24/03/2025
Baga milkooftan❤️🫰
Gareen Jibuutii jabduudha jechuu baannuus taphni gareen itiyoophiyaa taphate waan abdii namatti horuudha.
Amma boodas akka jabaattan abdii qabna🙌
Ethiopia🇪🇹6 Djibouti🇩🇯1n Adda bahaniiru.