Maya Blood Bank

Maya Blood Bank Blood collection and Distribution for Eastern Harargee and Maya Health facility such 🏥 Hospitals

 Dhiigni kee bakka buufamuu danda'a.Lubbuun Bakkaa buufamu hin danda’u.DHIIGAA ARJOOMAA, LUBBUU BARAARAA! ደምዎ ሊተካ ይችላል.ነ...
06/12/2025



Dhiigni kee bakka buufamuu danda'a.
Lubbuun Bakkaa buufamu hin danda’u.
DHIIGAA ARJOOMAA, LUBBUU BARAARAA!
ደምዎ ሊተካ ይችላል.
ነፍስ መተካት አይቻልም.
ደም ይለግሱ ፣ ህይወቶችን ያድኑ!
Your blood can be replaced.
Soul cannot be replaced.
DONATE BLOOD, SAVE LIVES!

Sadasaa 27, 2018

Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooro Guutuutti Hoggaantoota Leenjii Hoggansa Paartii Badhaadhinaa Aanichaatti Mata duree ''Ilaalama Mootummaa Ida'amuutiin Guddina Dameelee'' jedhuun kennama ture irratti hoggansi Dhiiga arjoome. Hojii Ajaa'ibsisa hojacha Olan
Guddaa galatoomaa jenna

Ethiopian Blood and Tissue Bank Service

 DHIIGNI ISIN ARJOOMTAN NAMA BIROOF carraa jireenyaa biraa kenna. KENNA JIREENYA KENNAA! DHIIGA ARJOOMAA! የምትለግሱት ደም ለሌላ...
06/12/2025



DHIIGNI ISIN ARJOOMTAN NAMA BIROOF carraa jireenyaa biraa kenna.
KENNA JIREENYA KENNAA! DHIIGA ARJOOMAA!

የምትለግሱት ደም ለሌላ ሰው ሌላ የህይወት እድል ይሰጣል።
የሕይወትን ስጦታ ስጥ!
ደም ለገሱ!
the blood you donate gives someone another chance at life. GIVE THE GIFT OF LIFE DONATE BLOOD

Sadasaa 27, 2018

Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaatti Hoggaantoota Leenjii Hoggansa Paartii Badhaadhinaa Aanichaatti Mata duree ''Ilaalama Mootummaa Ida'amuutiin Guddina Dameelee'' jedhuun kennama ture irratti hoggansi Dhiiga arjoome. Hojii Boonsaa Ajaa'ibsisa hojacha Olan
Guddaa galatoomaa jenna!

Ethiopian Blood and Tissue Bank Service

Blood Donation Campaign at Haramaya General HospitalDecember 04, 2025On December 04, 2025, Haramaya General Hospital org...
04/12/2025

Blood Donation Campaign at Haramaya General Hospital
December 04, 2025

On December 04, 2025, Haramaya General Hospital organized a blood donation drive, bringing together hospital professionals, staff, management, and practicing students in a collective effort to support patients in need.

Alongside their daily lifesaving work, these dedicated individuals generously donated their precious blood, offering hope and a chance at life to those suffering from blood deficiencies.

The hospital extends its heartfelt gratitude to everyone who participated in this noble cause. Your compassion and commitment to saving lives are deeply appreciated. Thank you for making a difference

29/11/2025
Milkaa’ina Xumurramerraa Sagantaan Duula "Sanbata Diimaa"Sagantaan Duula a Arjooma Dhiigaa Mataa Duree Sanbata Diimaa je...
29/11/2025

Milkaa’ina Xumurramerraa Sagantaan Duula "Sanbata Diimaa"

Sagantaan Duula a Arjooma Dhiigaa Mataa Duree Sanbata Diimaa jedhuun akkaa Ardii Afrikaa tti gaggeeffama turen, Baankii Dhiigaa Maayaas Mata duree kana sababaa godhachu Duulii gaggeeffama ture milkaa’ina ol aanaan xumuramme Jira.

Baratoota Yuniiversiitti Haramaya dhiigaa ofii qaalli arjoomuun lubbuu namoota hanqinaa dhiigaattin rakkacha jiranif carraa jireenyaa kenniitanif galata guddaa isaaniif dhiyeessina.

Akkasumas, Yuunivarsiitii Haramaayaa deeggarsa gooteef, Gamtaa Barattootaaf, Club25/Fannoo Diimaa, fi kilaboota hunda hojii jireenya lubbuu baraaruu kana keessatti hirmaatan hundaaf hirmaannaa keessan murteessaa fi ol anaa ture kanaaf galata keenya dhiyeessina.

Adda durummaan Hojjattoota Baankii Dhiigaa Maayaa Hojjii kana milkeessitanis Galataa guddaa Rabbii fi Namaa birraa qabdu. Galatooma Ulfaadhaa.

Successful Conclusion of the "Red Saturday" Blood Drive

The Continental Blood Drive Units Africa is proud to announce the successful completion of the "Red Saturday" campaign at Haramaya University.

We extend our deepest gratitude to the dedicated students whose generous blood donations will provide a second chance at life for those suffering from blood-related ailments. Your selfless act is a powerful testament to the spirit of community and compassion.

We also extend our sincere thanks to Haramaya University for its supportive role, and to the Student Union, Club25/Red Cross, and all participating clubs for their vital partnership in this life-saving initiative

Thank you for making a life-saving difference.

🩸 ከ"ቀይ ቅዳሜ" የዘመቻ ፕሮግራም በተሳካ ሁኔታ ከተጠናቀቀ።

የቀይ ቅዳሜ የደም ልገሳ ዘመቻ ፕሮግራም በመላው አህጉር ተካሂዷል፣ የማያስ የደም ባንክም በዚህ ዓመት የዘመቻውን ጭብጥ እያከበረ ነው።

ለሃሮማያ ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች ላደረጉት ውድ ልገሳ ምስጋናችንን እናቀርባለን።

ዋልአንሱ፣ የሃርቫርድ ዩኒቨርሲቲ ላደረገው ድጋፍ፣ የተማሪዎች ህብረት፣ የሬድ25/ኤፍ ክለብ እና በዚህ ሕይወት አድን ሥራ ውስጥ ለተሳተፉ የአካባቢው ክለቦች ሁሉ ምስጋናችንን እናቀርባለን።

ይህንን ሥራ ስኬታማ ለማድረግ የማያ የደም ባንክ ሰራተኞችን እናመሰግናለን። አመሰግናለሁ አመሰግናለሁ።
Ethiopian Blood and Tissue Bank Service
Oromia Health Bureau
Ministry of Health,Ethiopia
Haramaya University Hiwot Fana Comprehensive Specialized Hospital
Ethiopian Blood and Tissue Bank Services

Address

MAYA CITY, HARAMAYA SUBCITY
Boreda

Website

http://t.me/Mayabloodbank

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maya Blood Bank posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category