Calaqqeen ifaa ykn radiation/'cararii' jechuun:
anniisaa gosa ' electromagnetic wave' jedhamu yoo ta'u wanta qaroo ijaatiin hin mul'annedha.

Akkaataa itti fayyadama isaani irratti hundaa'un gosa 2 tti qoodamu;
1. Ionizing: fkn raajii/x-ray, CT scan, filoorooskooppii, maammograaphii ...warrii kun warra calaqqee balaa fiduu danda'aniidha.
2. Non ionizing: fkn altraasaawondii, MRI...warri kun hanga ammaatti warra calaqqee balaa tokkoyyuu fiduu hin dandeenyedha.

BALAA CALAQQEE IFAA(RADIATION RISKS):
Seeliiwwaan baay'ee sissi'atoo ta'an kan akka seelii ijaa(retina), seeli hormaataa( go**ds), seelii harmaa) keessaatti molokiyuulii seeliwwanii gara ayooniittii(ions) jijjiiruun seeliwwan kunneen ajjeessuun( cell dmaage), ykn akka wal hin horre gochuun(mitotic inhibition, ykn immoo kiromozomiin akka 'mutate' ta' u gochuu danda'a....dhumarrattis gara kaansariittillee carraan jijjiiramuu jira.

Balaan calaqqee kunis wantootaa armaan gadii kanarratti hundaa'a;
1.Gosa calaqqee ifaa fkn: CT scan moo x- ray?
2.hanga baay'ina calaqqee sanaa( radiation dose, volume)
3. Hanga saa'aattii caqqeetti bahuu(exposure time, exposure rate).

AKKAMIIN BALAA CALAQQEE IFAA HIR'ISUU DANDEENYA?
Kun yeroo baay'ee ogeessota fayyaa ilaallata!
Isaanis:
1.namootaa naannoo calaqqee ifaa jiran gorsuun balbala ykn ulaa calaqqeen keessa deemuuu danda'u irraa fageessuu
2. Mallattoo agaarsiistuu calaqqeen ifaa jiraachuusaa agarsiistu ulaa mana sanaa dura kaa'uu.
3.namootaa gosa raajii barbaachisuuf qofa ajajuu
4.ogeessota fayyaa yoo xiqqaate Doktora intern ta'ee fii isaan ol jiruun qofa ajajamuu qaba.
5.faayidaan isaa yoo miidhaa isaan ol ta'e qofa ajajamuu qaba .
6.sababni ajajamuuf beekamuu qaba
7.sababa malee irra deebiin kaasuun ykn ajajuun sirrii miti.
8.yoo dhibee sana baruuf malli biraa jiraate isa sana fayyadamuu fkn altraasaawondii
9.hagguuggii (shield ) fayyadamuu
10.qaama barbaadamu qofa kaasuu( expose only organ of interest)
11. Yeroo itti calaqqee ifaa fayyadamnu xiqqeessuu fi kkf

Galatoomaa!

Address

Ambo

Telephone

+251939182742

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ambo landmark medium clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Ambo landmark medium clinic:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram